Tarkaanfii Bofa Mataa Muruu
#Buraayyuu
Gareen diina Oromoo adabu har'a Guraandhala 18,2025 galgala kana toora sa'a 7:30pm tti magaalaa Shaggar Sitii bulchiinsa magaalaa Buraayaa kutaa bulchiinsa magaalaa Kattaa keessatti buufata poolisii Aanaa 1ffaa naannoo manneen Fooniitti argamu boombiin haleeluun miidhaa guddaa qaqqabsiisanii jiru.
Bilxiginnaan dhukaasa boombii kanaan erga miidhaan qaqqabe Ambulaansii geessuun namootaas achii ari'aa jirti.
Bofa jabaa ilmaan Oromoo hidduu, guddina fi nagaa Oromoo hin feene adabuun itti fufa.
Dhaloota hin jilbeenfanne.
#መረጃ፦አሁን ከመሸ 7:30pm ማለትም በ18/02/25 ንሥሮቹ በሸገር ሲቲ በቡራዩ ከተማ አድተዳደር የከታ ክ/ከተማ 1ኛ ፖልስ ጣቢያን በቦምብ ነጥርቀውታል በርካቶች ያለቁ ሲሆን አምቡላንስ የተጎዱትን እያነሳች ሲሆን ህዝቡንም ከዛ እያባረረች ትገኛለች.....ይህ እርምጃ ተጠናክሮ ይቀጥላል!