✔️Paws Telegramii Kan Gadhisee Seera Haraa Telegramin Baseen። kunis Telegram mini-appi Irratti Projectonni Ademan Ton Blockchainidhaan Akka Fayyadaman Dirqisisaa።
✔️Paws Akka Jedhan Blockchainii Fi Waletii Barbaadan Irratti Akka Fayyadamu Barbadan Ibsanii, Dabalanis Telegramin Hanga Ammaa waan Godheefii Galateefataniru።
✔️Amman Booda Odeffanoon Hunduu Website Irratti Kan Jiru Waan Ta'ef Isaan Hordofuu Ni Danddesuu
🔗
PAWS WEBSITE LINK