Forward from: Oshoo Official
Gonkumaa hiriyoota kee hin amanin.Akkaataa itti diinota keetti fayyadamtu bari malee. Hiriyoota kee irraa of eeggadhu. Isaan dafanii si ganu, salphaattis inaaffaadhaan sirratti ka'u.
Diinota kee duraanii yoo qacarte garuu hiriyoota kee caalaa amanamoo siif ta'u. Sababni isaa amanamummaa si biratti argachuuf ifaaju waan ta'eefi.
Dhugaa dubbachuuf diina kee caalaa hiriyaa kee sodaachuu qabda.Yoo diina hin qabdu ta'e, karaa ittiin diina argattu barbaadi.
Madda:The 48 Law Of Power