Reading PDF


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Books


Kitaabilee irraa barachuu dandeessan bifa PDF tiin ni argattu.
Oromoo PDF
English PDF
አማርኛ PDF
@Spiritual_PDF
Contact: @Getu_Abera Or @GetIdeas_bot

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Books
Statistics
Posts filter


🎲Jaalala keessatti " 😀" wanti guddaan miira walii ciminaan hubachuudha. Sababni isaa... ↪️ See More

▶️ See More
See More


Ergaalee Jaalalaa 10...➡️ See More


💔 Laafinnii fi Ciminni shamarranii wantoota gurguddoo 10 irratti Akka hundaa'u quba qabduu??.... ↪️ See More

➡️ See More
See More

As tuquudhaan itti fufaa dubbisaa!


✔ Wantoonni gaariin jireenya keessatti salphaatti hin dhufan. Yeroo rakkinaa fi qormaata guddaa keessa darbitu, jireenyikee waan yeroo dheeraaf hin turre utuu hin taane, waan ati bara baraan akka qabeenyaatti ilaaltee itti gammaddu waan siif qabaachuu malu siif qopheessu ta’uu danda’a...
👉 Itti fufaa dubbisaa

🌐 As tuqaa >> See More
As tuqaa >> See More

Welcome 🤗


🌸 Sababiilee hin yaadamne gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan... ↪️ See More

             👇👇👇
             ✨banaa✨
         .  ✨banaa✨
               👆👆👆👆


🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯


💥 Jaalala keessatti wanti dagatamuu hin qabne gurguddoon 10 kanneen beektuu?... 👉 See More

➡️ See More
See More


❤️‍🩹 “Gaarummaa fi tasgabbiin, obsi, badhaasa Rabbi Warra isa dhaga'aniif kennudha... Itti fufii dubbisi,...↪️ As tuqi
👍💘
👇👇👇

         █║ █▀█ █║█ '█▀
         █║ █║█║██║█▀
         ▀▀ ▀▀▀    ▀.   ▀▀


🛒 Sponsar: Love and Truth


Forward from: GECH PDF
Faayidaan Kitaaba Dubbisuun Maali?

📚 Faayidaaleen dubbisuu barbaachisummaa kitaaba dubbisuu ibsan 10 kunooti. Guyyaa guyyaan yeroo dubbistu ati:

1. Beekumsa gatii guddaa qabu argatta.
2. Sammuu kee dammaqaa taasifta.
3. Xiyyeeffannoo kee fooyyessita.
4. Yaadannoo kee cimsatta.
5. Sammuu kee bashannansiifta.
6. Dandeettii namaaf yaaduu fooyyessita.
7. Dandeettii walqunnamtii kee fooyyessita.
8. Dhiphina hir’ifta.
9. Fayyaa sammuu kee eeggatta.
10. Umurii dheeraa jiraatta.

@Gech_pdf


10 Psychology Books That Explore the Depths of the Subconscious Mind

1. The Hidden Spring by Mark Solms
2. The Expectation Effect by David Robson
3. Consciousness and the Brain by Stanislas Dehaene
4. Thinking, Fast and Slow by Daniel Kahneman
5. Psych by Paul Bloom
6. How to Know a Person by David Brooks
7. Incognito by David Eagleman
8. The Power of Your Subconscious Mind by Joseph Murphy
9. Subliminal by Leonard Mlodinow
10. Seven and a Half Lessons About the Brain by Lisa Feldman Barrett

📱 @Reading_pdf




Forward from: GAGGEESSUMMAA
Dubbiilee Gaggaarii Guyyaa Guyyaadhaan ofirratti Dubbachuu Qabdu ✍️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Ani nama gaarii dha!
2. Ani bareedaadha!
3. Ani nan hojjedha!
4. Ani nan jaaladha!
5. Ani dhiifama godha!
6. Ani nama mul'ata qabudha!
7. Ani nan galateeffadha!
8. Ani nama abjuu qabudha!
9. Ani nan baradha!
10. Ani nan dubbisa!
11. Ani nama gadi jedhudha!
12. Ani obsa nan qaba!
13. Ani ajajamaadha!
14. Ani nama milkaa'aa dha
15. Ani tattaaffii godha!
16. Ani fayyaa qaba!
17. Ani dhaggeeffataa dha!
18. Ani nan gammada!
19. Ani dureessa!
20. Ani nama kabaja qabudha
21. Ani nama dubbii koo eegudha!
22. Ani amanamaa dha!
23. Ani carraa qabeessa!
24. Ani gaggeessa dha!
25. Maallaqa koo sirnaan itti fayyadama!
26. Ani nama kennudha!
27. Ani nama yaada gaarii qabudha!
28. Ani nama gatii guddaa qabudha!
29. Ani jabaadha!
30. Yerootti sirnaan fayyadama!
31. Ani nama tasgabbaa'adha!
32. Ani michuudha!
33. Ani namummaa gaarii qaba!
34. Ani boqonnaa qaba!

