Burqaa Faarfannaa


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Art


Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
https://adsly.me/@farfannaahaaraa
@Burqaa43

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Art
Statistics
Posts filter


ከ17 ደቂቃ ቦኃላ ይጠፋል


የ 200 ብር ካርድ የሚያስሸልም ጥያቄ!

በኢትዮጵያ በጣም አስቸጋሪ የነበረዉ  ረሀብ መች አመተምህረት ነበረ


◇አክሽን ◇የጦርነት ◇የጫካ ◇የወንጀል  እንዲሁም የፍቅር ፊልም ሚመችክ ከሆነ አሁኑኑ JOIN  በለው  ይሄ ቻናል ምርጥ ምርጥ  ፊልሞችን በጥራትና በፍጥነት ያሳያል።  Join 👇👇


✔️ Less than 1 week since start and 1 day to finish Only One Remains.

✔️ Don't Miss Telegram Official

✔️ Start right now and do the task below

Click here to get started
ap
sB
https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=2057486609






Merga Abera _ Eenyu?

Join👉@farfannaahaaraa 🔴

3k 1 14 2 34



NAAF KENNI
Eyasu Bayisa
Mucaa qaxaleen kun farfanna bareeda mata dureen isaa naf kenni jedhu qabatee dhufeera
Farfannaan kun kan gadhiifamu YouTube isaa irraatti wan taef YouTube isa subscribe gochuun akka eegdan jaalala waaqayyuun isin gaafanna
Link isaa kuno👉👉https://youtube.com/@eyasubayisaofficial?si=0avACl3j-Ms63vyg


#Share. #share. #share

Join 👉 @farfannaahaaraa ☑️


Bassuu fi Harmee Bassuu haa deeggarru

rakkoon eelaa qabdi malee godaannisa hin qabdu


#JIJJIIRRAA_LOOGOO
Akkam jirtu maatiin,Maamiltoonnii fi Hordoftoonni Burka Graphics hundi keessan.
Har'a waan tokko isin beeksisuun dhufe; Innis akkuma isinuu beektanii fi argaa turtan  namoonni hedduun keessan guyyaa gaafan hojii kana eegalee irraa kaasee  yeroo gabaabaa keessatti hordoftoota hedduu horachuun hojiilee mimmiidhagoo garaagaraa hojjechaa haa jiraatu iyyuu malee dhoksaa guddaan milkaa'ina hojii kanaa Waaqayyoo gaditti tumsa isin karaa  gorsaa,yaadaa,Maallaqaa fi Ogummaa Waaqayyo isinii kenne hundumaan na jajjabeessitanii fi na cina dhaabattan ta'uu isaa bareera. Galata guddaa na biraa qabdu! Galatomaa isiniin jechuun jaaladha. Maarree ammas Burka Graphics'n yeroo ammaa kana akkuman armaan olitti ibse tumsa keessan yeroo maraa waliin yeroo ammaa kana immoo tajaajilaa fi qulqullina hojii isa duraanii irra daran dabalee guddachuu isaa irraa kan ka'e jijjiirraa loogoo gara  hojii dabalataa ani jalqabe agarsiisutti waan jijjiirameef ammas hojiilee barbaaddan ajajadhaa
BURKA GRAPHICS AND ADVERT

Join Channel 👉@burkagraphics





















20 last posts shown.