KUTANNOO ✊


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Education


→Kaayyoo kee irratti kutannoo fi murannoo qabaadhu!Channel kanaan,
👉
👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
Buy ads: https://telega.io/c/Kutannoo123
Contact: @getbi75029

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Education
Statistics
Posts filter


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@YerooFarfannaa 🎼
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@kaayyoodhugaa 📩
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera



Namni Haala Kee Beeku Rooba Keessa Imimmaan Kee Arga.

ያንተን ሁኔታ የሚያውቅ ሰው እንባንህን በዝናብ ያያል።

A person who knows your situation sees your tears as rain.❗️

Nama akkamiti laata 😎➡️ Arja Birbisa jedhama




Forward from: Kaayyoo Dhugaa ❤️
👉TEESSOO TAATEE TEESSOO IRRA HINTAA'IN. 👇
✔️Waajjiraalee Mootummaa baayyeetti nama muudame yoo barbaaddees, teessoo muudame danu; namni muudame muraasa. Teessoon bitamuu fi gurguramuuf malee ummata hinkeessummeessu. Teessoo taatee teessoo irra hintaa'in. Nama tahii ummataaf tahi. Teessumni hudduuf malee ummata hinjijjiru. Teessoo dawoon dalleeffattee ummatatti #daana'oo hintahin. Sansaka Seenaa fi seeraa sodaadhaa! 🔑

✎join.    ❤️ JOIN
✎share.  ❤️JOIN
¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤
@kaayyoodhugaa
@kaayyoodhugaa


#Eenyu kan jedhe?
#Kufaati hinkaane kufnan  hinka'an kanjedhe hinjiru.
#Kufaati hinkaane kufee; kufaa kufaati hinkaane kufe kan jedhame #Seexana qofa.
#Garuu,Kufaan kufaati hinkaane kufe si hinkuffisin kufaati ka'atutti.
👇👇👇👇👇


Forward from: Kaayyoo Dhugaa ❤️
Yoo gaaddidduu tokkollee hin qabne ta'e ati ifa keessa hin jirtu.


✎join.    ❤️ JOIN
✎share.  ❤️JOIN
¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤¤
@kaayyoodhugaa
@kaayyoodhugaa


Free internet fayyadmuf carraa addaa kanati fayyadami.

Amma iddoo join jedhu tuquun channel sif dhufu Join gochun Baadhasa unlimited injifadhu..🔥🔥🔥


Forward from: HACEE TUBE
➺𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮?
Namonnii Channeliin Kessaan wave dabalachuun Akkaa Isiinif Guddaatuu Barbaddan! Guyyaa Muraasa Qofaa Kessattii Member Hedduu Hora𝐜𝐡uu𝐟 𝐍𝐚 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚.
Folder haaraa fi bareedaa hordoftootaa baayyee isinii dabaluudha.
◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦
    BAKKA Lamaan

➺ Above  ➣  5K+ subscribers
➺ Above  ➣   10K+ subscribers

Na 𝐪𝐮𝐮𝐧𝐚𝐦𝐮𝐮𝐟👉 @Mr_waver21👈

Hubadhaa! 1k Gadi haala Waliigalteen isiniif Hojjanna
Channel view hin qabnes natti hin fidinaa
Hy, bye, bro, dhiisaa link and admin only.
Bakki muraasni waan hafeef Daddafaa


💌 Jaalala, Abdii fi Amantii haalan hin jeeqamne horachuuf dhoksaan jiru jaalalleewwan lameen gochaalee isaan calaqqisiisuun irra jiru,... ➡️ Itti fufii dubbisi!

          👇👇👇👇
  👉✨See More✨👈
  👉✨See More ✨👈
           👆👆👆👆


🎆 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 ➖➖🚩🚩

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@JCP_CHURCH 🛰
┃_
@marsiltvworldwide 📺
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@morning_tips 💐
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@gaggeessummaa24🕖
┃_
@feeling_love123 ❤️
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@YerooFarfannaa 🎼
┃_
@shoppinggeni 🏷️
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@ethioacadamic ✍️
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@xinsammuu1 😀
┃_
Christian Living 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@kbdstyles 🎹
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@academic_research_center📕
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Dire_Sport ⚽️
┃_
@sportnews_724 🏐
┃_
@Lifetips30
┃_
Idea Creative🔝
┃_
@Cryptoanalysisofficial 🌐
┃_
Daily Quotes 🗣️
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
@kaayyoodhugaa 📩
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@gaggeessummaa_com 🔔
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@be_positive24
┃_
@youth_center1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️


┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 😀

Contact: @Getu_Abera


*#Marii_maraattotaa*

#Sammuun gabroomnaan #qaamni bilisa ta’uu hin danda’u.” Martin Luther

#Hospitala tokkotti #maraattonni lama #waardiyyaa goyyomsanii mooraa keessaa bahuuf wal mari'atanii gara #keellaa bahumsaatti imalu. Akka achi gahaniinis waardiyaa sana bakkasaatii dhaban. Baay'ee gaddaanii hidhii xuuxuun (#imts) ‘ayiiiiiiiiiii’  jechuun yeroo muraasaaf takka dhaabbatan. Kaayyoon isaanii bakka tursiisa isaanirraa bahaniif inni guddaan waardiyyaa gowwoomsanii bakkee bahuuf ture. Isaaniis, “ .......amma eenyuun gowwomsinee baanaree?” jechuun garuma turanitti deebi'ani.

#Hubadhu! Jarri kun waardiyyaa #gowwomsuu moo mooraa ala bahuuf kaayyeeffatanii bahan isinitti fakkaata? #Kaayyoon isaanii inni guddaan mooraa ala bahuu ture. Kunis mooraa ala akka hinbaaneef waan eegamaniif filannoo isaan qaban waardiyyaa #gowwomsuu ture. Garuu yeroo isaan bahuuf jedhan waardiyyaan waan hinjirreef qaama gowwomsanii bahan dhaban.
Argitanii osoo hulaan banaa jiru (bilisummaan bahuu danda’anii), sammuun isaanii gowwomsaatti waan amaneef deebi’anii galan. Dhalootni hedduun osoo #balballi gaarummaa isaan baasu jiru, nama miidhanii guddachuu ykn karaa jallinaa ce’uu barbaadu. Kunis osoo dafqa isaaniin milkaa’uu danda’anii dafqa namaa barbaadu. #Daandii ofiin deemuu osoo danda’anii daandii namarraa imalu. Guddina isa kaanii gad qabanii of guddachuuf kaatu. Sababa namootaafi sammuu jallinaan dorgomaniif fagoo deemuu hindanda’an.

Karaa si baasuu argannaan gara hojii isaa itti aanutti darbii malee waa’ee namootaaf dhimma hingodhatin. #Dorgommiinkee kaayyookee duukaa haa ta’u malee haalota si fuuldura ykn duubakee jiran duukaa hinta’iin. Lafa geessu yoo hinbeektu taanaan karaan hundi siif karaadha. Waan manaa baateefi lafa adeemtuu yoo beekte karaa irra #galma geessu hinwallaaltu. #Waaqayyo sammuu qajeelinaa gara daandii dhugaatti nu baasu nuuf haa kennu!  Via Jenenus


Xumurarratti:

Barreeffamni "#Marii_maraattotaa" jedhu kun, seenaa salphaa fakkaatuun ergaa gadi fagoo fi gorsa jireenyaa barbaachisaa ta'e dhaloota har'aatiif dabarsa.  Sammuu keenya bilisa baasnee, kaayyoo keenya beeknee, carraa fayyadamnee, dafqa ofiin milkaa'uuf carraaqqii gochuun, jireenya guutuu fi milkaa'ina qabu akka jiraannu nu gorsa. Gorsa kana hojiitti hiikuun faayidaa guddaa qaba.


Toora media keenya follow share

Facebook


🥰😘😘🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😘😘😘😘😘🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙


Itti fayyadama Miidiyaa hawasaa.!

Bara addunyaan gara diijitaalaatti jijjiiramte kana keessatti namni hundi abbaa miidiyaati jechuun ni danda'ama. Sababni isaatis hunduu bilbila harka isaatii qabuun akka barbaade itti fayyadamuu danda'a

Miidiyaan hawaasaa haala jireenya ilma namaa salphisuu, ammayyeessuu fi jiruuf jireenya mijeessuun keessatti iddoo guddaa qaba.

Haa ta'u male guddina teeknooloojii kanaa akka carraatti fayyadamuudhaan miidiyaa hawaasaa dhimma qajeelaaf oolchuu fi  gaalii irraa argaachu ni danda'ama.

Haala amma jiru keessatti dargaggooni hedduun silkii mobaayilii interneetii of harka qabu. Garuu gaaffiin jiru, meesha guddaa harkaa keessan jiru maal godhanii itti fayyadamaa jiruudha..?

