Engr SI raj

Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Blogs

Bu'aa technology gargaaramuun kan hin danda'amne akka danda'amu gochuun jiruufi jireenya keessan salphisaa"
ስለ ቴክኖሎጂ እና ፈጠራወቼ አስተዋውቀለው።
ችግር ፈቺ እንጂ ችግር ፈጣሪ ትውልዶች አንሁን።
#Creative #innovative#Solution #Entrepreneurship #Technology
Fb.me/sirajtechinventor

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Blogs
Statistics
Posts filter

Bu'aa technology gargaaramuun kan hin danda'amne akka danda'amu gochuun jiruufi jireenya keessan salphisaa"

ስለ ቴክኖሎጂ እና ፈጠራወቼ አስተዋውቀለው።

ችግር ፈቺ እንጂ ችግር ፈጣሪ ትውልዶች አንሁን።

#Creative #innovative#Solution #Entrepreneurship #Technology
Fb.me/sirajtechinventor

jirtuu!❤️

"Biyya kanatti namni kan jaallatamu gaafa du'eedha. Animmoo jaallatamuuf jedhee du'uu hin barbaadu!"

"Biyya kanatti namni kan jaallatamu gaafa du'eedha. Animmoo jaallatamuuf jedhee du'uu hin barbaadu!"

Artificial Intelligence.pdf
5.0Mb
Artificial intelligence 😱😎
Kitaaba waa'ee artificial intelligence afaan oromoo yeroo duraaf haala ajaahibaafi bifa salphaan qophaahee kana dubbisaa!!

Dubbisuun nama guutuu nama taasisa!!

@sirajhu

Barattoonni qabxii seensa university laalachuu barbaaddab keessan na duubbisaa barnoota baranneen ummata keenya faayidaa kenninaafi

@siraj_hu

#share

Qabxiin seensa university barattoota kutaa 12 waan gad dhiifamee jiruuf link kanaan seentaani laalachuu dandeessu lakkofsa admission itti eerguun laalachuu dabdeessu

https://www.facebook.com/profile.php?id=100061687892025

Dear all

I have discovered  technology called Hundaf 0.2 and a technology called hache-oro. HUNDAF- "All peoples everywhere should have free energy sources." [...] "Electricity is available everywhere without limit's and without the need for coal, oil or gas. hache-oro aircraft. It is designed by myself and it is structured by my own hand work and I was forced to ask for sponsorship to carry out this project. Now I am looking for donors to make the projet. If anyone wants to support this project, I would like to hear from you. I will share. My email 💌 address is sirajhu08@gmail.com. Here is the link for my 9 different findings which I have done before. https://t.me/sirajhu

NB I acknowledge the sponsor involved in supporting this project.

thanks you!
Siraj Hussein Founder and CEO of si-tech

+251935391888

sirajhu08@gmail.com

Urjiileefi Gaalaaksota.pdf
4.4Mb
Qabiyyeen barreeffama kanaa
~Gaalaaksota
~Tuuta Urjiilee🌠🌠🌠🌠
~Holqa gurraacha😱😱
~Falaasamaafi k.k.f kan qabate yoo ta'u, dubbisuufi share gochuu hindagatiinaa!
Dubbisa Gaarii!😇

@sirajhu

Artificial Intelligence.pdf
5.0Mb
Artificial intelligence 😱😎
Kitaaba waa'ee artificial intelligence afaan oromoo yeroo duraaf haala ajaahibaafi bifa salphaan qophaahee kana dubbisaa!!

Dubbisuun nama guutuu nama taasisa!!

@sirajhu

Be alone, that is the secret of invention;
be alone, that is when ideas are born.
-
Kophaa kee ta'i kun iccitii kalaqaati
Kophaa kee ta'i  yaadatu dhalachuuf ta'aati

