11. I am still here
Amma yoonaa asuman jira
12. I still love you
Amma yoonaa sin jaaladha
13. I still miss you
Ama yoonaa sin yaada
14. I am close with him
Isatti nan dhiyaadha
15. I am close to my dad
Abbaa koo faana walittin dhiyaadha
16. My house is close to my workplace
Manni koo bakka hojii kootti dhiyoodha.
17. I am not jealous of anyone
Ani nama kamittiyyuu hin inaaffu
18. Are you jealous of me?
Ati natti inaaftaa?
19. she is famous of being late
Isheen barfachuudhaan beekamti
20. What are you famous for?
Ati maaliin beekamta?
21. He is famous for football
Inni kubbaa miilaatiin beekama.
22. I am bored
Na dabbare.
23. Are you bored with me?
Ani sin dabbaree?
24. What are you bored with?
Maaltu si dabbare?
@Now_speak_english
Amma yoonaa asuman jira
12. I still love you
Amma yoonaa sin jaaladha
13. I still miss you
Ama yoonaa sin yaada
14. I am close with him
Isatti nan dhiyaadha
15. I am close to my dad
Abbaa koo faana walittin dhiyaadha
16. My house is close to my workplace
Manni koo bakka hojii kootti dhiyoodha.
17. I am not jealous of anyone
Ani nama kamittiyyuu hin inaaffu
18. Are you jealous of me?
Ati natti inaaftaa?
19. she is famous of being late
Isheen barfachuudhaan beekamti
20. What are you famous for?
Ati maaliin beekamta?
21. He is famous for football
Inni kubbaa miilaatiin beekama.
22. I am bored
Na dabbare.
23. Are you bored with me?
Ani sin dabbaree?
24. What are you bored with?
Maaltu si dabbare?
@Now_speak_english