Akkaataa santima muraasan Telegram hanga barbaaddan itti fayyadamtan beektuu?
➛ Har'a akkaataa telegramiin akka saantima keessan baay'isee hin fudhannee fi
.
.
➛ Akkaataa itti Telegram Heeyyama keessaniin ala file store(Save) hin goone gochuuf Step fayyadamtan isiniif dhiheessa!!! Tokko tokkoon hordofuun itti fayyadamaa!
➛ Hiriyyoota keessaniifis #share
godhaa!
Akkaataa Telegram itti Santima muraasan Fayyadaman:
👉 Mobile Data and
👉 Wifi
Yoo Mobile Data fayyadamnu
Wantoota armaan gadii gochuu qabna!!
Kunis:
1. Mobile data(Qarshii) akka nuuf qusatuuf setting bilbilaa keessa gallee "restrict background data" irra kaa'achuu qabna.
2. Setting addatti Telegram qabu keessa seenuun sireessuu dha.
Heeyyama keenya malee 'file' kamiyyuu download hin godhu!
App Telegram kamiyyuu
→→→→↓↓↓↓↓
Setting isaa keessatti
👉 When using mobile data
👉 When using wifi
kan jedhu qaba.
✍️ Isin data fayyadamaa yoo jiraattan
When using mobile data kan jedhu tuquudhaan box isiniif fidu hundumaa irraa kaasaa!
— Photo
— File
— Gifs
— Video
Kan jedhu hundumaa cufaa SAVE Godhaa!!!
Kana booda suuraas ta'ee file kamiyyuu yoo isin heeyyamtaniif malee Download hin godhu!!
📌 @Lalisa_T_Ayana
#share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa ❤
⭐Follow my social media account ⬇️
Facebook add ➡️ https://www.facebook.com/lalifb
Telegram channel ➡️ T.me/Lalisa_T_Ayana