Hijra Bank


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Economics


Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021
Bot: @hijraabot

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Economics
Statistics
Posts filter


ውድ የባንካችን ባለአክሲዮኖች

የባንካችን 4ኛ መደበኛ የባለአክሲዮኖች ጠቅላላ ጉባኤ በነገው ዕለት ማለትም እሁድ ታህሳስ 13፣ 2017 ከጠዋቱ 2፡00 ጀምሮ በአዲስ አበባ ሚሊኒየም አዳራሽ የሚካሄድ በመሆኑ በጉባኤው ላይ እንዲገኙልን የአክብሮት ጥሪያችንን በድጋሚ እናስተላልፋለን።

ሂጅራ ባንክ
ጉዞ ወደ ብሩህ ተስፋ!

Kabajamtoota Abbootii Aksiyoona Baankii Hijraa

Yaa'in walii gala idilee 4ffaa Abbootii Aksiyoona Baankii Hijraa guyyaa boru ykn Dilbata Muddee 13,2017 ganama Sa'aatii 2:00 irraa eegalee Finfinnee Galma Miliniyeemitti yommuu ta'u, isinis yaa'icha irratti akka hirmaattan irra deebin isin affeerra.

Baankii Hijraa
Imala gara egeree ifaa!

#hijrabank #generalassemby #GA


አቡ ሰዒድ አልኹድሪይ እንደዘገቡት የአላህ መልእክተኛ ﷺ  እንዲህ ብለዋል፡ በጁምዓ ቀን ሱረት አል ካህፍን ያነበበ ሰው በዚህ እና በቀጣዩ ጁምዓ መካከል ብርሃን ይሆንለታል።

በደስታ የፈካ ጁምዓ ይሁንልዎ!

መልካም ጁምዓ!

Abu Sa'iid Alkhudriy irraa akka gabaafametti Ergamaan Rabbii  ﷺ akka jedhanitti Guyyaa Jum'aa suuraa Kahf namni dubbise Jidduu Jum'aa kanaa fi Jum'aa dhufuutti ifa isaaf ta 'a.

Jum'aa Gammachuun ife isiniif haa ta'u.

Jum'aa gaarii!


#Hijrabank #Jumma #jummablessings #Halalfinance #Interest_free_Banking


ማስታወሻ!
የሂጅራ ባንክ አክሲዮን ማህበር 4ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ እሁድ 13/04/2017 ከጠዋቱ 2፡00 ሰዓት ጀምሮ በሚሊኒየም አዳራሽ ይካሄዳል። በዚህም መሰረት ሁሉም ባለአክስዮኖች በስብሰባው ላይ በተገለጸው ሰዓትና ቦታ እንዲገኙ በድጋሚ ጥሪ ለማስተላለፍ እንወዳለን!
የሂጅራ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ!

Yaadachiisa!
Yaa'iin Waliigalaa Idilee 4ffaa W.A Baankii Hijraa Dilbata 13/04/2017 ganama sa'aatii 2:00 irraa eegalee galma Miliniyeemitti ni gaggeeffama.
Haaluma kanaan abbootiin aksiyoonaa hundi yeroo fi bakka eerametti argamuun yaa'icha akka qooddamtan irra deebiin isin yaadachiifna!
Boordii Daayirektaroota Baankii Hijraa!

#HijraBank #Generalassembly #InterestFreeBanking


ሂጅራ ባንክ የአገልግሎት ተደራሽነቱን በማስፋት በዛሬው ዕለት በጋምቤላ ክልል ጋምቤላ ከተማ ጋምቤላ-ኩብራ ቅርንጫፍ የባንኩ አመራሮች: ከፍተኛ ከተማ እስልምና ጉዳይ ምክር ቤት አመራሮች፣ ባለሀብቶች እንዲሁም ሰፊው የአከባቢው ማህበረሰብ በተገኘበት ለአገልግሎት ክፍት ማድረጉን ሲገልፅ በታላቅ ደስታ ነው::

በጋምቤላ ከተማ የምትገኙ ደንበኞቻችን አዲስ ስራ በጀመረው ቅርንጫፋችን በመገኘት የባንካችንን የተሟላ ከወለድ ነፃ የባንክ አገልግሎት ተጠቃሚ እንዲሆኑ እንጋብዛለን::

Baankin Hijraa dhaqqabiinsa tajaajila isaa babal'isuun damee Haaraa Naannoo Gaambeellaa magaalaa Gaambeellaatti damee Gaambeellaa- Kubraa bakka hoggantoonni baankichaa, hoggantoonni Mana maree dhimmoota islaamaa magaalichaa akkasumas hawaasni bal'aan naannichaa argamanitti tajaajilaaf ifa taasisuu isaa yeroo ibsu gammachuu guddaattu itti dhagahama.