ብቻህን ሁን, ይህ የፈጠራ ሚስጥር ነው;
ብቻህን ሁን ፣ ያ ሀሳቦች ሲወለዱ ነው።
-

@sirajhu

HUMNA YAADAAFI TARKAANFII
Yaaduun salphaadha. Tarkaanfii fudhachuun ulfaataadha. Waantota sammuu keessatti yaadne qabatamaan hojii irra oolchuun immoo waantota addunyaa kana irra jiran kamiyyuu caalaa baay’ee ulfaataadha.
Yaada namaa akka galaanaa daqiiqaa keessatti addunyaa kana akka huurrii uffisu kun utuu tarkaanfiin deeggaramee addunyaa kana gara lafa onaatti jijjiira.
Yaadoota namni guyyaa guyyaatti maddisiisaa ooluu dhibbantaan 70-80 negatiiva waan ta’eef yaadni nama addunyaa kana buqqisuu irra darbee uumamni hawwaa keessaa iyyuu fageenyaa bara ifaa ol walitti fagaatu turan. Namoonni danuun addunyaa kana balleessanii qofummaadhaan dararamanii waan of ajjeessan fakkaatu.
Namoonni dandeettiifi ogummaan isaanii akka seenaatti addunyaa raajeffachiisaanii darban warra waan yaadan hunda hojiirra oolchan utuu hin taanee warra bu’aa yaada isaanii xiqqoo irratti tarkaanfii sirrii fudhatanidha. Baay’ina burqaa yaadaa irra galma to’annoo keenya keessa jiru qofa irratti yoo xiyyeeffanne malee dambalii yaada to’annoo keenyaan ala bahuun maraatummaaf nu saaxila.
Yeroo hundumaa waan dandaa’amu yaaduufi sadarkaa irra jirutti to’achuufi hojjechuu kan dandeeyu argachuuf carraaquun humna bu’aa yaadaa ofiif jiraachuuf carroomuudha.
Yaadaakee waraqaa adii irratti roobsi waan gochuu dandeessu xiyya abuudduukeen jabeessi qabi.         

Hawwiifi murteen kee har'aa, jala bultii kufaatii kee boruu akka hin taane of eeggadhu.

Kolfa😁

Duroomaniif kolfa hin argatani, hiyyoomaniif kolfa hin dhabani.
Kolfi jaffaltii tokkollee nama hin gaafatu. Garuu bu'aa guddaa qaba. Kolfi fayidaa malee miidhaa hin qabu. Kolfi:_
👉 Miira jeeqame tasgabeessa
👉miira badaa qajeelcha, 👉miiraa gaddaa mancaasa.
👉Yaaddoo fageessa; 👉Gammachuu maddisiisa.
👉Boqonnaa namaaf kenna
👉Kaka'umsa hojii dabala.
👉Hiriyummaa jabeessa.
👉❤️Maatii keessa gammachuun akka jiraatuu godha.
👉Kolfi warra dadhabaniif jabina.
👉Warra abdii kutataniif ifa.
👉Warra gaddaniif carallaa biiftuuti.
👉Kolfi muddama miiraatiif daawwaa uumamaati
👉Kolfi waangaarii yaaduu irraa madda.(usually?)
👉Kolfi keenya miira namoota biroo jijjiiruuf humna guddaa qaba. Fuulli ifaan afata gaarii caala.🙏🙏🙏🙀🙀🙀
Kolfi yeroo muraasaaf kolfama. Garuu sammuu namaa keessa yeroo dheeraaf tura. Qaamni keenya wayita kolfinu caalaa wayita nyaara guurru annaafuu garaakee irraa kolfi. Kolfi bu'aa qabeessa kan ta'u yoo #gar bilisaati.❤️❤️❤️ Kolfaa!😁😁😁baay'isaa kolfaa!

