Think Positive💡


Channel's geo and language: Ethiopia, English


Channel (Chaanali Kanaan)
👉For Professional Quotes
(Dubbi hayyotaaf)
👉For Motivational speeches (Barsiisa kaka'umsa sammuf)

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Statistics
Posts filter


Forward from: KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆
#Kaayyoodhugaa1

WANTOOTA SHAN GURGUDDOO KAN SAMMUU KEENYA MIIDHAN

1. Ciree ykn faxara nyaachuu dhisuu

2. Nyaatuma argattee nyaachuu, gosa nyaata filachuu dhisuu, keessattu nyaata sukkaarri itti baayyatee nyaachuu

3. Hirriba gahaa rafuu dhabuu

4. Boqonnaa gahaa dhabuu

5. Teknoolojii adda addaa kan akka mobaayila fi laptop fi kkf yeroo dheeraaf osoo jiddun boqonnaa hin fudhannee yeroo dheeraaf fayyadamuu!!

Galatoomaa
!!


#Kaayyoodhugaa1


⬇️ "Sababiilee gurguddoo jaalalli madda nagaa ta'uu isaa ibsan kanneen ijoo ta'an...➡️ Itti fufii dubbisi!

          👇👇👇👇
  👉✨See More✨👈
  👉✨See More ✨👈
           👆👆👆👆


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@YerooFarfannaa 🎼
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Danbalii_jaalala 💔
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Abbaskedir76 📖
┃_
@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


🎤ODUU GAMMACHISAA
𝑁𝑎𝑚𝑜𝑛𝑛𝑖 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑖𝑖 𝑜𝑙𝑖𝑛𝑛𝑒 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑒𝑐ℎ𝑢𝑢 𝑏𝑎𝑟𝑏𝑎𝑑𝑎𝑛 𝑞𝑜𝑓𝑡𝑖 𝑐ℎ𝑎𝑛𝑛𝑒𝑙 𝑘𝑎𝑛𝑎 𝑗𝑖𝑜𝑛 𝑔𝑜𝑑ℎ𝑎𝑎
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+ncPr4HiUTe1hZTM0
https://t.me/+ncPr4HiUTe1hZTM0


🛰 Jaalallee yookiin haadha manaa baay'ee jaallattu waliin umurii dheeraa turuu yoo barbaadde wantoota 5n kana gochuu hin dagatin➡️,... See More

🎺 See More
      See More


💘Maaliif barbaachise,... Itti fufuun dubbisi!


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@YerooFarfannaa 🎼
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Danbalii_jaalala 💔
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Abbaskedir76 📖
┃_
@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


Forward from: KUTANNOO123 ✊
Warra Hararif:

Kitaabicha DUREESSUMMAA... jedhu Mankitaabaa Gaalaaksii jedhamuu argattu.

Teessoon mankitaabicha, naannoo hoteela Midragannati, cinaa Baankii Wugaagan tahuu natti himanii jiru.

☆☆☆☆
Namni hojii daldalaatti seenee milkaa'uu barbaadu kamiyyuu kitaaba kana yoo dubbise dachaa dachaadhaan bu'aa irraa argata.

♧♧♧♧♧

Dureeyyiin addunyaa nuti har'a beeknu baay'eenisaaniifi kaampaaniileen dachee irratti olaantummaa gonfatan hedduun isaanii akkamiin sadarkaa har'aa irra akka gahan wantoonni agarsiisan hedduun kitaaba kana keessa jiru.

Dubbisaa.

♤♤♤♤
Iccitii milkaa'inaa mana barnootaatti hinbaratin haftanillee kitaaba kanatu isinitti hima...


Forward from: KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆
𝐇𝐔𝐁𝐀𝐃𝐇𝐔!👇
❤️
🌺𝐇𝐈𝐑𝐈𝐘Y𝐀𝐀𝐍👉𝐆𝐀𝐍𝐓𝐔𝐔𝐍 𝐖𝐀𝐀
𝐒𝐀𝐃𝐈𝐈 (3):👇

➊. Qoree bishaan keessaa
➋. Bofa marga keessaa
➌. Summii midhaan keessaati.

☞𝐇𝐈𝐑𝐈𝐘𝐀𝐀𝐍 👉𝐃𝐇𝐔𝐆𝐀𝐀 𝐖𝐀𝐀 𝐒𝐀𝐆𝐀𝐋 (9)

☞Garuu salgaan sun bakka sagaltama siif gaha
👉➊. Abdii jiruu
👉➋. Obsaa jiruu
👉➌. Gorsaa jiruu
👉➍. Qajeelchaa karaa
👉➎. Dawaa sammuu
👉➏. Irkoo guyyaa rakkoo
👉➐. Galma geessaa kaayyoo keeti.
👉➑. Jajjabeessaa hojii keeti.
👉 ➒. Gorsaa guddinaati.

