Galaana Faarfannaa † Asea of ​​Song🌍


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Музыка


Channel kun Faarfannaa guyyaa guyyaan Kan isiniif maxxansudha.
🔊 Channel Keenya 1ffaa
👂 Nuquunnamuuf!
👉 @galaanafaarfannaachat12
👉 0917635480🌠
👉 YouTube :-https://www.youtube.com/@bilisummaabaaruuofficial5324

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Музыка
Статистика
Фильтр публикаций


Channel 5k qabu tokko gurgurameera!
Channel tokko qofaatu hafe Isa Namoonni fudhattan dafaa keessan nudubbisaa isin hin darbin. 1k subscribe qaba.
@galaanafaarfannaachat12


Namoonni Channel Bitachuu Barbaaddan Keessan nudubbisaa... @galaanafaarfannaachat12


BARA BAAQQEE
🟰Singer Dawit Girma

🚩coming_soon 🔥

Faarfataa Daawwit Girma Album 2ffaa Isaa Yeroo Dhiyootti Nuuf Qabatee Dhufaa jira.

👉 @Galaanafaarfannaa1


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
SITU MO'E || Singer Samuel Tarre New Afaan Oromo Gospel Song (Official Music Video) 2024/2017

👉
@Galaanafaarfannaa1


Situ Mo'e - Samuel Tarre New 2024

👉
@Galaanafaarfannaa1




Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
ARAARRI KEE : BILISUMMAA BAARUU || Faarfannaa Afaan Oromoo Haarawa 2024

Bilisummaa Baaruu
Size : 102.5 MB

Share gochuun nadeggeraa..

👉
@Galaanafaarfannaa1


Channel Namni Amane kamuu Join Godhachuu qabu Har'a isiniif banamee jira!

Barnoota Wangeelaa
Amantaa fi Amantii
Waaqeffannaa bara si'anaa irratti gadi fageenyaan Kan isin barsiisu channeliin bareedaan isiniif banameera Hordofaa...

Namoonni Nan Barsiisa Ga'umsa qaba an Kan jettan keessan nudubbisaa
@galaanafaarfannaachat12

Channelicha link kanaan Argattu https://t.me/BarsiisaWangeelaa

Kanaafu Ammuma join Godhaa Waliif share godhaa




Karaa Isa Kam Filannee Irra deemaa jirra?

Singer : Nagase Lelisa

🎵 : New




MAQAA YESUUS

SAMUEL FAYERA

ON 👉 @Galaanafaarfannaa1


JIREENYI AKKANA! 💬

Yeroo tokko tokko si miidhu. Yeroo tokko tokko balaadhaaf si saaxilu. Yeroo tokko tokko maqaa si balleessu. Yeroo tokko tokko haala kee hin hubatan. Yeroo tokko tokko ni dhukkubsatta. Yeroo tokko tokko hiyyeessa taata... Tasumaa hin gaddin!

👍 Sababni isaas: Rakkina Booda Fayyina, Obsa Booda Boqonnaatu Jira, Halkan Booda Bariitu Jira, Rakkina Booda Bal'inaatu jira, Guyyaa Gaddaa Booda Gammachuutu jira.

👉
@Galaanafaarfannaa1


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Kadhannaan Kana akka isin jaallattan Abdiin Qaba.

🌱 Balballi cufame sirraa habanamu.
👉 Prophet Tamirat Tarekegn

🌱 Share Godhaa Waliif Ergaa kana dabarsaa...
👉
@Galaanafaarfannaa1


Waaqoo Geetachoo( Hirkoo)

kitaaba lammaffaa isaa ‘24’ jedhu qabatee nuuf dhufeera.

Anaa dhufu obboleessako.

👉
@Galaanafaarfannaa1




BOR ! TOMORROW
⛪️ Namni Waaqayyoo Raajii Masarat Taayyee Sagantaa kadhataa, soomaafi kadhatan kan biyyaa Guyyaa 26 03 2017 galgala akka eegalu labsaniiru. Kunis tamsaasa kallattii dhaan marsaa Arara TV isiniif darba.
📢 Kanaafuu, Waldaan Kiristiyaanaa, Luboonni, Soortonni, Hojjettoonni Wangeelaafi Kiristiyaanonni hundinuu bakka jirtanitti saba gara kadhanaatti galchitani nu wajjin Waaqayyoon akka kadhattan dhaamsa kana isiniif darbeera.

👉
@Galaanafaarfannaa1

👉 ERGAA kana dafaa Amma hiryoota KEESSANIIF share godhaa!






Gab Narraa Goote - Hirpha Bahiru New 2024 ❤️‍🔥🔥💥

👉 @Galaanafaarfannaa1

Показано 20 последних публикаций.