Walifan Tube


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Education


Dhugaan Siniin Jedha Chaanaalii Kanatti Dabalamtan Jechuun Addunyaa Beektotaatti Dabalamte Jechuudha
Yaadaaf Gaaffii Yoo Qabaattan Karaa bot keenyaa Nuuf Ergaa
@Abbulaabot

You Tube Keenya Subscribe Nuuf Godhaa
youtube.com/@Abbulaa?si=CMf6x1jExGUjxS5t

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Education
Statistics
Posts filter


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇


😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Seekondii 20 booda nii haqama 👀

Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊

Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵


Caaltee argamuu kan qabdu hiriyoota kee osoo hin taane, eenyummaa kee isa kaleessaa ta'uu qaba

🖋️@walifantube🖌️




Mo'uu Kan Dandeessu Yoo Sammuun Kee Miira Kee Irra Caalee Argamedha

@walifantube


Leenci iddoo tokko deemuu yoo barbaade karaa inni deemu irra bineensi baayyatus isa hin yaaddessu.

@walifantube


Eessaa geessa Namoonni siin jedhan

Dhumarratti baga geesse ,baga gammaadde,baga maqaa nu Waamsiste siin jechuuf jiru! Ati abdii hin kutin jabaadhu.

@walifantube




#Waan feetu# fi hawwitu yoo dhabde uumaa keettii hin gaddiin , inni waan barbaaddee osoo hin taane , waan si barbaachisuu siif rawwataa!

@walifantube


#Daandiin# ani irraa adeemaa jiru mijataa miti jettee duubaatti hin deebi'in. yeroo baay'ee karaawwan rakkisoo ta'an gara bakka bareedaatti waan nama geessanif

@walifantube


Waan tokko jalqabuu kee dura
Akkamitti akka xumurtu yaadi!

@walifantube


#Atuu Kitaaba#

Kitaabni addunyaa kanarratti dubbifame fi qoratamee bira hin ga'aamne nama.Namni uumama raajii fi humna addaa qabuudha. Kanaafuu, ofii kee kitaaba keessa barbaaddee of hin argatu.

Ati of keessa baddee jirta of barbaadi,of dubbisi. Ogummaan jalqabaa of beekuudha.

@walifantube


✅Of eeggadhu

➡️Namni qabeenya waan argatte  qofaaf sin jibbuu beeki,kan jiraachuun kee qofti hirriba dhoorkee halkan dammaqaa bulu hedduudha waan ta'eef of eeggadhu.
⤵️⤵️⤵️
@walifantube


Live Nu Waliin Seenuuf Fedhii Qabduu
Poll
  •   Eyyee Sirriitti
  •   Lakki
13 votes


Sammuun kee waan yeroo hunda ofitti irra deddeebitee dubbattu ni amana.  Jajjabina, jaalalaa fi ofitti amanamummaadhaan ofitti dubbadhu.  Ol Of kaasi.  Hiriyaa ofii ta'i.  Ati nama ajaa'ibaati, sana yaadadhu.  🤍

━━━━━━━━━━━
@walifantube🖌️


Waan kennite deebi'ee argadha jettee hin eegin.  Namni hundi onnee akka kee hin qabu.

━━━━━━━━━━━
@walifantube🖌️


#Wantoota #Ati Jireenya Keessatti
Gonkumaa Gochuu Hin Qabne 10n:

1. Icciitii fi dadhabina kee namoota hundumatti hin himiin. Eenyu akka icciitii fi dadhabina keetti fayyadamee si miidhuuf deemu hin beektu. Dammaqi!

2. Gonkumaa nama hin amaniin. Nama amanuun dhumarratti gaabbii fida. Nama kamiyyuu jaalladhu garuu nama tokkollee hin amaniin.

3. Warra kee fi maatii kee hiriyoota kee biratti hin tuffatiin. Hiriyootni kee filannoo fooyya'aa yeroo argatanitti si dhiisanii sokku. Yeroo hiriyootni kee si dhiisanii sokkanitti illee kan sitti hafu warra kee fi maatii kee waan ta'eef warra kee fi maatii kee kabaji.

4. Gonkumaa of hin shakkiin.
Hojii tokko akka hojjachuu hin dandeenyeetti yaadda yoo ta'e irra deddeebi'ii yaali. Garuu akka waan hojjachuu hin dandeenyeetti of hin amansiisiin.

5. Gonkumaa waan tokko baay'ee hin eegin. Wanti humnaa ol eegde laphee kee dadhabsiisa akkasumas saffisaan gara gadduutti si geessa. Yaada garaa kee eegi!

6. Gonkumaa nama hin miidhin. Haala akkamii keessa  adeemaa akka jiran hin beektu wanta ta'eef nama hin miidhiin.

7. Gonkumaa nama tokkotti hin murteessiin. Seenaa isaanii hin beektu. Tarii sababii murtii keetiif jijjiiramuu dhiisuu danda'u wanta ta'eef namatti hin murteessiin.

8. Gonkumaa namni kamiyyuu miirri hamaan akka sitti dhagahamu akka taasisuuf hin heeyyamiin. Of jaalladhu!
Karaa fooyya’aa ta’een of jijjiiri!

9. Gonkumaa wanti/namni kamiyyuu nagaa keessoo kee akka miidhu hin godhin. Nagaa keessoo kee caalaa wanti si'iif barbaachisaa ta'e hin jiru.

10. Gonkumaa nama tokkotti haala kabaja isaa gadi buusuun itti hin qoosin. Nama kamiyyuu kabaji. Nama kamiyyuu sammuun isaa akka jeeqamu hin godhiin.

@walifantube


Wantoonni ati BARBAADDU gonkumaa wantoota ati QABDU akka dagattu si hin godhin.

  ━━━━━━━━━━━
@walifantube🖌️


#Obboleessa#Ko Konkolaataa 🚘 Hin Qabu Jettee Ofitti Gaddaa Jirta Ta'a, Kun Garuu Sirrii Miti. Maaliif ? Jechuu Dandeessaa Anis Sababan Jedheefan Qaba Innis Maal Yoo Jette Kan Miilla 👨‍🦽 Hin Qabneyyu Jira Waan Ta'eef.
Inni Miilla Hin Qabnes Isa Miilla Qabu Ilaalee Gadduu Qaba Jechuu Koo Miti Sababiin Isaas Guyyaa Ha'raa Kana Kan Hin Agarre Baayy'eetu Jira Waan Ta'eef. Walumaa Galatti Kanan Jechuu Barbaadu Kan Qabdutti Gammadii Jiraadhu Jechuu Barbaadeeni

@walifantube

20 last posts shown.