Posts filter


Kabajamtoota maamiltoota keenyaa, Baankiin keenya amanamummaa, kabajaa, fi hammattummaa giddugaleesa godhatee maamiltoota isaa tajaajiluuf kutannoo qabuun walqabatee, dameewwan keenya hunda irratti Torban Maamiltootaa kabajaa jirra. Dameelee Baankii keenya isiniitti dhihoo jirruti argamuun tajaajila saffisaa ta'e argadhaa!
Torbee maamiltootaa gaarii!

ውድ ደንበኞቻችን፣
ባንካችን ታማኝነትን፣ አክብሮትንና እና አካታችነትን የአግልግሎት ዕሴት አድርጎ ለመስራት ያለውን ቁርጠኝነትን መሰረት በማድረግ፣ በሁሉም የባንካችን ቅርንጫፎች የደንበኞች ሳምንት እያከበርን እንገኛለን፡፡ እርሶም በአቅራብያ ባለዉ ቅርንጫፍ ብቅ ብለዉ ቀልጣፋ አገልግሎቶቻችን ያግኙ!
መልካም የደንበኞች ሳምንት! 

Dear Valued Customers!
As part of our commitment to serve our valued customers with Integrity, Respect, and Inclusivity, we are celebrating customer week starting from 20 January 2025. Visit Siinqee branches and enjoy swift services!
Happy Customer Week!

Tajaajila baankii keenyaa ilaalchisee odeeffannoo barbaaddan kamiifuu 871 irrati bilisaan nuuf bilbilaa.


#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER


Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Hordoftoonni amantaa kiristaanaa marti baga Ayyaana Cuuphaa nagaan geessan!!

ለክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለጥምቀት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Hordoftoonni amantaa kiristaanaa marti baga Jala Bultii Ayyaana Cuuphaa nagaan geessan!!

ለክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለከተራ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER


Liqii Idilee Baankii Fi Maayikiroo Faayinaansiin Alatti, Faayinaansiingii Qonnaa Dhala Irraa Bilisaa ABIF fi Faayinaansiingii Dubartootaa Dhala Irraa Bilisaa Murabaha, Tajaajila Damee Maayikiroo Faayinaansii Baankii Siinqee Irraa Fayyadamoo Ta’uu Dandeessu.

ከመደበኛ የባንክና የማይክሮፋይናንስ ብድሮች በተጨማሪ፣ አቢፍ (ABIF) ከወለድ ነጻ የግብርና ፋይናንሲንግና እና ሙራባሃ ከወለድ ነጻ የሴቶች ፋያንናንሲንግን፣ ከሲንቄ ባንክ የማይክሮፋይናንስ ዘርፍ አገልግሎት ተጠቃሚ መሆን ይችላሉ፡፡ እነዚህ አገልግሎቶችን ለማግኘት፣ ባቅራቢያዎ የሚገኙ የሲንቄ ባንክ ቅርንጫፎችን ይጎብኙ!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank, Mercy Corps Ethiopia Signs MoU

Siinqee Bank has signed a Memorandum of Understanding with Mercy Corps Ethiopia to work together on facilitation of inclusive financial services for Productive Safety Net Program (PSNP) households in West and East Hararghe Zones of Oromia Regional State.  
The MoU is also aimed at developing a sustainable access to finance linkage model for PSNP communities with Siinqee Bank as a viable market segment. The MoU was signed by Siinqee Bank President Mr. Neway Megersa and Mercy Corps Ethiopia Country Director, Mr. Edwin Kuria.

Baankiin Siinqee Mersii Koorpis Waliin Waliigaltee Walhubannoo Mallatteesse

Baankiin Siinqee dhaabbata Mersii Koorpis Itoophiyaa jedhamu waliin hojjechuuf waliigaltee walhubannoo mallatteesse. Sirni waliigalaltee mallatteessuu har’a, Amajjii 06 Bara 2017 A.L.I Finfinnee, waajjira muummee Baankii Siinqeetti bakka aangawoonni olaanoo dhaabbilee lamaanii argamanitti gaggeeffameera. Kaayyoo guddaan waliigaltichaas pirojektii ‘Highlands Resilience Activity’ jedhamu maallaqa USAIDn deeggaramu waliin hojjechuudhaan jiraattotaa fi dhaabbilee mayikiroo fi xixiqqaa dhiyyeessii tajaajila faayinaansiin ala jiraniif carraa hojii bal’aa fi hundagaleessa ta’e uumuudhaan guddina dinagdee isaanii utubuu ta’uunsaa beekameera.

ሲንቄ ባንክ ሜርሲ ኮርፕስ ኢትዮጵያ ከተሰኘ ድርጅት ጋር የመግባቢያ ሰነድ ተፈራረመ

ሲንቄ ባንክ ሜርሲ ኮርፕስ ኢትዮጵያ ከተሰኘ መንግሰታዊ ያልሆነ ግብረ-ሰናይ ድርጅት ጋር አብሮ ለመስራት የሚያስችለውን የመግባቢያ ሰነድ ዛሬ ጥር 6 ቀን 2017 ዓ.ም በባንኩ ዋና መ/ቤት ተፈራርሟል፡፡ የመግባቢያ ስምምነቱ በምዕራብና ምስራቅ ሀረርጌ ዞኖች የሚገኙ የሴፍቲ ኔት ፕሮገራም ተጠቃሚዎችን ቀጣይነት ባለው ሁኔታ በፋይናንስ ተደራሽ በማድረግ የኑሮ ሁኔታቸውን ለማሻሻል ያለመ ነው፡፡

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER






External Vacancy Announcement
1. Manager, Benefit and Reward Management (Re-Advertised)
2. Principal Trainer (Re-Advertised)
3. Trainer (Re-Advertised)
4. Senior Data Analyst II
5. Senior Mobile and Internet Banking Service Officer
6. ATM and POS Engineer
7. Senior Content Marketing Officer II
8. Digital Marketing Officer
9. Graphics Designer
10. Senior Cyber Security Analyst II

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Torban hojii milkaa’inaan guuttame isiniif haa ta’u!
ስኬት የተሞላበት የሥራ ሳምንት ይሁንልዎ!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Guyyaa Boqonnaa Dansaa Qabaadhaa!
Akkuma guyyoota kaanii Sambattanis karaa Tajaajiloota Baankii Dijitaalaa keenyaa isin tajaajilla.

መልካም የእርፍት ቀን ይሁንልዎ!
ልክ እንደሌሎች ቀናት፣ በእረፍት ቀናትም በዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎቶቻችን አማካይነት  እናገለግልዎታለን።


#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Siinqee Bank wishes you a blessed Juma filled with peace and love.

Make Siinqee Ihsan your first choice for interest free banking!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER


Baga Nagaan Ayyaana Qilleetiin Isin Gahe!

Ayyaanichi kan Nagaa, kan Gammachuu fi kan Waloomaa
akka isiniif ta’u hawwina.

Ayyaana Gaarii!
Baankii Siinqee
Tokkummaan Gara Milkaa’inaatti!

እንኳን ለብርሃነ ልደቱ በሠላም አደረሳችሁ!

በዓሉ የሰላም፣ የአብሮነትና የመተሳሰብ እንዲሆንልዎ እንመኛለን።

መልካም የገና በዓል ይሁንልዎ!
ሲንቄ ባንክ
በአንድነት ወደ ስኬት!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ
#EMPOWERED_TOGETHER

19 last posts shown.