Ortodoksii Tawaahidoo Tube


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Экономика


Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan!
Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu!
Contact us :- @ortokoo_bot

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Экономика
Статистика
Фильтр публикаций


Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel

Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan isin gahe!

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?

♦ Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame?

♦ Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?

♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

https://bit.ly/3BDnvFB
https://bit.ly/3BDnvFB


𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐌𝐮𝐝𝐝𝐞 29 𝐦𝐨𝐨 𝐃𝐞𝐜𝐞𝐦𝐛𝐞𝐫 25 𝐝𝐡𝐚?

𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐭𝐨𝐝𝐨𝐤𝐬𝐢𝐢 𝐓𝐚𝐰𝐚𝐚𝐡𝐢𝐝𝐨𝐨 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐌𝐮𝐝𝐝𝐞 29 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐣𝐢?

𝐖𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐋𝐢𝐱𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐃𝐞𝐜𝐞𝐦𝐛𝐞𝐫 25 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐮?

𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐦𝐞?

𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞 𝐡𝐨𝐨 𝐧𝐢 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐚𝐚?

𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐮 𝐲𝐤𝐧 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮 𝐰𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐋𝐢𝐱𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐢 𝐧𝐮 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐤𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐠𝐚𝐫𝐠𝐚𝐫 𝐭𝐚'𝐞?

𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢  𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚!

👇👇👇

https://bit.ly/3yzLswZ
https://bit.ly/3yzLswZ


Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel

Baga jalabultii guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan isin gahe!

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?

♦ Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame?

♦ Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?

♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

https://bit.ly/3BDnvFB
https://bit.ly/3BDnvFB


#Ads

New platform!New platform!

Congratulations to members for successful withdrawalJoin now and you will succeed in Allied Gold.

Generating income online is actually very simple.

Choose the best company to cooperate with and you will succeed.

If you encounter any problems, please contact the online customer service directly, we are always at your service.

Official channel:https://t.me/Allied_Gold

Sign up link:https://alliedgd.cc/?invitation_code=B6F40


Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel

Baga jalabultii guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan isin gahe!

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?

♦ Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame?

♦ Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?

♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

https://bit.ly/3BDnvFB
https://bit.ly/3BDnvFB


Torbee tokkoffaa Tsoomii Guddaa | Zeweredee

Baga Tsoomii guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos nagaadhaan geessan!

Zeweredee

Waa'ee torbee 1ffaa Tsoomii Guddaa dubbisuuf link kanaa gadi jiru tuquun website keenya irraa dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/35sdJM0
https://bit.ly/35sdJM0


Tsoomii Guddaa Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos

Baga Tsoomii Guddaa nagaadhaan geessan!

• Tsoomiin guddaan maalif Tsoomama?
• Tsoomii Guddaan yoom Tsoomamuu jalqabe?
• Tsoomii Guddaan Manneen Kiristaanaa kam kamitti Tsoomama?
• Tsoomiiwwan gurguddoo Torban Mana Kiristaanaa kam Kamidha?
• Tsoomii Guddaan maqaawwan kan biroo kam kam qaba?

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Tsoomii Guddaa link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://www.qubeeonline.com/2022/03/tsoomii-guddaa.html?m=1


Luboota Digdami Arfan Samii

• Luboonni 24'n Samii eenyu fa'i?
• Maalif 24 qofa jedhaman?
• Dhuguma lakkoofsi ykn baay'inni isaanii 24 qofaa?
• Luboota lafa irra jiran irraa maaltu adda isaan baasa?

Hiikoo Andimtaa Mul'ata Yohaannis irratti kan hundaa'e. Link jala jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/luboota-digdami-arfan-samii_23.html


𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹

𝗕𝗮𝗴𝗮 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗬𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹 𝗻𝗮𝗴𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮𝗮𝗻 𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻!

𝗛𝗮𝗻𝗴𝗮𝗳𝗮 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗤𝘂𝗹𝗾𝘂𝗹𝗹𝘂𝘂 𝗥𝘂𝗳𝗮𝗮'𝗲𝗲𝗹

♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?

♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?

♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐑𝐮𝐟𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝘒𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘯𝘪𝘪𝘧𝘪 𝘬𝘢𝘯𝘯𝘦𝘦𝘯 𝘣𝘪𝘳𝘰𝘰 𝘸𝘢𝘢'𝘦𝘦 𝘘𝘶𝘭𝘲𝘶𝘭𝘭𝘶𝘶 𝘙𝘶𝘧𝘢𝘢'𝘦𝘦𝘭 𝘭𝘪𝘯𝘬 𝘬𝘢𝘯𝘢 𝘵𝘶𝘲𝘶𝘶𝘯 𝘥𝘶𝘣𝘣𝘪𝘴𝘢𝘢!

👇👇👇

https://bit.ly/3Fp3eWw
https://bit.ly/3Fp3eWw


Репост из: Ijoollee Mana Kiristaanaa
𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥

Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel nagaadhaan geessan!

♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?

♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?

♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3Om035R
🔗 https://bit.ly/3Om035R


Ergamoota

Kutaa 3ffaa

✓ Kabaja Ergamootaaf taasifamu
✓ Ergamootaaf Sagadni Kennaa ni Sagadamaa?
✓ Ergamoota Xuraa'oo (Seexana)
✓ Gaaffilee Ergamoota irratti ka'aaniifi deebii isaanii
✓ Dirsaana Ergamootaa

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Ergamootaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇


https://bit.ly/4cgxX7H
https://bit.ly/4cgxX7H


Ergamoota

Kutaa 2ffaa

• Hojiin Ergamootaa maal maalidha?
• Ergamoonni maal maal irratti muudaman?
• Ergamoonni iddoo meeqatti qoodamu?
• Ergamoonni baay'inni isaanii hangami?
• Ergamoonni magaalaa meeqatti qubatan?
• Waa'ee Ergamootaa kitaabni Qulqulluu maal jedha?

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Ergamootaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/45k5POy
https://bit.ly/45k5POy


Ergamoota

Kutaa 1ffaa

• Ergamoota jechuun maal jechuudha?
• Ergamoonni iddoo meeqatti qoodamu?
• Ergamoonni baay'inni isaanii hangami?
• Ergamoonni magaalaa meeqatti qubatan?
• Waa'ee Ergamootaa kitaabni Qulqulluu maal jedha?

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Ergamootaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3ByqbG8
https://bit.ly/3ByqbG8


Репост из: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Baga jalabultii Ayyaana Guyyaa Yaadannoo Qulqulluu Yaareediin nagaan geessan!

♦ Qulqulluun Yaareed Eenyudha?
♦ Bu'aan Qulqulluun Yaareed Mana Kiristaanaa Itoophiyaatiif buuse maali?
♦ Qulqulluun Yaareed Abuna Aragaawwii waliin walitti dhufeenya akkamii qabu ture?
♦ Fannoon harkaa Qulqulluun Yaareed ittiin eebbisaa turan hatamee ture amma eessa jira?

Suurri kanaa gadi jiru suura fannoo harkaa Qulqulluu Yaareed hatamee ture agarsiisudha.

Kanneenii fi kanneen biroo blog keenya irra galuun dubbisaa! Link kanatti aanee jiru tuqaa!


👇👇👇

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/05/qulqulluun-yaareed-eenyudha.html


Kabaja Ayyaana Qulqullootaa akka Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaatti

♦ Ayyaanota waggaa waggaadhaan kabajaman,
♦ Ayyaanota ji'a ji'aan kabajaman,
♦ Ayyaanota Gurguddoo fi Xixiqqoo Gooftaa saglan,
♦ Ayyaanota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam 33'n fi Ayyaanota gurguddoo 5'n,
♦ Guyyoota Wangeelaawwiiwwan fi Duuka bu'oonni itti yaadataman,
♦ Guyyoota Qulqulloonni Saglan itti yaadataman,
♦ Ayyaanota Tsooma Guddaa Gooftaa waliin wal qabatan,
♦ Guyyoota Yaadannoo Abbootii, Luboota, Raajotaa fi Mootota Kakuu
Moofaa keessa turanii,
♦ Guyyoota Abbootiin ykn Beektonni Mana Kiristaanaa Kakuu Haaraa Duuka Bu'oota booda ka'aan itti yaadataman,
♦ Qulqulloonni Dubartoonni 36'n guyyoota itti yaadataman,

Kanneenii armaan olii hundumayyuu iddoo tokkotti dubbisuuf link kanaa gadi jiru tuqaa!
#Share taasisuu hin dagatiinaa!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/433qhVv
🔗 https://bit.ly/433qhVv


Teessoo Sillaasee kan baatan Bineensonni Arfan ykn Kiruubeel eenyu fa'i?

♦ Koochoowwan isaanii meeqa?
♦ Maal maaliin fakkeeffamu?
♦ Tajaajilli isaanii maal maalidha?
♦ Iji isaanii meeqadha? maalif isaan fayyada? Koochoon isaanii hoo?
♦ Kitaabni Qulqulluu hoo maal jedha?
♦ Biyya keenya keessatti Manni Kiristaaanaa isaanii eessa eessatti argama?

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! barnoota barbaachisaa waan ta'eef hundumti keessanuu dubbisaa! Share waliif taasisaa!

👇👇👇

Kutaa 1ffaa

https://bit.ly/2ZwLUij
https://bit.ly/2ZwLUij

Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/3CiHXw0
https://bit.ly/3CiHXw0


𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚

Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan!

♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚!
♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐝𝐡𝐚?
♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢?
♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐟𝐚'𝐢?

𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢  𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚!

Akkasumas bakka INSTALL jedhu tuquun Application keenya buufadhaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3qC1a7f
https://bit.ly/3qC1a7f


Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe!

♦ Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha?
♦ Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e?
♦ Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama?

Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa!

https://bit.ly/3FJu1xe
https://bit.ly/3FJu1xe


Dhuguma akka Shakkitoonni jedhan Manni Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaan Iyyesuus Kiristoos hin lallabduu???

Kutaa 1ffaa

Gaaffii Shakkitoonni yeroo hedduu kaasaniif deebii isaa! Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! Share taasisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3Cg0Kar
https://bit.ly/3Cg0Kar

Kutaa 2ffaa

👇👇👇

https://bit.ly/3W3imSg
https://bit.ly/3W3imSg


Baga Kabaja Guyyaa Ayyaana Yaadannoo haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Ba'aataa Maariyaamiin nagaadhaan isin gahe!

Link kana tuquun waa'ee Ba'aataa Maariyaam dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3mNrtq1
https://bit.ly/3mNrtq1

Показано 20 последних публикаций.