DV 2025 IFOOMERA…
LOOTOORII VISAA 2025 IRRATTI AKKA FILATAMNE AKKAMITTI ILAALACHUU DANDEENYA?
▪ Bu’aan Lootorii Viizaa bara 2025 (DV-2025) Caamsaa 4, 2024 irraa eegalee hanga Adoolessa 30, 2025tti Ifoomera namoonni guuttan yeroo kana giddutti ilaalladha…
▪ Akka Filatamtan mirkaaneessuudhaf Websaayiti viisaa lootorii kana gadii jiruu fayyadamaa
https://dvprogram.state.gov/. ▪ Odeeffannoo barbaachisu: Filatamuu keessan ilaaluuf lakkoofsa mirkaneessaa(confirmation number)yeroo sagantichaaf galmoofte qabaachun dirqama, itti ansuun maqaa kee akka unka galmee irratti galmaa’etti, bara dhalootaa fi koodii mirkaneessuu sirnichi kenne si barbaachisa.
YOO LOOTORII SAGANTAA VISAA ADDAA U.S. MO'ATTE MAAL GOCHUU QABDA?
Yoo galmeen kee filatame, gara fuula mirkaneessaatti qajeelfamuun qajeelfama bal’aa argattu,
https://dvprogram.state.gov/Sana booda
Filatamtoonni DS-2025 fi Iyyata Galmee Biyya Alaa karaa elektirooniksiitin dhiyeessu qabda.
▪ Af-gaaffii qoonsilaa qaamaan taasifamuu qabu, achitti gara Ameerikaatti godaanuuf ulaagaan isaanii ni madaalama. Kunis gaaffilee waa’ee seenaa yakkaa fi dhimmoota nageenyaa ilaallata. ▪ Namoonni filataman hundi miseensota maatii isaanii dabalatee hanga Adoolessa 30, 2025tti viizaa argaachu qabu.
. Yoo gaaffii qabaattan ykn odeeffannoo dabalataa barbaaddan, marsariitii Sagantaa Viizaa daawwadhaa ykn gaaffii fi deebii Qajeelfama ofiisaa Sagantaa Viizaa Godaantota bara 2025 keessatti ilaalaa.
Namoonni akka isiinif ilaalamu barbaaddan kessan nu dubbisa
@samilearn
LIKE AND SHARE YOUR CHANNEL
💎💎💎💎💎💎💎
@samitecno
@free_ict_g
roup
💎💎💎💎💎💎💎