Ortodoksii Tawaahidoo Tube


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Economics


Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan!
Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu!
Contact us :- @ortokoo_bot

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Economics
Statistics
Posts filter


Forward from: Ortodoksii Tawaahidoo
Ifoota Addunyaa kan jedhaman Duuka Bu'oonni Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluun Phaawuloos eenyu fa'i!

Link kanaa gadi jiru tuquun guutummaa Qabsuuraa fi Seenaa isaanii ajaa'ibaa dubbisaa! irraa baradhaa!

👇👇👇

Duuka Bu'icha Qulqulluu Pheexiroos

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html

Duuka Bu'icha Qulqulluu Phaawuloos

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html

#Share taasisuu hin dagatiinaa!


Luboota Digdami Arfan Samii

• Luboonni 24'n Samii eenyu fa'i?
• Maalif 24 qofa jedhaman?
• Dhuguma lakkoofsi ykn baay'inni isaanii 24 qofaa?
• Luboota lafa irra jiran irraa maaltu adda isaan baasa?

Hiikoo Andimtaa Mul'ata Yohaannis irratti kan hundaa'e. Link jala jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/luboota-digdami-arfan-samii_23.html


Tulluu Ejersaa

Baga Torbee shanaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!

Torbee Shanaffaan maalif «Dabra Zayit» jedhame?

Mallattoowwan dhufaatii lammaffaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos maal maalidha? hiikoon isaanii hoo?


https://bit.ly/4iE1DQ3
https://bit.ly/4iE1DQ3




Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Qulqulluun Abbaan keenya Abuna Aragaawwiin eenyudha?

Baga guyyaa Yaadannoo abbaa keenya Abuna Aragaawwii nagaadhaan geessan!

• Seenaa fi Qabsuura Abuna Aragaawwii
• Qulqulloonni saglan eenyu fa'i?
• Qulqulloonni saglan biyyoota kam kam irraa dhufan?
• Abuna Aragaawwiin Mana Kiristaanaa keenyaaf bu'aa maal maalii buusan? Qulqulloonni saglan hoo?

Waa'ee Abbaa keenya Abuna Aragaawwii link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/35ha9DX
https://bit.ly/35ha9DX


𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹

𝗕𝗮𝗴𝗮 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗬𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹 𝗻𝗮𝗴𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝗻 𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻!

𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹

♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?

♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?

♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝘒𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘯𝘪𝘪𝘧𝘪 𝘬𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘯 𝘣𝘪𝘳𝘰𝘰 𝘸𝘢𝘢'𝘦𝘦 𝘘𝘶𝘭𝘲𝘶𝘭𝘭𝘶𝘶 𝘙𝘶𝘧𝘢𝘢'𝘦𝘦𝘭 𝘭𝘪𝘯𝘬 𝘬𝘢𝘯𝘢 𝘵𝘶𝘲𝘶𝘶𝘯 𝘥𝘶𝘣𝘣𝘪𝘴𝘢𝘢!

👇👇👇

https://bit.ly/3Fp3eWw
https://bit.ly/3Fp3eWw


Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Kabaja Ayyaana Qulqullootaa akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti

♦ Ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajaman,
♦ Ayyaanota ji'a ji'aan kabajaman,
♦ Ayyaanota Gurguddoo fi Xixiqqoo Gooftaa saglan,
♦ Ayyaanota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam 33'n fi Ayyaanota gurguddoo 5'n,
♦ Guyyoota Wangeelaawwiiwwan fi Duuka bu'oonni itti yaadataman,
♦ Guyyoota Qulqulloonni Saglan itti yaadataman,
♦ Ayyaanota Tsooma Guddaa Gooftaa waliin wal qabatan,
♦ Guyyoota Yaadannoo Abbootii, Luboota, Raajotaa fi Mootota Kakuu
Moofaa keessa turanii,
♦ Guyyoota Abbootiin ykn Beektonni Mana Kiristaanaa Kakuu Haaraa Duuka Bu'oota booda ka'aan itti yaadataman,
♦ Qulqulloonni Dubartoonni 36'n guyyoota itti yaadataman,

Kanneenii armaan olii hundumayyuu iddoo tokkotti dubbisuuf link kanaa gadi jiru tuqaa!
#Share taasisuu hin dagatiinaa!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/433qhVv
🔗 https://bit.ly/433qhVv


𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥

Baga jalabultii guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel nagaadhaan geessan!

♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?

♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?

♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3Om035R
🔗 https://bit.ly/3Om035R


Bitootessa 10

Baga guyyaa yaadannoo Fannoon Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos iddoo itti awwaalamee bahee nagaadhaan geessan!

Waa'ee Seenaa Awwaalamuufi Baafamuu Fannoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos fi waa'ee Fannoo link kana tuquun guutummaa isaa dubbisaa!


🔗 https://bit.ly/4eoD3kg
🔗 https://bit.ly/4eoD3kg


Tsoomii Guddaa

Torbeewwan Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha Iyyesuus Kiristoos torbee tokkoffaa irraa kaasee hanga torbee Arfaffaatti link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

👇👇👇

Tsoomii Guddaa


https://www.qubeeonline.com/2022/03/tsoomii-guddaa.html?m=1

1️⃣ Zeweredee

🔗 https://bit.ly/35sdJM0
🔗 https://bit.ly/35sdJM0

2️⃣ Qulqulleettii

🔗 https://bit.ly/3Cysl8m
🔗 https://bit.ly/3Cysl8m

3️⃣ Mikuraab

🔗 https://bit.ly/3ivgu1P
🔗 https://bit.ly/3ivgu1P

4️⃣ Matsaaguu

🔗 https://bit.ly/3iF0WZk
🔗 https://bit.ly/3iF0WZk


Luba Malka Tsedeeq

💠 Lubni Malka Tsedeeq eenyudha?
💠 Lubummaan Malka Tsedeeq Lubummaa Leewwotaa irraa maaliin adda?
💠 Lubummaan Malka Tsedeeq fi Lubummaan Gooftaa maaliin wal fakkaatu?

Waa'ee Luba Malka Tsedeeq link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

Kutaa 1ffaa

👇👇👇

https://bit.ly/3FprPcP
https://bit.ly/3FprPcP

Kutaa 2ffaa

👇👇👇

https://bit.ly/3vdhJKz
https://bit.ly/3vdhJKz


Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Torbee Arfaffaa Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos

Matsaaguu

Link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3iF0WZk
https://bit.ly/3iF0WZk


Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Teessoo Sillaasee kan baatan Bineensonni Arfan ykn Kiruubeel eenyu fa'i?

♦ Koochoowwan isaanii meeqa?
♦ Maal maaliin fakkeeffamu?
♦ Tajaajilli isaanii maal maalidha?
♦ Iji isaanii meeqadha? maalif isaan fayyada? Koochoon isaanii hoo?
♦ Kitaabni Qulqulluu hoo maal jedha?
♦ Biyya keenya keessatti Manni Kiristaaanaa isaanii eessa eessatti argama?

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! barnoota barbaachisaa waan ta'eef hundumti keessanuu dubbisaa! Share waliif taasisaa!

👇👇👇

Kutaa 1ffaa

https://bit.ly/2ZwLUij
https://bit.ly/2ZwLUij

Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/3CiHXw0
https://bit.ly/3CiHXw0


𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚

Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan!

♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚!
♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐝𝐡𝐚?
♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢?
♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐟𝐚'𝐢?

𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢  𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚!

Akkasumas bakka INSTALL jedhu tuquun Application keenya buufadhaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3qC1a7f
https://bit.ly/3qC1a7f


Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe!

♦ Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha?
♦ Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e?
♦ Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama?

Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa!

https://bit.ly/3FJu1xe
https://bit.ly/3FJu1xe


Baga jalabultii guyyaa yaadannoo boqonnaa abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qiddus nagaadhaan geessan!

Bitootessa 5

Waa'ee boqonnaa abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qiddus link kana tuquun guutummaa isaa website keenya irraa dubbisaa!


https://bit.ly/4kQ9eMM
https://bit.ly/4kQ9eMM


Baga Kabaja Guyyaa Ayyaana Yaadannoo haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Ba'aataa Maariyaamiin nagaadhaan isin gahe!

Link kana tuquun waa'ee Ba'aataa Maariyaam dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3mNrtq1
https://bit.ly/3mNrtq1


Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Hiikoo Andimtaa Wangeela Qulqulluu Maatewoos

Kutaa 1ffaa

Maat. 1:1-5

🙏 Hidda dhaloota gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos
🙏 Gooftaan keenya Dubroo Maariyaam irraa sanyii dhiiraa malee dhalachuu
🙏 Yooseef hanga Dubroon Maariyaam hanga ilma ishee jalqabaa deessutti ishee kan hin barre ta'uu isaa, dhoksaattis ishee dhiisuuf akka yaadee
🙏 Boqonnaa 1 irratti maalif «Ilma Daawwit, Ilma Abrahaam» jedhame?
🙏 Wangeela Maatewoos kana irratti Yisihaaq qofa maalif caqase?
🙏 Ijoollee Yaa'iqoob keessaa Yihudaa qofti maalif caqasame?

Kanneenii fi kanneen biroo hiikoo Andimtaa Wangeela Qulqulluu Maatewoos boqonnaa 1 link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3qdRMaZ
https://bit.ly/3qdRMaZ


Hiikoo Andimtaa Wangeela Maatewoos | Seensa /2/

🌷 Barbaachisummaa Hiikoo Andimtaa
🌷 Gosoota Hiikoo akka Mana Kiristaanaa keenyatti
🌷 Hiikoo Iccitii fi Hiikoo baaqqee
🌷 Jalqabbii Hiikoo Andimtaa
🌷 Barnoota Hiikoo biyya keenya Itoophiyaatti fi k.k.f dha.

💕💕💕💕💕💕💕💕

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3oRpgeZ
https://bit.ly/3oRpgeZ


Hiikoo Andimtaa Wangeela Maatewoos | Seensa /1/

♦ Wangeela jechuun maal jechuudha?
♦ Wangeela kan jedhaman meeqatu jiru?
♦ Fakkeenyonni Wangeelota Arfanii maal maal fa'i? Hiikoon isaanii hoo?
♦ Akka Kitaaba Qulqulluutti Wangeela jechuun kan beekaman maal maalidha?
♦ Qulqulluu Wangeelli maalidha?

Link kanaa gadi jiru tuquun hundumayyuu dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3A9rRZo
https://bit.ly/3A9rRZo

20 last posts shown.