Hawaasni Magaalaa Gaambeellaa damee haaraa baankii keenyaatti tajaajila Baankii guutuu dhala irraa bilisaa akka fayyamtan isin affeerra.

#hijrabank #newbranch #interestfreebanking #inauguration


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Waamicha Yaa’ii Waliigalaa
Abbootii Aksiyoonaa Baankii Hijraa W.A hundaaf

Baankiin Hijraa W.A, yaa’ii waliigala idilee waggaa 4ffaa Mudde 13, bara 2017, ganama sa’aatii 2:00 irraa eegalee Finfinnee Galma Miliniyeemitti gaggeessa. Haaluma kanaan, abbootiin aksiyoonaa guyyaa, iddoo fi sa’aatii eerametti argamuun akka irratti hirmaattan Boordiin Daayrektarootaa Baankii Hijraa kabajaan isin affeera.

Odeeffannoo dabalataaf, liinkii armaan gadii cuqaasun toora Weebsaytii Baankichaa irratti ilaaluu kan danddeessan yoo ta'u, dabalataanis lakk. Bilbilaa 0115584508 fayyadamaa!
https://hijra-bank.com/beeksisa-yaaii-walii-gala/

Boordii Daayrektaroota
Baankii Hijraa (W.A)

#HijraBank #CallforGA #GeneralAssembly #GeneralAssembly2024




ሂጅራ ባንክ እና Impact Makers Foundation (IMF) አብሮ ለመስራት የሚያስችላቸውን የመግባቢያ ሰነድ ተፈራረሙ።
ሂጅራ ባንክ ማህበረሰባችን በሀገር አቀፍ ደረጃ በኢኮኖሚው ላይ ያለው ተሳትፎ በሚፈለገው ደረጃ አጥጋቢ እንዳይሆን ምክንያት ሆኖ ከሚቀርቡ ችግሮች ውስጥ በቂ የሃላል ፋይናንስ ግንዛቤ አለመኖር እንደ ዋነኛ ምክንያት በመረዳት የማህበረሰባችንን የሃላል ፋይናንስ ለማጎልበት ሰፋፊ ስራዎችን በመስራት ላይ ይገኛል። Impact Makers Foundation (IMF) በበኩሉ ማህበረሰብ ተኮር የጥናትና ምርምር ስራዎችን በመስራት የማህበርሰባችንን ችግሮች ለመቅረፍ ግብዓት የሚሆኑ የአቅም ግንባታ ስራዎችን እና እርዳታ ስራዎች ላይ የሚያተኩር ፋውንዴሽን ነው።

ሁለቱ ተቋማት የማህበረሰባችንን ተጠቃሚነት ለማጎልበት የሚያስችሏቸውስራዎች ላይ በትብብር ለመስራት በዛሬው እለት በImpact Makers Foundation (IMF ዋና መስሪያ ቤት የሁለቱ ተቋማት መሪዎች በተገኙበት የመግባቢያ ሰነድ ፊርማ ስነስርዓቱ በተሳካ ሁኔታ ተከናውኗል።

Baankiin Hijraa fi Faawundeeshiniin Impact Makers waliin hojjachuudhaaf sanada walii galtee mallatteessan.
Baankin Hijraa hawaasni keenya hirmaannaan dinadgee irratti qabu hanga barbaadameen quubsaa ta'uu dhabuu isaatif akka rakkootti sababbiiwwan dhihaatan keessaa hanqinni hubannoo faaynaansii adda duree ta'uu isaa hubachuun sochiilee hubannoo faaynaansii halaalaa hawaasa keenyaa gabbisan hojjachaa jira. Faawundeeshiniin Impact Makers gama isaatin qo'annoo fi qorannoo gara garaa hojachuun hojiilee ijaarsa dandeettii irratti xiyyeeffachuun dhaabbata hojjachaa jirudha.

Dhaabbileen lamaan fayyadamiinsa hawaasa keenyaa cimsuuf hojiilee isaan dandeessisu irratti hojjachuuf guyyaa har'aa waajjira muummee faawundeeshinii Impact Makersitti sirni mallattoo sanada walii galtee bakka hoggantoonni dhaabbattoota lamaanii argamanitti haala milkaa'en raawwatameera.

#HijraBank #InterestFreeBanking #ImapctMakersFoundation


በነብያችን ላይ ሰለዋት ማውረድ የምታበዙበት ውብ ጁምዓ ይሁንልዎ!

Jum'aa midhagaa salawaata nabiyyii keenya irratti hedduminaan itti buufatan isiniif haa ta'u.

اللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ، وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ

#Hijrabank #Interest_free_Banking #Jummah #jummablessings #Jumma


ሂጅራ ባንክ እና ወሎ ዩኒቨርሲቲ አብሮ ለመስራት የሚያስችላቸውን የመግባብያ ሰነድ ተፈራረሙ።

ሂጅራ ባንክ ማህበረሰባችን በሀገሪቱ ኢኮኖሚ ላይ ንቁ ተሳታፊ እንዲሆን ለማስቻል እና የሃላል ፋይናንስ ግንዛቤውን ለማጎልበት እና ማህበረሰባችን በሃላል ፋይናንስ አገልግሎት ላይ በእውቀት ላይ የተመሰረተ ተሳትፎ እንዲኖረው የተለያዩ የሃላል ፋይናንስ ግንዛቤ ማስጨበጫ መድረኮችን የማዘጋጀት ሰፊ ስራዎችን ሲሰራ መቆየቱ ይታወቃል። ይህንኑ ማህበረሰብን የማብቃት ስራውን አጠናክሮ በመቀጠል ባንካችን ወጥነት ባለው መልኩ መሰረታዊ የሃላል ፋይናንስ ትምህርቶችን ለመስጠት ለማስቻል ከተለያዩ ከፍተኛ የትምህርት ተቋማት ጋር በመቀናጀት በመስራት ላይ ይገኛል።

ይህንኑ በማስቀጠል ከወሎ ዩኒቨርሲቲ ጋር የዘርፉን አገልግሎት ተደራሽነት ለማሳደግ እና የማህበረሰባችንን ግንዛቤ ለማሳደግ የሚያስችል የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርመዋል። በተጨማሪም ለዩነቭርሲቲው ማህበረሰብ "የሃላል ፋይናንስ መርሆች እና ትግበራዎች" በሚል ርዕስ የተሰጠው ስልጠና በተሳካ ሁኔታ ተጠናቋል።

Baankin Hijraa fi Yunivarsiitiin Walloo sanada walii galtee waliin hojjachuudhaaf isaan dandeessisu waliif mallatteessan.

Baankin Hijraa hawaasni keenya dinagdee biyyattii keessatti dammaqinaan akka hirmaatu fi hubannoon faaynaansii Halaalaatiif qabu akka cimu hojiilee gara garaa hojjachaa jira.

Kanuma itti fufsiisuun, kenniinsi hubannoo faayinaansii halaalaa haala qindaa'een akka kennamuuf dhaabbilee barnootaa ol'aanoo waliin qindaa'un hojjachaa jira.

Haaluma kanaan, Baankin Hijraa Yunivarsiitii Walloo wajjiin ta'uun dhaqqabiinsa tajaajilichaa babal'isuufi beekumsa faaynaansii Halaalaa hawaasa hunda bira dhaqqabsiisuf sadana walii galtee waliif mallatteesanii jiru.

Kanumaan walqabatee leenjin mata duree "Bu'uuraalee faaynaansii Halaalaa fi fayyadamiinsa isaanii" jedhuun hawaasa yunivarsichaatif kenname haala milkaa'een raawwateera.

#hijrabank #halalfincialliteracy #mou #wollouniversity #awareness #interestfreebanking #community_empowerment




ሂጅራ ባንክ የጀመረዉን የግንዛቤ ማስጨበጫ እና
ከባንክ ተጠቃሚነት ወደ ባንክ ባለቤትነት እንዲሸጋገር የማድረግ አላማውን በማስቀጠል በዛሬው ዕለት በምዕራብ አርሲ ዞን ገደብ ሀሳሳ ከተማ ደማቅ የአክሲዮን ሽያጭ እና የደንበኞች ውይይት መድረክ በተሳካ ሁኔታ አከናውኗል።

በዚሁ መርሃግብር ላይ የባንኩ የቦርድ አባላት፣ ከፍተኛ የስራ አመራሮች፣ የእምነት አባቶች እና ትፅዕኖ ፈጣሪዎች፣ ባለሀብቶች እንዲሁም ሰፊው የገደብ ሀሳሳ ከተማ እና የአከባቢው ማህበረሰብ የተገኘበት ሰፊ የአክሲዮን ሽያጭ እና ዉይይት አከናውኗል።

Baankiin Hijraa hubannoo hawaasaa gabbisuu fi sochii hawaasni keenya fayyadamummaa baankii irraa gara abbummaatti akka jijjiiramu taasisuu itti fufsiisun, guyyaa har'aa Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasatti sagantaa gurgutaa Aksiyoonaa fi marii maamiltootaa haala hoo'adhaan gaggeessee jira.

Saganticha irratti miseensonni Boordii fi hoggantoonni ol'aanoo Baankichaa, Abbootin amantii fi hawaasni bal'aan Magaalaa Gadab-Hasaasaa fi naannawa isaa kan argaman yommuu ta'u, sirni gurgurtaa Aksiyoonaa bal'aan haala milkaa'en adeemsifamee jira.

#hijrabank #interestfredbanking #community_empowerment #awareness_creation





13 last posts shown.