#engrsiraj
#

HUMNA YAADAAFI TARKAANFII
Yaaduun salphaadha. Tarkaanfii fudhachuun ulfaataadha. Waantota sammuu keessatti yaadne qabatamaan hojii irra oolchuun immoo waantota addunyaa kana irra jiran kamiyyuu caalaa baay’ee ulfaataadha.
Yaada namaa akka galaanaa daqiiqaa keessatti addunyaa kana akka huurrii uffisu kun utuu tarkaanfiin deeggaramee addunyaa kana gara lafa onaatti jijjiira.
Yaadoota namni guyyaa guyyaatti maddisiisaa ooluu dhibbantaan 70-80 negatiiva waan ta’eef yaadni nama addunyaa kana buqqisuu irra darbee uumamni hawwaa keessaa iyyuu fageenyaa bara ifaa ol walitti fagaatu turan. Namoonni danuun addunyaa kana balleessanii qofummaadhaan dararamanii waan of ajjeessan fakkaatu.
Namoonni dandeettiifi ogummaan isaanii akka seenaatti addunyaa raajeffachiisaanii darban warra waan yaadan hunda hojiirra oolchan utuu hin taanee warra bu’aa yaada isaanii xiqqoo irratti tarkaanfii sirrii fudhatanidha. Baay’ina burqaa yaadaa irra galma to’annoo keenya keessa jiru qofa irratti yoo xiyyeeffanne malee dambalii yaada to’annoo keenyaan ala bahuun maraatummaaf nu saaxila.
Yeroo hundumaa waan dandaa’amu yaaduufi sadarkaa irra jirutti to’achuufi hojjechuu kan dandeeyu argachuuf carraaquun humna bu’aa yaadaa ofiif jiraachuuf carroomuudha.
Yaadaakee waraqaa adii irratti roobsi waan gochuu dandeessu xiyya abuudduukeen jabeessi qabi. @sammuukoof

Kalaqa

Sababa Guddaa Tokkoof Uumamte
~
Kitaaba wayii irratti "Dachee kana irratti kan uumamteef lakkoofsa uummata addunyaa dabaluuf qofa taanan, ati kasaaradha. Waan tokko dachee kana irratti uumuf uumamte" jedha. Dhugaadha namni akkasumaan argame hin jiru. Yaa guddatus yaa xiqqaatu malee namni hunduu kennaa mataa isaa qaba. Namni kennaa hin qabne hin jiru. Dursa kana amanuun dirqamadha. Sana ta'uu baannan garuu Keennaa kee situu ajjeesa. Dubartiin Heeleen Kiilar jedhamtu tokko xummura jarraa 19ffaa fi jalqaba jarraa 20ffaa irra jiraachaa kan turte yoo ta'u. Gurri ishee hin dhaga'u, Iji ishees hin argu gaafa uumamtu. Kuni hundumtuu garuu seenaa hojjechuu irraa ishee hin dhaabne. Dubartii cimtuu yeroo kamiyyuu jechuun addunyaa guutun maqaa ishee waamaa jiraata.
Atis sababa guddaa tokkoof uumamte. Maalif uumamte? of gaafadhu. Deebin isaa suma bira jira. Keessa kee dhageeffadhu. Miira qofaan kaatee ani homaa gochuu hin danda'u hin jedhin. Wanti hin danda'amne tokkollee hin jiru. Du'a injifachuu yoo barbaadde, seenaa hojjachuu yoo feete, Jiraattee darbuu yoo hawwite, dhimma uumamteef adda baasi. Dhalli namaa uumama hunda abboomuf aantummaan kennameefiira. Sammuu kee ajaji. Maalif akka uummame sitti hima. Hanga xumuraatti abdiin hojjadhu. Abdii hin kutin.
Computer virus akkamiin akka uummame yaa ilaallumee. Mucaan xiqqaan ganna 12 sababa uummameef baruun abbaa isaa du'a oolcheraatii. Abbaan mucaa kanaa ragaa sobaan yakka cimaa hojjatte jedhamee murtiin du'a irratti murteeffamee guyyaa du'a isaa eeggachaata. Waraqaan ragaa inni bilisa ta'uu isaa argisiisu guyyaa du'u booda akka argamu kan amane mucaan xiqqaan kun. Halkaniifi guyyaa yeroo isaa koompitara irratti dabarsa. Gaafa guyyaan dhumaa ga'u, akka seera biyyattiitti Prezidaantiin biyyatti Video call gochuun raawwadhaa gaafa jedhe ture kan Abbaan mucichaa ajjeefamu. Akkuma sa'aatiin dhumaa ga'een guutuu biyyattii irraa Interneetni bade. Kana kan godhe daa'ima xiqqaa kana Vaayirasii yeroo jalqabaaf uume.

.
Namni gaaffii gaafatu yeroo tokkoof faaraa fakkaachuu danda'a,namichi hin gaafanne sun garuu bara isaa guutuu faaraadha.
#konfishiyees

20 last posts shown.