Dirree Ispoortii


Channel's geo and language: Ethiopia, English


Buy Ad:-https://telega.io/c/DirreIsporti
CEO: @Ummiikoooooo
On this channel
👉🏻 You will learn about Crypto and ways to earn money
👉🏻You will learn about Airdrop And Tech
👉🏻 You will find various prize competitions

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Statistics
Posts filter


Deeggartoota Fenerbahce


🧑‍🎓Afaan furtuu waa maarati Afaan meshaalee dhalli nama hundi ittiin tajaajilaamudha.🗣

➡️Marre kana sababeefachuudhan namonnii mana kessan tettani karaa telegramni afaa Ingiliffaa Afaan oromootin barachuu barabadan hunduu @English_Oromo1 furmaata hundaa isiinf qabate dhufe jira.🫂

➡️Namonnii afaan Ingiliffaa barachuu barbaddan qofti chaanaalii kanatti makama afaan Ingiliffaa baraadha.👥

https://t.me/English_Oromo1
https://t.me/English_Oromo1


Maanchistar Yunaayitid kutaa amantii namoota amantii hundaaf ta'u kan yeroo tokkotti namoota 20 keessummeessuu danda'u qopheessee jira.


Garnachoon deeggartoota Yunaayitid 💔🇦🇷 dhiifama gaafate.


Kuni qabxii xiqqaa Riyaal Maadriid bara kana taphoota Laaligaa 26 erga taphatee booda Anchelootii jalatti galmeessedha:

qabxii 64 - 2013/14
qabxii 61 - 2014/15
Qabxii 60 - 2021/22 🏆
qabxii 56 - 2022/23
*Qabxii 65 - 2023/24 🏆🔝
Qabxii 54 - 2024/25 🔻


🔴⚫️✍ Tijani Reynders har'a AC Milan waliin waliigaltee yeroo dheeraa haaraa mallatteesse.

Maddi: [Fabrizio Romano] irraa argame.


✅Taphoota har'a taphatamu

💠Waancaa FA Ingliiz

11:00 🔰 Nootinghaam Ipiswiich waliin

💠Laaliigaa Ispeen

05:00 🔰 Viyariyaal Espanyool waliin

💠Seeriyaa Itaalii

04:45 🔰 Juveentuus Veroonaa waliin


🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Tapha FA Kaapii Inglaand amma taphatamaa jiru.

⏰Xumurame

Maan Yunaayitid 1-1 Fulhaam
⚽Burnoo 71' ⚽Kaalviin Baasii 45+¹

Penalitii maan Yunaayitid 3-4 Fulhaam


🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Hiriira Man.United Fi Hiriira Fulhaam

12:15 🔰 Man.united Fulhaam waliin

🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Wagga 3 Dura guyya Har'a ture Kan Luis Diaz Liverpool itti makame.


🚨𝐎𝐅𝐅𝐈𝐂𝐈𝐀𝐋

Gareen biyyaalessaa Biraazil taphattoota ishee tapha Internaashinaalaaf waamicha gooteef yoo ifoomsiterti.

ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Hiriira Baarseloonaa Fi Hiriira Riyal Sosedad

12:15 🔰 Barseloonaa Riyaal Sosedaad waliin


🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🏆 Kilaboota FA Kaappii Ingilaandin gara marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffatan:

✅ Barnimaawuz
✅ Piriiston
✅ Maanchistar Siitii
✅ Kiristal Paalaas
✅ Aston Viilaa

Taphoota hafan ⬇️

➡️ Nootingahaam ykn Ipswiich
➡️ Maan Yunaayitid ykn Fulahaam
➡️ Niwukaastil ykn Biraayitan

🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Oleganar Soolshaayer erga Leenjisaa Beeshkitash ta'een booda walitti aansuun taphoota jaha injifateera.

🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🚨BREAKING

💥Goolii eegaan kubbaa sekondii 8 ol yoo qabate abbaan murtii garee faallaaf kornaa ni badhaasa!

Seerri kun bara dorgommii dhufuuf Boordii Waldaa Kubbaa Miilaa Idil-addunyaa (IFAB)n raggaasifameera.


🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Taphoota FA Kaapii torbee kana taphataman.

💠Sambata
09:15 🔰 Kiristal Paalas Miil Wal waliin
09:15 🔰 Pristeen Barnileey waliin
12:00 🔰 Bornmaawuz Wolviis waliin
02:45 🔰 Maanchister Siitii Playmawuz waliin

💠Dilbata
10:45 🔰 Niwkastil Biraayteen waliin
01:30 🔰 Maan Yunaayitid Fulhaam waliin
04:30 🔰 Nootinghaam Ipswiich waliin


🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


🎙Ruben Amorim Garnacho tapha Ipswich waliin taasisan irratti yeroo jijjiirrame dirree gad dhiisee akka adabamu dubbateera.

"Garnaachoon kallattiin dirree waan ba'eef miseensota garee keenyaa hundaaf irbaata kaffala."


Odeeffannoon waa'ee shamizii kanaa bara itti aanutti Arsenaal ni fayyadama jedhamee eegamu fuula Arsenaal hedduu irratti naanna'aa jira.

ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️ @DirreIsporti   
ⓈⒽⒶⓇⒺ➡️➡️ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Tilmaama 90min taphoota FA Kaapii torbee kanaa iratti kenne.
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


#Ramadan

Soomni guddaan Ji’a Ramadaanaa guyyaa boruu Sanbata duraa eegala.
Warren amantaa muslimaa marti baga ittin isin gahe

Ramadan karem

🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti   
🅢🅗🅐🅡🅔➪ @DirreIsporti

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

20 last posts shown.