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa


FAAYIDAA DUBBISUU

Kitaabonni dhuguma hiriyyoota kee warra ciccimoodha. Sababni isaas yeroo isaan irratti hirkachuu amaleeffattu miirri nama nuffisiisuu fi mufachiisu, dhiphinni, kophummaan yookiin ni aariin gonkumaa sitti hin dhaga'amu. Yeroo barbaaddetti si waliin deemuu fi miira kee guddisuu danda'u. Yeroo kamiyyuu odeeffannoo fi beekumsa siif qoodu. Kitaabonni gaariin yeroo hunda jireenya keessatti daandii sirrii irra si qajeelchu.

Faayidaaleen Kitaabilee Dubbisuu Maal fa'a:–

Of Fooyyessuu: Dubbisuun yaada gaarii akka qabaattu si gargaara. Dubbisuun barbaachisaa waan ta’eef sammuu kee guddifattee hubannoodhaan akka gaggeeffamtu su taasisa. Beekumsa garmalee akkasumas muuxannoo fi barumsa jireenyaa si gonfachiisa. Waan tokko ariitiidhaan hubachuuf si gargaara. Addunyaa naannoo kee jiru caalaa sammuun kee akka socho'u taasisa, ni guddisa. Dandeettii kalaqaa kee jabeessa.

Dandeettii Walqunnamtii: Dubbisuun jechoota kee fooyyessuu fi dandeettii walqunnamtii (hariiroo) kee ni guddisa. Akkaataa dubbii kee kalaqaan itti fayyadamtu akka cimsattu si gargaara. Walqunnamtiin gaariin gama jireenyaa hundumaa keessatti barbaachisaa dha.

Beekumsa Dabala: Kitaabonni aadaa, duudhaa, aartii, seenaa, teessuma lafaa, fayyaa, xinsammuu fi dhimmoota gama jireenyaa biroo hedduu akka ilaaluu dandeessu si taasisu.

Dhiphina Hir'isa: Kitaaba gaarii dubbisuun addunyaa haaraa fi dhiphina guyyaa guyyaa kee akka salphistu si gargaara. Waan gaarii hedduu qaba. Sammuu, qaamaa fi lubbuu kee irratti dhiibbaa gaarii geessisa. Sammuu kee ni kakaasa, maashaaleen fayyaa kee cimaa akka ta’u taasisa.

Gammachuu Guddaa Kenna: Kitaaba tokko yeroon dubbisu gammachuudhaaf dubbisa. Al tokko Kitaaba akka malee na booji'e gonkumaa dhiisuu hin barbaadu, dubbisuu nan jalqaba hangan xumurutti. Yeroo hunda kitaaba gaarii dubbisuun gammachuu guddaa kenna.

Kunuunsa Yaadaa: Dubbisuun gara addunyaa yaadaa fi kalaqa kee guddisuutti si geessa. Dubbisuu ilaalcha adda addaatiin qoratta. Osoo kitaabota dubbistuu yaada, suuraa fi yaada haaraa fi kalaqaan sammuu kee ijaaraa adeemta. Akka kalaqaan yaaddu, bilisummaadhaan akka yaaddu fi yaada kan kee akka fayyadamtu si taasisa. Kunis yaada (imagination) jedhamuun beekama.

Dandeettii xiinxala kee ni guddisa: Dubbisa sochii qabuun gama jireenyaa kallattii hedduun qoratta. Waan dubbiste gaaffii keessa galchuun yaada kee guddifatte akka ibsitu si gargaara. Yaadonni haaraan dubbisa sochii qabuun sammuu kee keessatti akka ka'anii fi hiika barbaachisaa akka uumtu si deeggaru.

Nuffii Hir’isa: Marsariitiiwwan hawaasummaa hunda irraa ta'uu baatus wanta gaarii barbaaddee argachuun dubbisuun adeemsa nuffisiisaa ta'uu danda'a. Kitaabni harka kee irra jiru garuu haala nuffisiisaa irraa si oolchu.


Goolaba

Amalli dubbisuu amaloota gaarii namni tokko qabaachuun barbaachisudha. Kitaabonni hiriyyaa kee isa guddaa ta'uun isaanii sababa qabatamaa fi guddaa qaba. Kanaaf amala dubbisuu gaarii horachuun baay’ee barbaachisaa dha. Hundi keenyaa dubbisuu qabna. Guyyaa guyyaan yoo xiqqaate daqiiqaa 30f firii mi’aawaa kana argachuu. Bakka tasgabbaa'aa taa'anii gammachuu guddaadhaan dubbisuu. Kitaaba gaarii dubbisuun muuxannoo hunda caalaa nama gammachiisu qabaachuun ni danda’ama.

