Jimma College of Teachers Education


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Education


This is the official telegram channel of Jimma College of Teachers Education.
Website: www.jcte.edu.et
P.O.Box 95, Jimma, Oromia, Ethiopia.

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Education
Statistics
Posts filter


KBB_Jimmaa_Afaan_Amaaraafi_Ogartii_Af_gaaffiif_dabalataan_dhiyaatan.xlsx
12.0Kb
Afaan Amaaraafi Ogartiirratti dabalataan Af-Gaaffiif kan dhiyaatan

5k 0 17 163 110

KBB Jimma-Dorgomtootaa Afgaaffiifi 2017.xlsx
52.2Kb
Af-Gaaffiif kan darban——Guyyaan Af-Gaaffii: Kamisa (05/03/2017) ganama sa'a 2:30 irratti. Kan guyyaafi yeroo jedhametti hin dhiyaanne hin keessummeeffamu

5.1k 0 21 35 67

Guyyaa: 03/03/2017
B e e k s i s a
Dorgomtoonni Ogummaa Barsiisummaan Kolleejjota Barnoota Barsiisotaa Oromiyaa Leenjii Ogummaa Barsiisummaan galuuf KBB Jimmaa jalatti Wiirtulee adda addaarratti (Asandaaboo, Aggaaroo fi KBB Jimmaa) tti Qorumsa Seensaa fudhattanii jirtan firiin qorumsa Seensaa keessaniifi kanneen Af-Gaaffiif Darbitan maqaan keessan Wiirtulee itti qoramtanitti bor (04/03/2017) sa’a 4:00 irratti waan maxxansamuuf deemtanii ilaallachuun kanneen Af-Gaaffiif Carraa argattan ammoo guyyaa gaafa Kamisaa (05/03/2017) ganama keessa sa’a 2:30 irratti wiirtulee qoramtan irratti Af-Gaaffiif akka argamtan cimsinee isin beeksifna.
Hubachiisa:
Af-Gaaffif kan dhuftan:
1. Waraqaa eenyummaa,
2. Ragaalee Barnoota keessanii (Kaardii kutaa 8ffaa, Tiraaniskiriiptii 9-12, ragaa Qorumsa biyyaalessaa)
qabaatanii akka argamtan isin beeksifna.
Nagaa Wajjin!

4.8k 0 22 44 73

Yaadachiisa:
Dorgomtoonni Ogummaa Barsiisummaan Kolleejjota Barnoota Barsiisotaa Oromiyaa Leenjii Barsiisummaan galuuf KBB Jimmaa jalatti buufataalee adda addaarratti (Asandaaboo, Aggaaroo fi KBB Jimmaa) galmooftanii Qorumsa Seensaaf maqaan keessan buufataalee itti galmooftanitti ba'ee jiru Sadaasa 1, 2017 ganama sa'a 2:30 irratti:
1. Waraqaa eenyummaa,
2. Ragaalee Barnoota keessanii (Kaardii kutaa 8ffaa, Tiraaniskiriiptii 9-12, ragaa Qorumsa biyyaalessaa)
4. Qalama(Iskriiptoo) ittiin barreessitan qabaatanii akka argamtan isin beeksifna.

CARRAA GAARII!!

5.9k 0 11 99 132

Beeksisa_Dorgomtoota_Kaadhimamtoota_Barsiisotaa_Bara_2017_Sagantaa.pdf
378.5Kb
Beeksisa Dorgomtoota Kaadhimamtoota Barsiisotaa Bara 2017 Sagantaa Idileen Kolleejjota Barnoota Barsiisotaa Oromiyaa Leenjii Barsiisummaan galuuf KBB Jimmaatti galmooftanii jirtan hundaaf.pdf

7.2k 0 14 56 71

BEEKSISA
Kadh/Barsiisotaa leenjii gabaabaa BSTD/BBB/ fudhachuun, guyyaa har'aa (26/2/2017) carraa kaastan:
1. Godina itti ramadamtanitti Sadaasa 2/2017 gabaasa akka gootan
2. Gara fuulduraatti ammoo aanaa itti ramadamtan irraa xalaayaa wallqunamsiistuu qabachuun barumsa keessan sagantaa gannaatin kan itti fuftan ta'a.
Warri carraa osoo hinargatin hafuun bara 2017 barumsa keessan sagantaa idileetin itti fufuuuf muummee filattaan Sadaasa 16-17/2017 mooraa kollejjiitti argamuun akka galmooftran isin beeksisna


Waamicha_Barsiisota_Baroota_adda_addaa_eebbifamanii_Hin_Ramadamin.pdf
336.3Kb
Waamicha Barsiisota Baroota adda addaa eebbifamanii Hin Ramadamin Jirtan kan KBB Jimmaatti galmooftanii jirtaniif.pdf


Guyyaa: 23/02/2017

BEEKSISA
Ergaa BBO irraa nu qaqqabe:
Barsiisonni baroota adda addaa gosa barnoota adda addaan eebbifamtanii sababa "COC" fi kannen biroon HIN RAMADAMIN jirtsn beeksisa guyyaa gaafa 14/02/2017 galmeef ba'e hordoftanii Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Jimmaatti galmooftan leenjii gabaabaan guyyaa gaafa 26 - 30/2017 tti isiniif kennamuun gara hojitti waan bobbaataniif guyyaa gaafa 26/02/2017 ganama sa'a 2:30 irraa eegaltanii KBB Jimmaatti argamuun leenjicha akka fudhattan cimsinee isin beeksifna.

