Faaruu Afaan Oromoo Ortoodoksi


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Religion


Faaru Afaan Oromoo Kan Ortoodoksi Tewaahido
Yeedaloo miidhagaa walaloosaa waliin argachuuf linki kana(@fromiorto)
Kara youtube keenyaas
https://youtube.com/channel/UCAoBPe5iNOpqkdzZnSdzdTQ argachuu dandeessu #follow godha
Yaada qabdaniif
@Fromiorto_bot

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Religion
Statistics
Posts filter






✝ Giyoorgis kottu abbaa koo✝

Giyoorgis kottu Abba koo
Giyoorgis kottu eegaa koo
Nagargaari guyyaa rakkoo(2)

Birooktaawitiin ati Kan gargaarte
Jabina amantii Kan nu barsiiste
Waaqa uumaakeef Kan amanamte
Gonfoo ulfinaas ni badhaafamte

Gonfoo mo'ichaa abboota kooti
Humnaaf ulfinaa mo'icha saani
Naafis jabina miidhagina koo
Daf nadhaqabi Giyoorgis abbaa koo

Daandii fayyinaa sana hordofte
Gonfoo ulfinaas ni badhaafamte
Baaburaan daakamtus summiin siif laatame
Jabinni amantii sirraa hin mulqamne

@fromiorto
@fromiorto
@fromiorto @Fromiorto_bot



































20 last posts shown.

3 962

subscribers
Channel statistics