Ethiopian baay'ina harroota qabduun biyyoota addunyaa kana irra jiran dursaa jirtii!!
-------------------------------------------
( Ethio Press )
✅ Akka Gabaasa bara 2025'n baheetti, addunyaa kana irra harroota gara miiliyoonaa 50 ta'an... kan jiran yoo ta'u, Kanneen keessaas biyya keenya itiyoopiyaa keessa harree gara milyoona 10 ta'an akka jiran ibsameera... baay'inni kun Bara darbe waliin yoo walbira qabamee ilaalamus, baay’inni isaanii dachaa 3 kan ta'u dabalee jira. Biyyi addunyaa kana irraa harree xiqqoo qabdu suriname yoo ta'u harree 7 qofa qabdi.... Ameerikaan ammoo harroota 52,000 qabdii....
1ffaa Itoophiyaa miiliyoona 10.6
2ffaa Suudaan Kaabaa miiliyoona 7.6
3ffaa Paakistaan miiliyoona 5.8
4ffaa Chaad miiliyoona 4.6
5ffaa Meksikoo miiliyoona 3.3
10 million donkeys........🤦♂
⚡Join
@Dambalii_beekumsaa🔔