Mammaaksa Oromoo


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Искусство


Mammaaksi dubbii gabaabsa, dubbii dheeressa, ni gorsa, ni barsiisa! Join Us!
Buy ads: https://telega.io/c/Mammaaka_Oromoo
ContactMe: @Getu_Abera

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Искусство
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: SPEAK ENGLISH
❤️ ✍️ "Miira jaalalaa namatti dhaga'amu parsantiin 70% maal akka ta'e beektuu?...." ➡️ As tuquun dubbisaa.

🔜 See More
See More


🥰

➡️ Channel jaalatamoo ergaalee ajaaibsiisoo fi barsiisoo ta'an qabu kana irratti gadi tuquudhaan JOIN taasisaa! ➡️ JOIN 📌

1️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

     🚘 'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>JOIN
    JOIN

2️⃣ 💡💡💡💡💡💡💡

    🚩 MORE JOIN  🚩
   🚩 MORE JOIN 🚩


3️⃣💡💡💡💡💡💡💡
    🍰MORE JOIN  🕯
   🍰 MORE JOIN 🕯


𝙰𝚍𝚍 𝚢𝚘𝚞𝚛 𝙲𝚑𝚊𝚗𝚗𝚎𝚕
ᥲძძ ᥡ᥆ᥙr ᥴһᥲᥒᥒᥱᥣ

📌 Channel keessan tolaan nu waliin beeksifadhaa


#107

"#Ofii jettu mi'aayi yookaan dhagaa jadhanii sigatu," jedhe soogiddaan.
"
#Iyyan malee hin dhalchanii?" Jedhe kormaan hoolaa korbessa re’en.
#Alagaa fi dukkanatti ija hin babaasan.

@Mammaaka_Oromoo


#106

彡• Ijaa fi ijoolleen tika baddi.
彡• Afaan gaariin, afaa gaarii caala.
彡• Ani badeen waan bade hin galchitu


@Mammaaka_Oromoo


#105

彡• "Ajjeechaarra sukkuummaan sodaadha" jette tafkin.
彡• Of-jajjuun loon lamaa, tikseen kudha lama.
彡• Nama fardaan barbaadan lafoo argatu


@Mammaaka_Oromoo


#104

彡• Garbittiin gargaarsa argatte majjii dhoksiti jedhan!
彡• Jarjaranif Abbaa dura hin dhalatan
彡• Aartu qotadhu” jedhe namichi saree biddeen dhoowwatee.


@Mammaaka_Oromoo


#103

彡• Namni dhadhaa afaan kaa’an dhagaa afaan nama kaa’a.
彡• Adeemsa abbaatu oftolchaa, fuula Waaqatu nama tolcha.
彡• Afaan gaariin, afaa gaarii caala.


@Mammaaka_Oromoo


#102

彡• Dhiirti re'ee hin elmitu, garuummoo malaan haga baatu hin wallaaltu.
彡• Lolli firaa dhiiga ilkeeti, hanga tokko ni tufta, hanga tokko ni liqmsita.
彡• Haa teessu garaa, haa nyaattu coraa.


@Mammaaka_Oromoo


#101

彡• Abbaan daadhii dhugeef, ilma afaan hin urgaayu.
彡• Abbaan iyyatu malee ollaan, namaa hin birmatu.
彡• Kan kunootii hin argine, kuunnotii hin argu.


@Mammaaka_Oromoo


#100

#MammaakaOromoo

彡• Bakka sareen jirutti, namatu dhuufee hin gaafatan.
彡• Kijibni nama oolcha malee, nama hin bulchu.
彡• Karaan sobaan darban, gala nama dhiba.


@Mammaaka_Oromoo


#99

彡 • "Beekaa bira dhahan, wallaalaa dirra dhahani."

彡 • "Bagan kufes bagan ka'es kan na qabuuf natti fiiges, kan na qaluuf natti fiiges arge" jette dullattiin sa'aa."

彡 • "Bakka oolan irra bakka bulantu caala."

@Mammaaka_Oromoo


#98

#Mammaaka_Oromoo

彡 • "Akka sareetti kajeelaa jiraachurra, akka leencaa bookkisaa du'uu wayya."

彡 • "Balbala cufachuurra afaan cufachuu wayya."

彡 • "Beekaan baargamattuu beeka, wallaalan of jalattuu hin beeku.
"

@Mammaaka_Oromoo


#97

1. “Ani hin hanbife, Ati hin qalbifne”
2. “Ani ofiif hin jennee, mucaan keessan kan hangafaa sun fuudha hin geenye jette intalti mucaa kajeelte”
3. “Arge jettee hin foksin. dhagahe jettee hin odeessin”

@Mammaaka_Oromoo


#96

1. “Ana bakki na dhukkubu asii mitii, maraafuu bakkuma gooftaan kiyya jedhe san kooba jette bookeen”
2. “Ana haa nyaatuun beela hin baasu”
3. “Ani badeen waan bade hin galchitu”

@Mammaaka_Oromoo




#95

1. “Alanfadhuutii gara fira keetii garagalii liqimsi”
2. “Amartiin namaa hin taane quba namaa hin urin”
3. “Ameessi okolee dide okkotee hin didu”

@Mammaaka_Oromoo


#94

1. “Akka madaa qubaa, yaadni garaa guba”
2. “Akkuma dur seeteti jaartiin qullaa lafaa kaate”
3. “Amma of komatu namni hin komatu”

@Mammaaka_Oromoo


#93

1. “Akka cabanitti okkolu”
2. “Arrabni lafee hin qabduu, lafee nama cabsiti”
3. “Akka ganamaa seetee narra hin ejjetin jette sokorruun”

@Mammaaka_Oromoo


#92

#mammaakaoromoo

彡 • "Hiriyaa malee deemtee gaggeessaa malee galtee"

彡 • "Lolli hattuu yeroo hattu osoo hin ta'iin, yeroo addaan qooddattu wal dhabdi"


@Mammaaka_Oromoo


#91

1. “Akka aadaa teennaa gaara gubbaa baanee teenna jedhe harmi dubartootaa”
2. “Akka abaluun sirbaan morma nama jallisa”
3. “Akka beekutti dhalaa (dahaa) nadhiisaa jette intalti harka namaa diddu”

@Mammaaka_Oromoo

Показано 20 последних публикаций.