TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Beeksisa Hojii Discussion

27 Jul, 11:54

Open in Telegram Share Report

Post deleted from Telegram 29 Jul, 22:32

Forward from: ODAA ISPOORTII
Hoggantoonni PSG mufataniiru

Riyaal Maadriid Yaan Diyoomaandee PSG harkaa butachuun waliigaltee xumuruu isaa,tiin, hoggantoonni fi deeggartoonni PSG akka baay'ee aaran, gaazexeessaan beekamaan Faabiriiziyoo Roomaanoo gabaaseera.

Kilabni Firaansi kun taphaticha mallatteessisuuf waliigaltee xumura irra ga'ee ture. Haa ta'u malee, Riyaal Maadriid guyyoota lama qofa keessatti waliigaltee sana irraa butuun taphaticha mallatteessisuuf waliigalee jira.

Arsenaal, Liiverpuul fi Maanchester Siitiin taphaticha mallatteessisuuf gaaffii dhiheessanillee, taphataan lammii Aayivarii Koostii Lakkii, galatoomaa. Ani kilaba biraa hin barbaadu. Riyaal Maadriid qofatu filannoo kooti jedheera.

Oduu walqabatuun, PSG ibsa Sky Sports'f kenneen, jijjiirraa taphatichaa keessaa of baasuu isaa beeksiseera.

Akka ibsa kilabichaatti, kaffaltiin jijjiirraa fi mindaan taphatichaa seera baajata fi bulchiinsa maallaqaa PSG waliin waan wal hin simneef waliigaltee sana itti fufuu akka hin dandeenye ifa godheera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODAA_ISPOORTII
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot