Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
ያለንን የውሃ ሃብት ለልማት በመዋል የበለጸገች ኢትዮጵያን እውን ለማድረግ የተጀመሩ ስራዎች አበረታች ውጤት እያስመዘገቡ ነው።ለአብነትም ሀገራዊ ለውጡን ተከትሎ በሶማሌ ክልል በግብርና ሲለማ የነበረውን 350 ሺህ ሄክታር መሬት በሶስት እጥፍ ማሳደግ ተችሏል።
Hojiileen qabeenyaa bishaanii keenya missoomarra oolchuudhaan Itoophiyaa badhaate dhugoomsuuf eegalaman bu'aa jajjabeessaa galmeessisaa jiru. Fakkeenyaaf, jijjirama akka biyyaatti dhufetti aanee Naannoo Sumaaleetti lafa hektaara kuma 350 qonnaan misoomaa ture dachaa sadiin guddisuun danda'ameera.
The efforts to harness our water resources for Ethiopia’s development are yielding promising results. For instance, following the national reforms, the country has tripled the 350,000 hectares of land cultivated by agriculture in the Somali region.