#Ofeeggannoof!!
👇👇👇👇👇👇👇
Ummati keenya walloo ofeeggannoo godhaa Fanoon bakka namni keenya guyyaa oolu laaltee halkan dheyxee boombii mobila irratti hiitee biraa deemti ,yeroo barihe mobila sanarratti bilbilti akka namni itti deemee xuquuf. Yoo xuqame immoo boombichi namatti dhukka'a.
Kanaaf offeegaa adara.
Suuraan kuni Ortatti amaarri akkasitti boombiin ummata fixuuf yaaltee turte hin milkoofne malee.!!!!
😡😡😡😡😡😡😡
😡😡😡😡😡😡😡