🛑 Waliin injifanna!
"Yeroo Uumaan kennaa siif kennuuf jedhu, kennaa sana maramuun rakkoodha. Uumaan kennaa guddaa siif kennuuf yeroo jedhu rakkoo guddaa keessatti marfamee dhufa" jedha barreessaan Noormaal Viinsent Peel.
Namni jilbeenfattee darbuuf yaaltu si arguu hin danda'u. Jijjiiramni dhugaa obsaa fi cimina gaafata! Yeroo namni ilaalu hin jirretti yoo jabaatte, osoo namni hundi ilaalu badhaafamta.
Halkan addaa isiniif hawwina
@Hiree_koo12 @Hiree_koo12 @Hiree_koo12 Jijjiiramni amma eegala!