Hubachiisa:
1. Namni guyyaafi yeroo jedhameen ala dhufu hin keessummeeffamu.
2. Namni Ulaagaalee kaa'ameen alatti galmaa'ee leenjicha fudhachuuf dhufu SEERAAN
itti gafatama..


Beeksisa_Galmee_Barattoota_Leenjii_Gabaabaa_BSTD_Ganna_2016_Fudhattanii.pdf
339.5Kb
Beeksisa Galmee Barattoota Leenjii Gabaabaa BSTD Ganna 2016 Fudhattanii hin ramadamneef.pdf


Beeksisa Dorgommii Ogummaa barsiisoummaa.pdf
1.4Mb
Beeksisa kana keessatti Dorgomtoota Dhuunfaa jechuun Qorumsa Seensaa Yuunivarsiitii kan bara 2016 dura qoraman jechuu dha.

8.9k 0 46 18 40

Beeksisa Galmee Dorgoommii Barsiisummaa.pdf
2.3Mb
Beeksisa kana keessatti Dorgomtoota Dhuunfaa jechuun Qorumsa Seensaa Yuunivarsiitii kan bara 2016 dura qoraman jechuu dha.


Beeksisa Galmee Dorgommii Barsiisummaa


Waamicha_Galmee_Barsiisotaa_yeroo_adda_addaa_gosa_barnoota_adda.pdf
454.9Kb
Waamicha Galmee Barsiisotaa yeroo adda addaa gosa barnoota adda addaan eebbifamtanii hanga ammaa hin ramadaminii.pdf


B E E K S I S A
Barsiisota Sadarkaa Doppiloomaan KBB Jimmaa irraa baroota adda addaa gosa barnootaa adda addaan eebbifamtanii ramaddii hin arganne hundaaf

Barsiisonni KBB Jimmaa irraa Sadarkaa Dippiloomaan baroota adda addaatti gosa barnoota adda addaan eebbifamtanii ramaddii hin arganne hundi Onkoloolessa 15, 2017 irraa eegalee hanga Onkoloolessa 20, 2017 tti Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Jimmaatti qaamaan argamtanii akka galmooftan cimsinee isin beeksifna.
Nagaa Wajjin!


Baga bara waggaa haaraa 2017 isin gahe barri haaraa kan nageenyaa, kan milkii, kan badhaadhinaafi gammachuu hunda keenyaaf haata'u


Dear friends, let me take the opportunity here to share with you with greater detail my impressions from the brief visit to Sebata Special Needs CTE that the REB organized for us last week. You will recall the five-day training on implementing the competency-based curriculum that I delivered in March to about six lecturers and deans from all 13 CTEs in Oromia. They followed up by cascading the same training to all lecturers across these same colleges. The purpose of the visit was to observe how the competency-based methods I presented have now translated into classroom instruction.

Quite simply, I was amazed. They were implementing many of the methods I had shared. Briefly, among the things I loved from the three lessons I observed – English, ECD, and Calculus – were the following:
• Seating the teacher trainees in small groups, actively prompting them to come up with their own solutions or answers, or even questions, and then to consult with each other to check their work and understanding, agreeing on their responses
• Engaging the teacher trainees to learn and understand the lesson’s concepts and then to apply the concepts practically
• Following the practical application with shared reflections on how the experience might influence them to refine how they define or characterize the concept
• Passing from group to group while they work, alone and together, on the learning task, engaging both individuals and full groups, in turn, to answer questions, check their understanding of both the concept and the task, and to check and provide feedback on their reflections and responses
• Providing a multitude of examples of how the concept translates into meaningful practice
• Selecting a rich range of learning tasks by which to demonstrate, practice, assess, and solidify the teacher trainees’ understanding of the lesson’s content and learning objectives
• Remaining quiet while the teacher trainees work on their learning tasks (this is something teachers routinely have enormous difficulty doing, including me 😊)
• Using humor to create a joyous learning atmosphere and to diminish the common barriers between teachers and students

At the same time, I took the opportunity to make the following recommendations:
1. It will be useful for each class to identify the strategies and behaviors that group members should use and exhibit to achieve the greatest small group learning – What are the strategies and behaviors of effective collaboration?
2. Rather than the instructors’ providing all the lists, examples, and practice applications of a lesson’s topic, give the small groups the chance to produce these first, perhaps competing for the list with the most items and with the most items that no other group has also identified
3. Follow up the small group’s contributions first by asking the other groups to Confirm – Correct – Complete their responses and then by Confirming – Correcting – Completing, as the instructor, the responses on which the whole class agreed
4. Let the members of the class produce their own tasks – calculations, sentences, questions, etc. – for a peer to perform in the groups, then for another peer to correct, and then for all to review and agree on
5. Give teacher trainees the chance in their small groups to create their own activity-based, learner-centered lesson plan or scheme with which to teach the topic to their own future students

These recommendations do not in any way undo my excitement for what I saw. If the few lessons I saw were truly representative of all the lessons at Sebata CTE and, hopefully, at all the region’s CTEs, primary education in the region can only change, for the better; that is if we also train, supervise, and support the cluster supervisors and school leaders so that they don’t undo what the CTEs are doing. My hope is to repeat the Oromia CTE training for the other regions’ CTE instructors soon.








Part_Timer_leenjii_Afaan_Amaaraaf_ba'e_irratti_eeggattoota_warra.pdf
283.1Kb
Part Timer leenjii Afaan Amaaraaf ba'e irratti eeggattoota warra taataniif .pdf

20 last posts shown.