👏 #Gadhiifameera👏
"SOOMA/SOOMII‼️"Ammas Irra-deebiin Baga Sooma Guddaa Gooftaa keenyaan isiniin gahe nuun gahe!!Qophii Dhimbiibbaa keenyaan, mata duree
"Sooma/Soomii" jedhuun isiniif qopheessine kutaa 1ffaa kana seenaa daawwadhaa; obboloota keessaniif qoodaa, tajaajilichas jajjabeessaa!
Qabiyyee - Kutaa 1ffaa👇
❓Sooma jechuun maal jechuudha? Yoom eegale? Barbaachisummmaan soomaa maali?
❓Soomni Doogmaa moo qannoonaa dha? Kanumaan wal-qabatee kiristaana tokkoof soomuun dirqama moo waan dabalataati? Fi kkf
Tajaajilicha jajjabeessuuf chaanaalii YouTube Miidiyichaa #Subscribe
, #Share
, #Like
fi #Comment akka gootan jaalala Gooftaatiin isin gaafanna!👇
https://youtu.be/-vEeXW6g56Q