Posts filter


🥇"Gammachuun waan barbaaddu hunda argachuu miti Waan qabdutti gammadi, sababni isaas qarshiin gammachuu hin bitu. Naannoo kee baay’eetu jiru akkasumas isaan keessaa muraasa qofa argatta, yeroo dadhabbii kee keessatti... See More
👆👇👇👇💘

See More
See More


Haalota jirtu keessatti madda gammachuu qlqulluu 4 kanneen hin dagatin....☑️ See More


🔔 Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! 💖
Click to join

➿➿➿
👇👇👇
'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>           ⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~

💓 Best channel collection
Click to join

➿➿➿
    👇👇👇
            ⇣
▣ Click to join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣


💓 Wave 01 collection channels
Click to join

➿➿➿
   👇👇👇
             ⇣
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█


✍️ Contact: @Getu_Abera


❤️ "Miira kee sodaa malee yaada qulqulluudhaan ibsachuuf kan si gargaaran tarkaanfilee 5,...➖ See More

👉 See More
See More


🚨 Iftoominni gatii qaalii ta'e qaba,... See More


👋Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide
┃_
@timevalue24 🕖
┃_
@BPEMBASSY 📖
┃_
@prophetamo
┃_
@Online_job724 💰
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@students_material ✉️
┃_
How to Learn English
┃_
@Now_speak_English
┃_
@English_Oromo 📕
┃_
@Spoken_English24 🗣
┃_
@OrooNetflix 👊
┃_
Dare Tube 😀
┃_
Jifara Chemeda 🎓
┃_
Success Journey 🥇
┃_
Bible Quotes 📖
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
Beka Sport
┃_
Goal Tv 🔝
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera


❤️ Fedhii fi hawwii qofaan dharra'uu malee aarsaa jaalalli dhugaa barbaadu namni kaffalee keessummeessu lakkoofsaan xiqqaadha....➡️ See More

Qabxiilee ijoo miira gammachuu fi milkii qabaachuuf gargaaran kudhan (10)...➡️ See More

  🔫 See More
          See More


🔔 Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! 💖
Click to join

➿➿➿
👇👇👇
'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>           ⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~

💓 Best channel collection
Click to join

➿➿➿
    👇👇👇
            ⇣
▣ Click to join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣


💓 Wave 01 collection channels
Click to join

➿➿➿
   👇👇👇
             ⇣
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█


✍️ Contact: @Getu_Abera


🌹Har'a amaloota dubara ogeettii waliin ilaalla,... See More

👉 See More
See More


💍 Amaloota gurguddoo 7,... See more


💕 Jaalala simachuu dhabuu fi miira jeequmsaa maaltu namatti fiduu danda'a?,... See More
👇👇

See More
See More


💓 Gorsi doctorootaa miira walii hubachuu irratti kennan,... See More


😀 Channelee Barnootaa Gurguddoo

Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center 🎉
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@MarsilTvWorldWide
┃_
@timevalue24 🕖
┃_
@BPEMBASSY 📖
┃_
@prophetamo
┃_
@Onlinejob3066 💰
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@students_material ✉️
┃_
How to Learn English
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
Beka Sport
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera


📩 Ergaalee jaalalaa ciccimoo sochii fuulaa qofaan dabarfamuu danda'an maal fa'a?... ▶️ See More

⚡️ See More
See More


🚨 Jaalalli humna guddaa qabu,... See More


🔔 Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! 💖
Click to join

➿➿➿
👇👇👇
'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>           ⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~

💓 Best channel collection
Click to join

➿➿➿
    👇👇👇
            ⇣
▣ Click to join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣


💓 Wave 01 collection channels
Click to join

➿➿➿
   👇👇👇
             ⇣
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█


✍️ Contact: @Getu_Abera


❤️ "Jaalallee keessanif ergaa (message) bareedaa erguuf rakkachaa jirtuu? Asitti bu'uun argadhaa
👇👇

See More
See More


❤️ Ergaalee Jaalalaa 100,... See More


🖤💡 Hariiroo jaalalaa keessatti walitti dhufeenya gaarii fi amansiisaa irra gahuuf tarkaanfilee afur kanneen raawwachuun barbaachisaadha,...➡️ See More

➡️  See More
        See More


❗️ Miira eenyumaayyuu baruuf jalqaba maal hubachuu akka qabdu,... See More


😀 Channelee Barnootaa Gurguddoo

Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center 🎉
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@MarsilTvWorldWide
┃_
@BPEMBASSY 📖
┃_
@prophetamo
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@students_material ✉️
┃_
How to Learn English
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera


✅Jireenya kee keessa amanamummaa fi iftoominni jiraate taanan gammaduun sirraa bareeda, Sababni isaas,...➡️ See More

➡️ See More
See More


👑 Bu'aalee amanamummaan jireenyaaf kennitu gurguddoo 5,... See More


🔔 Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! 💖
Click to join

➿➿➿
👇👇👇
'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>           ⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~

💓 Best channel collection
Click to join

➿➿➿
    👇👇👇
            ⇣
▣ Click to join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣


💓 Wave 01 collection channels
Click to join

➿➿➿
   👇👇👇
             ⇣
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█


✍️ Contact: @Getu_Abera


💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,... See More

👉 See More
See More


❌ Dhiironni ariitiin jaalala simatan dhuma irratti,... See More


😀 Channelee Barnootaa Gurguddoo

Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center 🎉
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
@kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@MarsilTvWorldWide
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@students_material ✉️
┃_
How to Learn English
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera


Barsiisa gurmuun tokko barsiisu guutummaa guutuutti fudhachuu dhiisuun ni danda'ama; kiristiyaanaa ta'uudhaafis akaakuu -ism gad diiganii beekuun haalduree miti.
Haa ta'u malee ''isa ani itti amanee jiraadhu anuma qofatu amana, isa ani beeku qofatus sirrii dha'' jechuun yookiin immoo ''wanta namoonni biroo amanan beekuunis ta'e duukaa bu'uun na hin barbaachisu'' jechuun seenaa fi maalummaa kiristiyaanummaa wallaaluu dha.
Dhimma akkasii irratti namoonni afaan nama qabachiisuu kan isaan barbaadan, yommuu dhimmi irratti dubbatamu sun wallaalummaa fi gowwuma isaanii bakkeetti mul'isuuf jedhu yookiin waan isaan dhugaa dha jedhanii qabatan soba jedhamee yommuu isaanitti himamuu dha.

Waan amanan beekuu fi qixa sirrii ta'een dubbachuu danda'uun theological fantasy miti. Taatee guutummaa lafaa irratti adeemsifamu kam iyyuu caalchisee wanti xiyyeeffannoon dubbatamuu fi hubatamuu qabu dhimma kiristiyaanummaa ti. Keessumaa namoonni fuutanii haadha manaa fi ijoollee of jalaa qabdan akkasumas warri sin geggeessa mataan siif ta'a jettanii mucaa namaa gotottanii adeemtan dhimma kana irratti maal na dhibdee ta'uun isin irraa hin eegamu, qaanii dha.

Warri ajaa'ibsiifannoon nama dhuunfaa fi quuqamni hawaasummaa ''waldaa'' isin geessu, achii gaafa galtan immoo hamee fi beekamtii barbaaduun miidiyaa hawaasaatti kan ol isin baasu waan tokkon isiniif dhaama. Seenaa waldaa kiristiyaanaa keessatti kiristiyaanonni dhugaan jireenya akkasii jiraatanii hin beekan, ammas ta'e gara fuula duraatti kiristiyaanonni akkasitti hin jiraatan.

Kana jechuun koo namni hundumtuu haa barsiisu, hayyuun mana guutee ala haa guutu jechuu koo miti. Garuu waan beeknu qofa haa dubbannu, waan nuuf hin galle irratti immoo haa barannu haa gaafannu jechuu koo ti. Waanuma argine irratti yaada kennuun dirqama miti; ogbarruu fi barsiisuun hanga waamicha keenya hin taanetti haasaa baay'ee isaa ijoollee keenyaaf haa qusannu. Tasgabbaa'uu dhabuu keessaniin toora jiruu fi jireenyaa hin diiginaa.

Kiristoos inni nuti fayyinaaf itti amanne fureen keenya mirga abbaa jira. Guyyaa tokko dhufee biyya lafaa isa cubbuun butuche kana keessaa nu baasuuf jira. Akkuma Ergamaa Yohannis jedhe maal akka ta'uuf jirru beekuu baannus biyya lafaa gowwomsaaa cubbuun guute kana keessaa gaaf tokko ni baana. Hammasitti garuu har'aa bor Kiristoosiin beekaa abdiidhaan jiraanna. Mamii fi shakkii caaffatni qulqulluun nuuf hin ibsine hundumaafis abdiin keenya dhufaatii Kiristoos dha. Ameen.


#Ajandaa_fi_kiristiyaana

Erga TikTok'n dhufee kaasee kan durii caalaa mata dureen falmii fi ajandaan dubbii baay'achaa dhufeera. Ani TikTok fayyadamuu baadhus dubbiin achitti yandisu tiifuun isaa gara facebook dhufuun yommuu mata duree dubbii ta'u nan arga. Dhugaa dubbachuuf social media community ani qabu baay'ee murtaa'aa dha. Wanti na qaqqabu oduu ijoo miidiyaalee fi wantoota kiristiyaanummaa wajjin wal qabatan yommuu ta'u oduu ispoortii fi namoota (dhaabbatoota) bebbeekamoo muraasas nan hordofa.

Haa ta'u malee dhimmi ani amma irratti dubbachuu barbaaduu fi sirriitti na ilaallatu dhimma kiristiyaanummaa ti. Yeroo baay'ee wanti namoonni barsiisan yookiin barreessan akkasumas deddeebiin namootaa ajandaa dubbii ta'uun irratti ni haasa'ama. Ani immoo caalaatti dubbii koo murtaa'aa (specific) gochuuf amma waa'ee barsiisa kiristiyaanaa irrattin dubbadha.

Kiristiyaanummaan waggaa digdama dura google wajjin dhalate miti yookiin waggaa dhibba tokko dura ammayyummaa wajjin as bahe miti. Seenaa bubbulee fi tuulame kan waggaa 2000 qaba. Eeyyee waggaa kuma lamaa ol.
Wanta nuti har'a bakka hojii, konkolaataa keessa, bakka bunaa, maatii wajjin yookiin hiriyaa wajjin teenyee irratti haasofnu baay'ee isaa namoonni ta'e tokkos kanaan dura irratti haasa'anii darbaniiru.

Macaafa qulqulluu nuti har'a qalbii malee yookiin xiyyeeffannoo badaadhaan dubbifannu kun xiyyeeffannoo gaarii ta'e tokkoon barreeffame. Warri jalqaba dubbifatanis xiyyeeffannoodhaan gara afaan nuti hubachuu dandeenyuutti nuuf hiikan. Macaafa kana irra dhaabbataniis barsiisa baay'ee barsiisan. Duudhaa fi sirna baay'ees nuuf hambisan. Haa ta'u malee dhugaan haalamuu hin dandeenye seenaa waggaa kuma lamaa kana keessatti kufuu fi ka'uu, gargara ba'uu fi tokko ta'uu, lolaa fi yaa'ii garaagaraatu taasifamaa ture. Egaa karaa tokkos ta'e karaa lama akka Gooftaan akeeketti wanti nuti har'a barannuuf fi barsiisnu baay'een isaa bu'aa taateewwan sana hundumaati. Sababni isaas barsiisni haaraan kana dura namoota jalaa miliqee nuti har'a barannuu fi barsiisnu hagas mara hin jiraatu.

Mee yeroo tokko gaaffii ani si gaafachuuf jiru kana ofiif deebisi. Waldaan ati ofii itti deddeebitu maal amanti maal barsiifti?
Atoo nama qubee lakkaa'ee dha waldaan ati itti deddeebitu kun seenaa keessatti (historically) maal jedhamtee beekamti? Lutheran, Baptist, Pentecostal, Anabaptist, Presbyterian, Reformed... ?
Dhuguma immoo waldattiin akka isa ''nan amana nan barsiisa'' jettee ragaa seeraa of harkaa qabdu sanatti in deddeebitii? Waa'ee kanaafis ''jaalalli kee lafa irratti haa ta'u'' jettee Waaqayyoon kadhattee beektaa?
Amantoota warra wangeelaa dhugaa ta'anii wajjin barsiisni ati qooddattu maal maal fa'i? Kan ati hin qooddanne hoo?

Wantoota ani hamma ammaatti si gaafadhe kana deebisuu hin dandeessu yoo ta'e maaloo waanuma ''waldaatti'' deddeebitu qofaaf waan argite irratti yaada hin kennin. Maal akka amantuu fi hordoftu utuu sirriitti hin beekin barsiisa namoota biroo irratti yaada kennuuf hin wargamin. Mata duree takkaa dhageessee hin beekne irratti kan lafaa kaatee yaada kennitu ati eenyu? Waan tooraa fi qajeelfama mataa isaa danda'e qabu irratti hubannoo gahaa utuu hin qabaatin yaada kennuun maaliif si hin sodaachisu? Maal of arguu dhabuun akkanaa?!

''Ani Yesusittin amana, warra sana warra kana jechuu hin beeku. Waa'een -ism kun immoo badaama naaf hin liqimfamu'' jechaa barreeffama kana kan dubbise jira ta'a.
Yoomin waa'ee warra mukatti amananii dubbadhe? waa'eema keen dubbadhe. Egaa sittin hima haasaan waa'ee -ism ''anaaf sagalee yuusaa waraabessaati'' jetta yoo ta'e akkas jechuun iyyuu ofii isaatti -ism tokko dha. Si isa bu'aa bara baraaf kiristiyaanummaa fudhate miti hayyoota anthropology biratti iyyuu waa'een kiristiyaanummaa -ism guddaa tokko dha. Barsiisaa fi dhimmi kiristiyaanummaa beekumsaa fi hubannaa amansiisa macaafa qulqulluu sirrii barbaachisa. Ati immoo kiristiyaanummaa hubannaa ari'atu eessaa argatte?

20 last posts shown.