Genet Negash
Forward from: Dirree~Entertainment
#Wanta_Namni_Hundi_Beekuu Qabu !!
โ ๏ธ Yeroo Timaatima (๐ ) Bifa Adda Qabu Argattu Hunda Nyaachuu Irraa Of Qusadhaa.
โ ๏ธ๐ Ciniinnaa Bofaa irraa kan ka'e ta'uu akka danda'u
Ogeessota fayyaa irraa Yaadonni dhiyaataniiru.
โ ๏ธIddoo miidhama isaa sana Irraa gateen Gara fayyaalessa Nyaataf Fayyadama Jedhaanii yaadunillee Dhiibbaa Fayyaa keenyarratti akka fidutu himama.
โ ๏ธ Bofa fi Reptiles Biroo Darbee darbee Fuduraalee ๐๐ Yeroo Beela'an Ciniinuu, Akkaataa Battee fiSimbirroonni ๐ฆ Pawpaw Bilchaate Nyaatan Wal Fakkaata.
โ ๏ธ Of Eeggannoon Keessan Wantoota Summii Qaban Bineensonni Fuduraalee Keessatti Lilmoodhaan Naqaman Akka Hin Nyaanne Si Eega.
โ~~~~~~~~~~~~~~~~โ
@DirreeGN
@Spritpoem