๐™Ž๐™ช๐™˜๐™˜๐™š๐™จ๐™จย ๐™…๐™ค๐™ช๐™ง๐™ฃ๐™š๐™ฎ


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Psychology


With this channel,
๐Ÿ‘‰educational articles
๐Ÿ‘‰ Scholarly messages(qoutes)
๐Ÿ‘‰Motivational speeches
๐Ÿ‘‰Advice(advice)
๐Ÿ‘‰Job opportunities(job opportunity)
you will find
๐Ÿ‘‰Ways of success(ways of success)

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Psychology
Statistics
Posts filter


Amala namoota #sammuu
bilchaata qabanii Kunooti

(1,) Yeroo hundumaa sochii irratti argamu. Maaliyyuu yoo isaan mudate sochii isaani hin dhaaban. Yeroo isaani gubuu hin fedhan.

(2,)Jijjirama "baga nagaan dhufte jechuun" ni simatu. Mudannoo jijjiiramicha irratti jijjiramicha fiduu irratti isaan mudatus akkasuma ni fudhatu.

(3,)Gammachuu dhaabbataa ta'e qabu. Kufaatin iyyuu yoo isaan mudate akka carraa gaariitti waan fayyadamaniif gammachuun isaani hin hir'atu.

(4,)Namoonni akkasii kun Gaariidha, haqa qofa jaallatu. Waan itti dhaga'amee haasa'uufis eeyyama namaa utuu hin eegin dubbatu.

(5,)Milka'ina namoonni biroon goonfatanitti ni gammadu. Hinaaffa wanti jedhame jireenya isaani keessatti hin mul'atu.

(6,)Mudannoo milka'ina dursee dhufu fudhachuuf fedhii guutuu qabu.
Ati kamiin keessa akka jirtu of ilaali. Yoo hanqina qabaatte sirreeffachaa adeemi.

Namoota bilchaatoo jedhaman kanatti makamuuf ammuma irraa jalqabii sammuu kee irrattii hojjechuu eegali.


Halkan duraa guyyaa kee karoorfadhu.

Maaltu hojjete, maaltu hin hojjenne fi akkamitti boru fooyya'uu akka dandeessu yaadi.

Anaaf kun siree dura 30min journal sesh fakkaata.

Yeroo taa'ee, yaaddu fi barreessitu waa'ee ofii keetii hammam akka barattu si ajaa'iba.

๐Ÿ’ผHalkan duraa guyyaa kee karoorfadhu.

Maaltu hojjete, maaltu hin hojjenne fi akkamitti boru fooyya'uu akka dandeessu yaadi.

Anaaf kun siree dura 30min journal sesh fakkaata.

Yeroo taa'ee, yaaddu fi barreessitu waa'ee ofii keetii hammam akka barattu si ajaa'iba.


Seenaa Barsiisa kana namootni Afaan Oromooย  beektan dhaggeeffadha waa'ee dhabbata kana Breakthroughย  S.C
#Personal_development

#Tv_Mo'a

Leenjisaa kabbadaa Gadaa!

https://youtu.be/Oz81hUNZYbY?si=RjgenNAJF2Ug0ENh


Jireenya ofii keessatti yeroo hedduu addaa addummaa kan uumu #carraa argatanitti fayyadamuu fi fayyadamuu dhiisuudha. Carraan aduu miti naanna'ee dhufuu dhiisuu danda'a jijjiirama jireenya dinagdee keessatti wanti hundumtuu xiqqaa irraa jalqaba. Kanafuu xiqqoo irraa ka'uun hin sodaatamus hin saalfatamusย  Dr. Gutu Tesso

Namoonni baay'ee gaafa carraa waliin hojjanna kennituuf osoo sookoo fi soorgoo itti baasan carraa jaala darba.

Gaafa waan haaraa eegaltu..!.

Dhugaan ati beekuu qabdu, yeroo ati waan haaraa eegaltu, namni si deeggaru muraasa yookiin dhabamuu danda'a. Wanti kun hin fayyaduu, ni ulfaataa, miidhaa qaba, karaan kun sirrii miti, siif hin milkaa'u jedhanii sitti iyyu. Sababni isaa ofiif sammuu waan ati hojjechuuf kaate hojiitti hiikuu miti yaada isaayyuu hin qabani. Inumaayyuu akka ofiitti waan si ilaalaniif waan isaaniif hin danda'amneef atillee waan hin dandeenye isaanitti fakkaata.








ODUU AMMEE

Onkolooleessa 18/2017 A.L.I
Finfinnee Itoophiyaa

Waliigalteen Waliini Mallatteeffameera.

Waldaan Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireedingi Fi Faanaa Biroodkasting Korporeshiniin Televizhinii Faanaatin Waliigaltee Sagantaa Tamsaasa Televizhinii Dabarsuuf Isaan Dandeesisuu Mallatteessaniiruu.

Waliigaltichas Gaggeessaan Ol Aanaa waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireedingi Kan ta'an Obboo Abdulfataah Huseen Faanaa Biroodkaasti Korporeeshinii Waliin Mallatteessaniiru.
Waldaan Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireedingi Sagantaan Tamsaasaa Televizhinii Faanaa Biroodkaasti Korporeeshiniin Dabarsuu Agarsiisa Alfaa "Alpha Show" Qabiyyeen Isaa imala karaa jireenya Namoota xaarii isaanitin sadarkaa xiqqaa irraa ka'uun Ammati Sadarkaa Guddaa irra gahan kan daawwachiisuu, bohaartii fi barsiifata qabuu ta'uu obboo Abdulfataah Huseen dubbataniiru.


Waraqaallee Raga isa























20 last posts shown.