HAMAAF JETTEE GAARUMMAA KEE HIN GATIN!
πΆββοΈ Namicha karaa irra deemaa ture tokkotu bofti summaa'aa ta'e tokko otoo abiddaan gubatuu argee abiddicha keessaa baasuuf murteesse. Abidda keessaa baasuuf yeroo ol kaasu bofichi harka isaa hidde. Namichi naasuudhaan boficha ofirraa darbate. Bofichis deebi'ee abiddicha keessatti kufe.
β± Namichis irra deebi'ee ulee lama fayyadamee abiddicha keessaa isa baase. Kanumaan jireenyi bofichaas ni oole.
..
β² Namichi waan namni sun godhaa ture dhaabbatee ilaalaa ture tokko gara nama kanaatti dhiyaatee
"Bofti kun summii isaatiin si hiddee osoo jiruu deebitee isa oolchuuf kan ati yaaltu maaliifi?" Jedhee gaafate.
β² Namichis "amalli Bofichaa hidduudha; kankoo immoo oolchuudha. Lamaan keenyayyu waan qabnudha kan calaqqisiisne. Amalasaa hamaaf jedhee amala koo isa gaarii jijjiiruun anarra hin jiraatu" jedhee deebiseef.
β Walumaagalatti wanta hamaa hamaadhaan deebisuun nurra hin jiraatu faalla isaa hamaa gaarummaadhaan moo'uudha malee.
#share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa β€
Facebook add β‘οΈ https://www.facebook.com/lalifb
Telegram channel β‘οΈ T.me/Lalisa_T_Ayana