Фильтр публикаций


🇪🇺Taphoota geeba Awurooppaa boru taphatamu.

04:00 🔰Denmaark Sarbiyaa waliin
04:00 🔰Inglizii Sloveeniyaa waliin

Qabxii isaanii
Ingiliz 4
Denmaark 2
Sloveniyaa 2
Sarbiyaa 1

Hunduu carraa darbuu qabu

            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii


🇪🇺Qabxii ramaddii B

Ispeen 9
Xaaliyaan 4
Kirooshiyaa 2
Albaaniyaa   1

Ispeen fi Xaaliyaan gara marsaa itti aanutti darbaniiru.


             Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii


🇪🇺Tapha geeba Awurooppaa amma taphatamaa jiru.

⏱FT
Albaaniyaa 0-1 Ispeen
⚽️F. Toorees 13'

Kirooshiyaa 1-1 Xaaliyaan
⚽️Moodrich 55' ⚽️Zakanye 90+8'


            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii


Xumurame


Daqiiqaa tokko qofatu hafe ture Kiroshiyaa😭


Xaaaaaaaaaaaaliyan


Gooooooooooooooooooooooooooool


Tapha Xaaliyaan fi Kirooshiyaa iratti daqiiqaa 8titu dabalame


✅Lukaa Moodrich taphataa umurii guddaan dorgommii geeba Awurooppaa iratti goolii lakkoofsise ta'eera. (Waggaa 38 fi guyyaa 288)

             Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii


Vidiyoo goolii argachuuf
👇
https://t.me/BurqaaVidiyoo


🇪🇺Tapha geeba Awurooppaa amma taphatamaa jiru.

⏱62'
Albaaniyaa 0-1 Ispeen
⚽️F. Toorees 13'

Kirooshiyaa 1-0 Xaaliyaan
⚽️Moodrich 55'


            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii


Kubban gara taphaa erga deebiteen booda lakkoofsisan


Mooooooooooooodrich


Goooooooooooooooooooooool


Donaroooooooooomaaaan deeebise


Modrich


Penality Kirooshiyaaf


Abbaan murtee VAR ilaaluu deemaniiru


Kirooshiyaan Penality gaafachaa jiru


🇪🇺Tapha geeba Awurooppaa amma taphatamaa jiru.

⏱50'
Albaaniyaa 0-1 Ispeen
⚽️F. Toorees 13'

Kirooshiyaa 0-0 Xaaliyaan


            Ⓢⓗⓐⓡⓔ
        @BurqaaIspoortii
        @BurqaaIspoortii

Показано 20 последних публикаций.