Forward from: Oshoo Official
Jireenya kee keessatti namoota gosa sadiitu si mudachuu danda'a.
➊ Namoota akka Baalaa ➛ ❛ 🌿 The Leaf People ❜
➋ Namoota Akka Damee ➛ ❛ 🌵 The Branch People ❜
❸ Namoota Akka Hiddaa ➛ ❛ 🗾 The Root People ❜
✍️Namoota Akka Baalaa :- Warri Kun namoota yeroo tokkoof qofa jireenya kee keessa dhufaniidha. Isaan irratti hirkachuuu hin dandeessu.Sababni isaas, isaan dadhaboo waan ta'aniif. Waan barbaadan qofa fudhachuuf gara kee dhufu. g
Garuu, yoo qilleensi dhufu ni deemu. Namoota kana irraa of eeggachuu qabda! sababiin isaas yeroo itti tole si jaallatu.
✍️Namoota Akka Damee :- Isan kun Cimoodha garuu isaan irrattis of eeggannoo gochuu qabda. Jireenyi yeroo cimaa ta'u ulfaatina baay'ee dandamachuu hin danda'aan sirraa adda ba'u. Yeroo tokko tokko si bira turuu danda'u. Garuu, yeroo haalli itti ulfaatu ni deemu.
✍️Namoota Akka Hiddaa :- Namoonni kun waan mul'atu waan hin hojjenneef baay'ee barbaachisoodha.Deggersa yeroo rakkisaa keessa ittiin darbitu bishaan si obaasu. Raafamuu keetiin hin socho'an akkasitti si jaallatu!
➲Ati jaallattes jibbites ofumaan si jaallatu garuu of hin agarsiisan.Jireenya kee keessatti namoota ati quunnamtu ykn waliin hariiroo qabdu hundi si dhiisanii deemu. Gosa namoota hiddaa qofatu si biratti hafa Isaaniin jabeeffadhu.