Фильтр публикаций


Gatii Bittaa fi Gurgurtaa Sharafa Alaa Guyyaa Har'aa Baankii Siinqee

የዕለቱ የውጭ ምንዛሪ ግዢ እና መሸጫ ዋጋ

Foreign Currency Buying and Selling Price at Siinqee Bank as of Today

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


“Siinqee Bank is the exclusive financial institution we are working with to implement the Diaspora housing and investment program in Sheger City. So, anybody who demands for this service must have an account and savings with Siinqee Bank. The Bank has completed all the necessary facilitations for the service. We would also like to make clear that we have made ready 200 hectares of land for 10,000 diaspora members for the housing and investment program”

Dr. Teshome Adugna

SIINQEE BANK
EMPOWERED. TOGETHER

#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan




External Vacancy Announcement

1. Manager, Issue Account
2. Manager, Banking Business
3. Manager, Banking Operation

#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Ibsa Gaddaa

Boordiin Daayireekterootaa, Manajimantii fi Hojjettootni Baankii Siinqee du’aan boqochuu hojjattoota Baankiichaa Damee Huurufa Raaree Adde Ebbiisee Godaa fi Damee Gafarsaa Noonnoo Obbo Sabboonaa Reebaatti gadda itti dhagahame ibsaa, Maatii fi Firoottan isaaniitiif jajjabina hawwu.

የሀዘን መግለጫ

የሲንቄ ባንክ የዳይሬክተሮች ቦርድ፣ የማኔጅመንት አባላት እና ሰራተኞች፤ የባንካችን ሁሩፈ ራሬ ቅርንጫፍ ባልደርባ ወ/ሮ ኤቢሴ ጎዳ እና የገፈርሳ ኖኖ ቅርንጫፍ ባልደርባ አቶ ሰቦና ሬባ ህልፈተ ሕይወት፤ የተሰማቸዉን ጥልቅ ሀዘን እየገለፁ ለስራ ባልደረቦቻቸው፣ ለቤተሰባቸዉ እና ለወዳጅ ዘመዶቻቸዉ መፅናናትን ይመኛሉ፡፡

#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Baankiin Siinqee Waltajjii Gamaaggama Raawwii Hojii Walakkaa Waggaa Bara Baajataa 2017 gaggeessaa jira. Hoggantootaa olaanoo fi hoji-gaggeessitoonni distiriktii fi dameelee Baankichaa hundarraa waltajjicharratti hirmaachaa jiru.

ሲንቄ ባንክ አ.ማ የባንኩን የ2017 ዓ.ም ግማሽ ዓመት የማኔጅመንት የስራ አፈጻጸም ግምገማ እያካሄደ ይገኛል።

Siinqee Bank is holding it's 2024/2025 Semi-annual Manegement Perfomance Appraisal Meeting.

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Baankiin Siinqee fi Bulchiinsi Magaalaa Shaggaar tajaajila sagantaa dhiiheesii lafa ijaarsa mana jireenyaa fi invastimantii lammiilee fi hawaasa diyaasporaaf kennamu hojiirra oolchuuf qophii xumuruu isaanii inbsan

Baankiin Siinqee fi Bulchiinsi Magaalaa Shaggaar waliigaltee walhubannoo kanaan dura waliin mallatteessan bu’ uurefachuun, sagantaalee fedhii ijaarsa mana jireenyaa fi invastimantii lammiilee fi hawaasa diyaaspooraa hojiirra oolchuuf qophii xumuruu isaanii miidiyaaleef ibsaniiru.
Ibsa Waajjirri Bulchiinsa Magaalaa Shaggaar har’a Guraandhala 15, 2017 Miidiyaaleef kenne irrati Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Dr. Tashomaa Adunyaa qaamni lafa ijaarsa mana jireenyaaf ykn invastimantiif oolu argachuuf fedhii qabu kamiyyuu karaa Baankii Sinqeettiin  qofa tajaajila argachuu akka danda’u ibsaniiru.
Kannumaan walqabatee baaankichi tajaajila barbaachisaa ta’e gahumsaan kennuudhaaf haal-duree hunda xumuruu isaa beeksiseera.

