Forward from: Motivationals Tip
Yaada π‘
Beekumsa caalaa yaadni barbaachisaadha. Sababni isaas beekumsi waan yeroo ammaa beeknuu fi hubannu hunda kan ibsu yoo taβu, yaadni garuu waan ammallee argachuu fi uumuu dandeenyu hunda agarsiisa.
π @motivationals_tip