@Reading_pdf
@Reading_pdf


✍️ Maaliif Dubbisuu Jibbina? | Inspired by George Orwell

🤔 Meeqa keenyatu ishuman amma barreesse kanayyuu osoo hin dubbisiin nuffee dhiisa laata 🤷‍♂️

📚 "Ajaa'iba mitii? Addunyaa beekumsaan liqimfamte keessatti, baay'een keenya kitaabota irraa fagaanna. Maaliif? Dubbisuu jibbuu keenyamoo dhiibbaa isaa faana wal qabateedha? Hawaasni dubbisuu gara dorgommiitti jijjiireera—dorgommii dandeettii keenya mirkaneessutti." Garuu, bakka tokkotti, fuula kitaaba sanaa gidduutti, gammachuu seenaa kitaaba sana keessaa argannu dhabneerra.

💡 Tarii dubbisuu hin jibbinu ta'a. Tarii dhugaawwan kitaabonni mul’isan, miira isaan dammaqsan, ykn yakka seenaa hin xumuramne isaan mul'isan sodaannee ta'a. Dhiibbaa armaan olii kana yoo gadhiifnee bilisa taane, bareedina jechoota keessa dhokate deebifnee argachuu dandeenya."

🌟 Kitaaba | Gorsa | Jireenya 🌟

@Reading_PDF
           @Reading_PDF


"Sababoota lamaaf kitaaba dubbifna: tokkoffaa itti bohaaruuf, lammaffaa ammoo ittiin of tuuluuf." 𝐵𝑒𝑟𝑡𝑟𝑎𝑛𝑑 𝑅𝑢𝑠𝑠𝑒𝑙𝑙

'Sadaffaan ammoo irraa barachuuf' jedheellee itti hin daballe, falaasaa rukutamaan kun.


👍 -- Dhugaa
😌 -- Soba Jechuun react godhaamee!

@Reading_PDF
@Reading_PDF


@Reading_pdf A-Pair-of-Schoolgirls.pdf
768.1Kb
❯❯❯ ░ READING PDF 📚

📚 A Pair of Schoolgirls
A Story of School Days
By Angela Brazil

#Angela_Brazil
#Young_readers_book

Page-165 █ Size-768KB
sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ
  @Reading_PDF
  @Reading_PDF
        🔺ᴊᴏɪɴ🔺


psyco cybernetics.pdf
1.2Mb
By Dr. Maxwell Maltz
@Reading_PDF

Psyco Cybernetics
👤 By Dr. Maxwell Maltz
  📆 1960

Page-304 █ Size-1.2MB
sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ💯sʜᴀʀᴇ
     @Reading_PDF
     @Reading_PDF
        🔺ᴊᴏɪɴ🔺


Warri kaameeraan bilbila keessanii HD miti ta'e baga gammaddan, kunoo kaameeraa fageenya irratti qulqullina olaanaadhaan isiniif kaasu App ajaayibaa isiniif fidneerra abbaan fedhu buufachuu danda'a
Install
👇🏿
https://apk.kbibleverse.com/hd-camera


#Hojii_Online

Namni amma Online irra jiru  Carraa kana of hin dabarsin, Post Kun Sa'a 1 booda ni Bada. jalqaba link Kana Tuquudhaan Seenta Ajaja muraasa erga Raawatte Booda, app Buufattee Hojii Online irraa Maallaqa argattu Jalqabuu Dandeessa, ammuma link kanaan Seenii.

🔗👉 https://tinyurl.com/5bv7xw2d
https://tinyurl.com/5bv7xw2d


🆕 Carraa hojii Guddaa L-MIS namoota 43,500 hirmaachisuuf baase quba qabduu laata? As tuquun guutummaa isaa argadhaa...➡️ See More

💬 See More
💬 See More


#Kum-Neger
Guyyuudhaan waan haaraa isiniif qabannee dhufna! App kun #Kum_Neger jedhama, ykn ቁም ነገር - Dating App warri hin fuune biyya keessaa fi biyya alaatii gaa'elaaf wal barbaadaniif kan hojjetameedha, review star 3.7 kan qabuudha. Namni barbaadu hin dhibu #Install godhachuuf link gadii cuqaasuudhaan argattu
👇🏿
https://apk.kbibleverse.com/kum-neger


$7/Day=Guyyaatti Doolar Torba

Ton ammas bifa biraadhaan dhufee jira. Guyyaatti Ton1 yookaan Doolar 7$ walitti qabdanii gara telgram Wallet keessanii withdraw gochuu dandeessu,jalqabuuf
👇
https://t.me/AGIcoins_bot/startapp?startapp=6098914904


Hojii harkakee jiru fagoo hin deemin😘
USDT 355$ kun torban lama kan Telegram Bot kanaan hojjetameedha, tahus withdraw gochuuf Diamond walitti qabuudha, baayee salpaadha san booda gara Rovex irraan telegram wallet keessanitti baafachuu dandeessu, yoo isin rakkise comment irratti nuuf barreessaa
👇
https://t.me/coinegg_miner_bot/miniapp?startapp=kBNoWEHfEAB7w3q339B

20 last posts shown.