ሲንቄ ባንክና የሸገር ከተማ አስተዳደር ለዜጎችና ለዲያስፖራው ማህበረሰብ  የመኖሪያ ቤት እና ኢንቨስትመንት ፍላጎት የሚውል የመሬት አቅርቦት ፕሮግራሞችን ተግባራዊ ለማድረግ የሚያስችሉ ቅድመ ዝግጅቶችን ማጠናቀቃቸውን ገለጹ

ሲንቄ ባንክና የሸገር ከተማ አስተዳደር ከዚህ ቀደም በተፈራረሙት የመግባቢያ ስምምነት መሰረት፣ ለዜጎችንና ለዲያስፖራው ማህበረሰብ የመኖሪያ ቤት ግንበታና የኢንቨስትመንት ፍላጎቶት የሚውሉ የመሬት አቅርቦት ፕሮግራሞችን ተግባራዊ ለማድረግ የሚያስችሉ ቅድመ ዝግጅቶችን ማጠናቀቃቸውን ለመገናኛ ብዙኃን ገልፀዋል፡፡ በመሆኑም፣ ከዛሬ ጀምሮ ቅድመ ሁኔታዎችን አሟልተው በመደራጀት የሚመጡ ዜጎች፣ ኢንቨስተሮችና  የዲያስፖራ ማህበረሰቦችን ለማስተናገድ ዝግጁ መሆናቸውን ይፋ አድርገዋል፡፡
ዛሬ ጥር 15 ቀን 2017 ዓ.ም በሸገር ከተማ አስተዳደር ጽ/ቤት ለመገናኛ ብዙኃን በተሰጠው መገለጫ ላይ የአስተዳደሩ ከንቲባ ዶ/ር ተሾመ አዱኛ እንደገለጹት፣ ለመኖሪያ ቤት ግንበታም ሆነ ለኢንቨትመንት ስራ መሬት ለማግኘት የሚፈልግ ማንኛውም አካል አገልግሎቱን ለማግኘት የሚያካሂዳቸው የገንዘብ ዝውውሮች (ትራንዛክሽኖች) በሲንቄ ባንክ በኩል ብቻ የሚስተናገዱ መሆኑን ገልጸዋል፡፡ ከዚሁ ጋር ተያይዞ ባንኩ ተገቢውን አገልግሎት በቅልጥፍና ለመስጠት ሁሉንም ቅድመ ሁኔታዎች ማጠናቀቁ ታውቋል፡፡ 


#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER




Tajaajila Baankii dhalarraa bilisaa baankii keenyaa 'Siinqee IHSAN' filannoo keessan jalqabaa taasifadhaa.
Jumahaa Gaarii !

የባንካችን  የተሟላ ከወለድ ነጻ የባንክ አገልግሎት “ሲንቄ  ኢህሳንን” ምርጫዎ  ያድርጉ!
መልካም ጁምዓ!

#Siinqee_Bank    #Baankii_Siinqee    #ሲንቄ_ባንክ  #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER


Kabajni Torban Maamiltootaa Ittifufeera

Kabajamoo maamiltoota keenya, nuwaliin waan hojjetaniif guddaa isin galateeffanna. Iccitiin milkaa’ina keenyaa wal-taanee hojjechuu keenya.
Nu waliin waan hojjettaniif galatoomaa !
Kabaja Torbee Maamiltootaa Damee Odaa fi Damee Daalattiitti.

የደንበኞች ሳምንት በማክበር ላይ እንገኛለንዉድ ደንበኞቻችን፣ የእናንተን የደንበኞቻችን ሳምንት በሁሉም ቅርንጫፎቻችን በማክበር ላይ እንገኛለን፡፡ እናንተን በታላቅ አክብሮት ተቀብለን ማገልገል የሁል ጊዜ ጥረታችን በመሆኑ ታላቅ ደስታና ኩራት ይሰማናል ።
አብረችሁን ስለምትሰሩ ከልብ እናመሰግናለን!

Celebrating Customer Week!
As we celebrate our Customer Week, we would like to extend our utmost honor and gratitude to you, our esteemed customers. Dear valued customers, you are the reason we strive for excellence every day.
Thank you for being an integral part of our journey.

#Siinqee_Bank #Baankii_Siinqee #ሲንቄ_ባንክ #Siinqee_Digital #Siinqee_Ihsan
#EMPOWERED_TOGETHER



Показано 11 последних публикаций.