MICHUU📚


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Блоги


Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu!
Yaadaaf👇👇
@michuu_fayisaa
Chaanaalaaf👇
✍️ @Michuu_ko

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Блоги
Статистика
Фильтр публикаций


Friends nagaa jirtuu? Dhiifama tibba kana xiqqoo teenshinii wayiitu mataarra na jira qoosuu hin danda'u. Akkuma beektan A' irrattimmoo qoosaan hin jiru. Fatanaa booda walitti deebina.

Yeroo gaarii qabaadhaa!
Sinan jaalladha jechuuf ka'een Nama wayiitu asuma keessaa natti dheekkamaafan dhiise😁


Har'as waa dubbadhuu naaf eeyyamtuu laata?


#_Axareeraa!

Ammuma osoon Library' taa'ee dubbisaa jiruu tokko dhufee "maaloo qalamake na jijjiiri kiyya bick' tahe kanaafuu xixiqqeessee naaf hin barreessu" jedhee qalamako fudhatee deeme.


Axareeraama kana irratti Waanti naan galle ni jira. Elaamee broko axareeraa yeroo barreessituumee Qormaata irra Kun hin hafu ni dhufa jetteeti mitimoo? Akkasuma jetteeti Nan beeka. Egaa waan Qormaatarra siif dhufu qabachuu kan hin dandeenye sammuunke Kun maalumaaf si fayyada Mee natti himi. Dhuguma koon si gaafadhaam.

Yeroo dubbisan yaadannoo qabaachuun waan sirrii Fi gorfamudha. Axareeraa sammuuke caalaa amanuun garuu garbummaa hamtuudha. Waan dubbiste hin qabattuumoo haadhooko? 😁 Maal yaadaa dubbistaa qooyi?😁

Amma Mee Yaa jara keenyaa nama axareeraan Qormaata hojjetutu biyyaaf maatiif even ofiisaaf bu'aa buusa jettanii yaadduu?😔
Kanatu hojjetaa,ogessa Fi maandisa tahee bu'aa buusaa dhiiro?

Pls sammuu keessan axareeraa gaditti hin ilaaliinaa!

Yoon dagoggore dhiifama!

366 0 3 12 11

Suurake naaf ergimee jennaan suura wayii qalaw naaf goote😁

Macheem Kun suuruma harmeeshe taha jedheen dhiise. Kun tilmaama kootiga😁


Ishee Tokkotu" ati ganaa dhàlachuu si gaafata"naan jette .

Yoo rabbi dhuguma ganaan dhaladha taanaan natti haa hafu na dhiisi😁


😁


Abdii qabaachuun gaariidha garuu Lafa dukkanoofteef ibsaa qopheeffachuun dirqama. Hin Gowwoomiin bro "Dumeessa malee bokkaanuu ni rooba!" Inni jedhan bara namni Fi lafti garaa qulqulluu qaban hafe!

Nagaa wajjin


✌️Gorsa ammallee hojiirra oolchaaka jarana🙄


Baga Ayyaana Dhalachuu nagaan geessani!🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉💥
Warri maatii bira jirtan fataa jedhaaga.

Qircaas Zambiilii qabadhaa deemaati maatii keessaniif fuudhaa isaaniin hin dhamaasiinaa!💥🎉

Inni biraan immoo Ijoolleen durbootaas waan Akka farsoo Fi juusii ka'aati warra ollaaf buusaa adaraa!

Lama itti buustanii teessanii oduu keessan hin qaamiinaa!😁

Warri Akka ko mana Hidhaa guddicha jirtan immoo nutuu Wal beekna waan taheef biran darba. Garuu adaraa poolisii gibbii hin rakkisiinaa dafaati yeroon mooraatti galaa😁. Qarshii maatiin siniif erganis guyyaa tokkotti daaraa botoroo hin godhiinaa 'naaf haa bulu'jechuu baraa!

Isa lama -lama taatanii mana caffaraa seentan sanas maatiin isin hin dhaga'iinkaa! Silaa nuunoo garaa bartaniittu😁

Booru Dogoggoruu Waanan danda'uufan dursee isiniif barreesse. Tahus booru waanan post godhu yoo jiraateef to'annoko malee tahuu waan danda'uuf itti hin qabamiinaa!🎉🎉

Ayyaanni Ayyaana Milkii Fi jaalalaa isiniif haa tahu!


✅Michuu keessan irraati


Warri bara kutaa 8 barannu sana"kaayyoon qaba barumsakoorraa Nan kaasiin. An waa'ee barumsaa qofan yaaduu barbaada!"jechaa turanis kunoo dahanii daa'ima lama Lama godhatani😁


Yoo dhugaa dubbanne namatu nun jaallatu nun leellisu Yoo sobne immoo seera uumaatu caba! Beektuga leellifamuu immoo namni jibbu hin jiru 😁
Rakkanne!


Waa nyaanna jennaan Ayyaanniillee Dafee gahuu didekaa dhiiro😁


Bro waa si gorsuu?

Yuunivarsiitii Fi college keessatti hongeen qabxii yoo si mudachaa jira tahe maal goota beektaa?

🤔🤔

Dhugumayyuu maal goota amma🙄

Naaf hin galle anumaafuu😁


'Warri obsi dhagaa affeela'
Jettan affeeltanii maal
gochuufi...




Mee natti himaa


Yaa Sabakoo hanga final exam'n xumuramutti torbee lamaaf yoo Wal zaggaanee hoo maal tahaga🙄


Bro! Nama yoo ati dhugaa dubbatte sin amanne , Sobi rakkoo hin qabu anatu siin jedhe!


Jaalladheen ture garuu miscall natti goote Xiqim fallaagii naat🙄"Jedhe #_Samu'eel_Bojaatu


🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔
Karoorriko Laga gama
Ani reefun Manaa ka'a
Egereeko yoon xiinxalu
Gaaffii guddaa natti ta'a!

🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🤔🥺🥺


🙄


Nagaan kiyya
Si dhukkubee
Boqochuunko
Yoo si gube!

Natti hinaafnaan
Kuma keessaa
Natti himadhu
Obboleessaa
Kana caalaan
Si bobeessa!

✅Michi keessaan

Показано 20 последних публикаций.