14/06/2017
#SIRREEFFAMA
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2017 Fudhatan Hundaaf
-----
Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2017 Kutaaleefi qabiyyeewwan qormaatni keessaa qophaa'u beeksisuun keenya ni yaadatama.
kutaaleefi qabiyyeen qormaatni keessaa qophaa'a jennee dhiheessine #hunduu_akkuma_jirutti ta'ee,
Gosni Barnootaa Ikoonomiksii garuu saba barnoota haaraa ta'eef #Kutaa_12ffaa_keessaa_qofa akka qophaa'u murtaa'era.
Kanaafuu, Barnoota #Ikoonomiksii_kan_kutaa_12ffaa_qofarratti akka qophooftan beeksfina.
14/06/2017
#ማስተካከያ
በ2017 ዓም የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ለሚወሰዱ ተማሪዎች በሙሉ።
ከዚህ በፊት የገለፅነው የዝግጅት ሂደት በሁሉም የትምህርት ዓይነቶች ላይ እንደተጠበቀ ሆኖ #የኢኮኖሚክስ_የትምህርት_ዓይነት ግን በስርዓተ ትምህርቱ አዲስ የተጀመረ ከመሆኑ ጋር ተያይዞ #በ12ኛ_ክፍል_ይዘት_ላይ_ብቻ ተመስርቶ የሚዘጋጅ ይሆናል።
#Oromia_Education_Bureau #Tolaa_Bariisoo_Gadaa