🧨 Hiriyyaa sobaa mannaa diina dhugaa wayya.Maaliif seete, diina akka diinatti beektee irraa fagaatta. Garuu hiriyaan gadheen si fakkaatee si nyaata.

☞𝐊𝐚𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨𝐧𝐇𝐢𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞:👇

👉➊. Jireenya kee balleessee namaa gadi si godhuu.
👉➋. Agartuu kee jamsee ija kee balleessuu.
👉➌. Miila kee mummuree tarkaanfii si dhorkuu.
👉➍. Harka kee si hidhee hojii irraa si hambisuu.

☞𝐇𝐈𝐑𝐈𝐘𝐘𝐀𝐀𝐍 𝐃𝐇𝐔𝐆𝐀𝐀 𝐇𝐎𝐎?👇
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣

👉➊. Karaa hamtuu irraa si gorsee karaa qajeeltuu siif hawwa.
👉➋. Yoo gaarii hojjatte gammachuu siif qaba.
👉➌. Yoo ati rakkatte si wajjin cinqama.
👉➍. Bakka ati hin jirretti toltuu kee haasa'a.
👉➎. Utubaa siif ta'ee mana siif ijaara.
👉➏. Olfuudhee si baatee tabarra si dhaaba.
👉➐. Kabaja siif laatee maqaa kee ol qaba.
👉➑. Gammachuu kee gammadee, gadditus si wajjin gadda.
👉➒. Dhibee kee hundumaaf qoricha.
Waan dubbistaniif Galatoomaa!🙏

☞❤️𝙔𝙤𝙤 𝙟𝙖𝙖𝙡𝙡𝙖𝙩𝙩𝙖𝙣 𝙝𝙞𝙧𝙞𝙮𝙤𝙤𝙩𝙖 𝙠𝙚𝙚𝙨𝙨𝙖𝙣𝙞𝙞𝙛 𝙦𝙤𝙤𝙙𝙖𝙖!


JOIN
#Kaayyoodhugaa1


➛ “Eegalteerta kan jedhamu, yommuu odeessuu dhaabdee hojjechuu eegalte.” — Walt Disney

➛ “Beekumsi jalqabaa wallaalummaa ofii amanuu; beekuun immoo yaaduu irraa eegala.” — Socrates

➛ “Rakkooleen addunyaa kana irra jiran kan dhufan wallaalummaa irraa, kanaafuu malli jiru immoo beekumsa qofa.” — Socrates

➛ “ Waraana injifachuu ni dandeenya; garuu nagaa hin injifannu malee.” — Aayinistaayin

➛ “Ana kan na kolfisiisu, nama beekaa ati naan jedhu.” — Aayinistaayin

➛ “Dubbattee amansiisuu yoo hin dandeenye hin dubbatin.” “Jireenyi koo akka kitaaba banamee dha.” — Mahatahama Gandhi

➛ ‘Hojii amantaa irraa hin qabne yeroo hojjettu dhuma irraattii boolla bira hin gahamnetti akka kufuutti laakka’ama.” — Mahatama Gandhi

➛ “Yaadaan walii galuu dhabuun jibbiinsa miti; osoo akkas ta’ee haadha manaa koo caalaa dinni koo hin jiru ture.” — Mahatama Gandhi

➛ “Dhalli namaa nyaachuu fi dhuguu ni beeka garuu dhandhamuu kan beekan muraasa.’ — Konfishiyaas


Forward from: KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆
→𝐀𝐦𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭a kufaatii 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 Nama 𝐡𝐚𝐦𝐛𝐢𝐬𝐚𝐧!

☞𝟏. "Borun eegala" jechuu. Har'uma, ammuma eegali.

☞2. Mul'ata kee namoota ofiifuu hin milkoofne faana mari'achuu!

☞3. Karoora barreeffamaan yeroo wajjin qindaa'e dhabuu.

☞4. Namni kan biraan dhufee akka si oolchuuf abdachuu.

☞5. Hamma mul'ata kee irratti hojjetturra waa'ee mul'ata kee dubbachuu baayyisuu!

☞6. Kitaaba baayye dubbisuu, garuu kitaaba tokkoyyuu hojiitti hiikuu dhiiisu.

☞7. Kufaatii al-tokkoof barabaraan abdi kutuu.

☞8. Hiriyaa mul'ata kee hubatee/ttee si gargaaruu hin dandeeye qabaachuu.

