Eeyyen, haalli keessa jirtu namuttuu himuufuu si rakkisuu mala. Garuummoo, haalota akkanaa hedduu keessaan dabartee eddoo amma jirtu gahuu kee hin dagatin. Yeroo tokko tokko, sirritti ol si qabuuf sirritti si rakkisee, gufuurraan gufuu biraatti si ceesisaa akka jirus hubadhu. Isa beektus beekuu baattus, isa gattus gatuu baattus, isa gantus ganuu baattus ~ Rabbii Rahmata isaa sirraa hin muranne qabdaa🤞🏽
Relax, Take it easy and have faith🩸
Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole
Relax, Take it easy and have faith🩸
Kanuma
Keenyas Oluma
#HawiAnole