Toora miidiyaa keenya

👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
@kutannoo123


Forward from: .
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿

✔️ Tilmaama badhaafama
tapha cima priimeer liigii Torbee 27

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 MAN UNITED ARAENAL🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿

✔️Tilmaama badhaafama nama tilmaama sirrii tilmaame 3f

🥇Qarshii 200
🥈Qarshii 100
🥉Qarshii 100

💡Join iddoo Jedhu tuquun tilmaama


Happy International Women’s Day!

Today, we celebrate the incredible women who inspire, create, and lead — shaping the world with their strength, wisdom, and kindness. In KUTANNOO123 channel and beyond, women play a vital role in building communities, driving innovation, and bringing  powerful ideas to life
Happy March 8th!



Hawwii qixa gaarii KUTANNOO123 fi garee kanaaf qabdaniif galatoomaa. Akkasumas guyyaa dubartoota addunyaa gammachuu, carraa, fi milkaa'inaan guutame baga geessan jenna.

Deeggarsa keessan ni dinqisiifanna, qabiyyee hiika qabuu fi nama hundaaf olkaasu uumuun akka itti fufnu abdii qabna. ❤️


Jechoota dinqisiisoo Alberti Anaastayin:🥰
============================
☑️Kaleessa irraa baradhaa, har'aaf jiraadhaa, bor abdadhaa.
☑️Namni dogoggoree hin beekne waan haaraa yaaluu hin beeku.
☑️Dandeettii addaa hin qabu, garuu waa beekuuf fedhii guddaan qaba.
☑️Dadhabbiin ilaalchaa dadhabina amala ta'a.
☑️Rakkoo keenya yaada yeroo uumne itti fayyadamne sanaan furuu hin dandeenyu.
☑️Salphaatti ibsuu yoo dadhabde sirriitti hin hubattu.
☑️Uumama keessa gadi fageenyaan ilaali, sana booda waan hunda caalaatti hubatta.

Hiriyoota keessaniif #share godhaa...
Gorsa, baacoo fi qoosaa heddumminaan liinkii kana tuquun telegraama join godhaa.
👇👇👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇
https://t.me/kaayyoodhugaa


❤️ Haati manaa ogeettiin miidhagina abbaa manaati. Yeroo hundumaa amalli ishee,...➡️ Itti fufii dubbisi!

          👇👇👇👇
  👉✨See More✨👈
  👉✨See More ✨👈
           👆👆👆👆




Forward from: RAFIQUL ISLAM PROMOTION
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA.


┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 KARAA MILKAA'INAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 MILKAA'INA JIREENYAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 GAAFFII FI DEEBII
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
 🔔 ODUU HAALA YEROO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 AMANTAA ISLAAMAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA SAHAABOTA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA NABIYYII (S A W)
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
  🔔 HADIISAAFI QUR'AANA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛

  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███
  ███▓▒►JOIN ►▒▓███

Free Waver: @Rafiqul_Islaam


Namni Maaliif Na Hin Jaallatu? 🤔
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🖥 Gaaffii kana titiisatu kanniisa gaafate. Akkas jettee gaafatte. "Ani akka kee ilkee hin qabu. Nama hin hiddu, nama hin waraanu. Jireenya koo qofaan jiraadha. Ati immoo ilkee qabda, nama hiddita, garuu akkuma koo ilbiisadha malee bineensa guddaa miti. Namoonni immoo si jaallatu. Anaan immoo of irraa na darbatu. Ani nyaata isaaniirra yoon taa'e irraa na ari'u, bakka ani qubadhe iyyuu kutanii gatu. Kan kee immoo nyaata ati lafa rakkinaatti qopheessite iyyuu barbaadanii ilkee kee obsanii nyaatu, kun maaliif ta'ee? Garaagarummaan keenya maali?" Jettee titiisni kanniisa gaafatte.

🗣 Kanniisni akkas jettee gaaffii gaafatte. "Ati eessa eessa oolta?"Jennaan titiisni akkas jettee deebifteef. "Ani lafan waa argadhun oola. Nyaachuuf, taphachuuf, jireenya koo bashannansiisuf jecha, kosii keessa, mana fincaanii fi kan kana fakkaatan naanna'aan oola" jetteen.

🗣 Kana irratti kanniisni akkas jette. "BAKKA OOLMAA KEE Sirreeffadhu! Ani daraara irra, bakka urgaa'un oola. Kanaaf na jaallatu" jette. Ati hoo eessa oolta?

20 last posts shown.