1 Gaafa utaalloon si qabu Waan ho'aa nyaatta. Innimmoo garaacha si dhukkubsa.
2 Garaachakee fayyisuuf immoo Waan qabbanaayaa nyaatta innimmoo Taayifooyidii si qabsiisa . π
3 Taayifooyidiirraa fayyuuf Waan gubaa nyaatta innimmoo Ammas garaacha si dhukkubsa. π
4 Amma immoo nyaatuma lagatta
Hin huuqqatta lafarraa badda.β οΈ
5 milishaan karaarratti sitti dhufa .eessa haadhakeetti huuqqatte caakkaa turtee jedhee SI tuma si caccabsa
6 Alanammoo qaamakee hundasaa sidhukkuba.π
7 Fayitee si'ii bakkee keessa deemuu !
Qabamtee mana hidhaa seenta!!
8 Achi keessattis nyaata qabbanaaye nyaattee,!! Taayifooyidii keetti ,deebitaπ
9 Akka Kanatti dhukkuba wajjiin degree 360 ofirra naannofta Kun Biyya ixoophiyaa jedhamtu keessat
ti
Shareβ¬
@qoosaa_oromoo
Shareβ¬
@qoosaa_oromoo