☞9. Ilaalcha namootaaf kan ofii caalmaati bakka laachuu.

☞10. Mul'ata guddaa baattee amala kee geeddaruu sodaachuu!

❤️𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐦𝐢𝐥𝐤𝐚𝐚'𝐢𝐧𝐚𝐧 𝐡𝐚𝐰𝐰𝐚!
Bakka 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐝𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐪𝐪𝐚𝐛𝐚𝐚!

☞𝐀𝐦𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐤𝐤𝐟 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐨𝐟 𝐪𝐮𝐬𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!


♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      


Nama Tokko balleessuuf shirri Ati xaxaa ooltu, Guyyaa Tokko shirri Ati xaxxe Siti xaxamee Akka si balleessu beeki.


NA DUBBISI!

👇👇

👉 Hammuma barachuuf fedhii qabaattu "BARATTA".

👉 Hammuma barattu immoo " QAYYABATTA".

👉 Hammuma qayyabattu immo "HUBATTA".

👉 Hammuma hubattu immoo "BEEKTA".

👉 Hammuma beektu immoo "BEEKAA" taata.

🙏 "BARUMSI SI KEESSA JIRAACHUU CAALAA, BARUMSA KEESSA JIRAADHU"

   GUYYAA GAARII!

@ Think Poeitive🔖


☎️ 🌹Amaloota shamarranii keessaa kan baayee dhiirota gammachiisan keessaa muraasa....➡️ Itti fufii dubbisi!

          👇👇👇👇
  👉✨See More✨👈
  👉✨See More ✨👈
           👆👆👆👆


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@YerooFarfannaa 🎼
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Danbalii_jaalala 💔
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Abbaskedir76 📖
┃_
@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


ChatGPT meeshaa dandeettii guddaa qabuudha. Barreeffama nama fakkaatu uumuu, gaaffii deebisuu, haasa'uu, fi hojii baay'ee hojjechuu danda'a. Garuu daangaa qabaachuu isaa fi yeroo tokko tokko dogoggora ykn odeeffannoo sobaa kennuu danda'u yaadachuun barbaachisaa dha. Kanaafuu, ChatGPT yeroo fayyadamnu of eeggannoo fi hubannoo barbaachisaa ta'e qabaachuun barbaachisaa dha.
WAYEE ISA BARNOOTA ISA SIRRI KARA CHANNELOOTA KANAAN ARGACHUU DANDEESSU AMMA JOIN GOODHA


Forward from: KAAYYOO DHUGAA ™ 🏆
#KITAABA MIRATUU SHAANQOO GIDDII(Gar.Piroofeeseraa)
#Kitaabni Kun #Geggeessitoota #10fDawwaa dha.
=============================
1.Geggeessitoota dubbii malee hojii hin dandeenyeef.
2.Geggeessitoota Afaan isaanii soba malee dhugaa hin dubbanneef.
3.Geggeessitoota suufii malee safuu hin qabneef.
4.Geggeessitoota cooma malee cimina hin qabneef.
5.Geggeessitoota dhaquu malee galuu hin beekneef.
6.Geggeessitoota mul’achuu malee mul’ata hin qabneef.
7.Geggeessitoota nyaachuu malee yaaduu hin dandeenyef.
8.Geggeesitoota maree malee mala hin beekneef.
9.Geggeessitoota fakkeessuu malee fakkeenya hin taaneef.
10.Geggeesitoota qabeenya Biyyaa Saamuu malee Qabeenya Sammuu hin qabneef.
#Walumaagalatti Geggeessitoota dhibee kanaa fi kana fakkaatuun dhibamanii Ummataa hiyyomsanif #Dawaa fi #yaadannoo haa ta'uu jedheen barreesse jedhan (Gar.piroofeesaraa #Miratuu shaanqon‌o)
👇👇👇👇👇👇
@Kaayyoodhugaa1
@Kaayyoodhugaa1


❤️ "Sababiilee gurguddoo jaalalli madda nagaa ta'uu isaa ibsan kanneen ijoo ta'an...➡️ Itti fufii dubbisi!

          👇👇👇👇
  👉✨See More✨👈
  👉✨See More ✨👈
           👆👆👆👆


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@YerooFarfannaa 🎼
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Danbalii_jaalala 💔
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Abbaskedir76 📖
┃_
@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
@Abdii_Nagahoo 💌
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@day_ofPentecost 📣
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera




☎️ 🌹Amaloota shamarranii keessaa kan baayee dhiirota gammachiisan keessaa muraasa....➡️ Itti fufii dubbisi!

          👇👇👇👇
  👉✨See More✨👈
  👉✨See More ✨👈
           👆👆👆👆

20 last posts shown.