Ameerikaatti tajaajilli Tiiktookii addaan cite
Manni Murtii Waliigalaa Ameerikaa Tiiktookiin nageenya biyyalessaaf yaaddoo ta’uun akka cufamu, yoo hintaane ammoo akka gurguramu kan gaafatu deeggarsi seeraa kennuu hordofee Tajaajilli Tiiktookii har'a addaan cituun eerameera.
Haaluma kanaan fayyadamtoonni appilikeeshinicha fayyadamuu akka hindandeenye ergaan qaqqabuuniin ibsameera.
Bulchiinsi Joo Baayidaan uggura dabarse, Wiixata dhufurraa eegalee Waayit Haawusiin kan seenaan Doonaaldi Tiraampi tajaajila Tiiktookii deebisuuf kan hojjetan ta'uun eerameera.
Doonaaldi Tiraampi faayidaa Tiiktookii hubachuun manni murtichaa, murticha akka tursu gaafatanii turuu fi dhimmicha mariin furra jechuun ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia