HINENI
HINENI n Jecha Hebrewdha!
Afaan oromootiin "Kunoo asan Jira" Jechuudha!
Jechi Kun Isa Qaamaan asan Jira,iddoo kanan Jira Jechuun Argama Qaama Ofii Ibsaatan utuu hin taane Qophaa'ummaaa,Laphee banamaafi Guutummaa Guututti Waamicha Waaqayyoof Argamuu Danda'u Jechuudha!
Hineni n Macaafa Qulqulluu Keessa Jireenya Namoota Baayyee Keessaa argachuu Dandeenya!
Uma 22:1 yoo ilaaltan Waaqayyoo Qoree Isa Ilaaluuf Jedhe Abraham n Waame jedha,yeroo Waaqayyo Isa Waame sanatti "Kunoo asan Jira" Jedhee Akka Deebise Agarra!
Ba'u 3:4 Wayee Museemmo yoo ilaalle! huuxxii Qoraatti irraa Abidda Boba'u Garuu huuxxichi Gubachaa Akka hin Jirre Arge. Waaqayyo Muse muse Jedhee Isa Waame.
Museen Immoo "Kunoo asan Jira" Jedhee Akka Deebise Agarra! here it is not about just showing up, it's about fully present and willing to trusta God's plan Even if it requires Sacrifice! courage,it embodies a posture of faith, surrender and obedience!
“Yommus sagalee Waaqayyoo isa, "Eenyunan erga? Eenyutus ergaa nuuf dhaqa?" jedhu nan dhaga'e; achumaan ani immoo, "Kunoo, ani jira, ana ergi!" nan jedhe.”
— Isa. 6:8
tokkoon tokkoon Keenya Waamicha/Waan itti Waamamne Qabna? Hundumtuu Keenya Waamicha Qabna! Hineni Waaqayyodhaan Jechuun Karaa Waaqayyo Ittiin Gara Waanta Nu Barbaade nu raawwachisuutti Geessuudha!
Galgala Nagaa isiniif haa Ta'u