Walaloon Jaalala


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Искусство


Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Искусство
Статистика
Фильтр публикаций




Fiilmiiwwan Afaan Oromoo Haaraa fi dhimmoota Fiilmii waliin wal qabataniif subscribe godhaa

https://youtube.com/@fiilmiitube?si=-phL9kTW-W9gOhGQ


Kan Afaan Oromoo inni Jalqabaa maal akka ta'e beektuu?

https://vm.tiktok.com/ZMkNV9RtA/


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
Namootni rifeensa keessaniif oomisha kana barbaaddan @Egaadhaqi irratti nu qunnamuu dandeessu


Репост из: Finfinnee Post
Amala na dhiisuu dide keessaa tokko konkolaataa keessatti nama irra rafuudha😂 Har'ammoo dabareen na ga'ee namatu narra rafe. Sanuu dhiira🙈 Jalaan siqe, natti siqe. Achin jedhe, natti jedhe... dhumarra narratti jige. Ani hirriba akkasii taaksii irratti mitii, siree irratti rafee hin beeku😁




Iyya kutte. Maali jennaan, goondaatu ciniine. Ofirraa hin fuutuuree jennaan, quba kamiin!

Qeensa dhaabsifatteetti.

'Araadaa'n qeensa bareedaa dhaabsifattu, safara goondaan jiruu maal gooti jennaan, goondaatu safarashee dhaqe. Qaamni lallaafu, goondaadhaaf jannata. Jannata jaalalaaf ciniine.
...
Isheen buna naa danfifte sun,

Qeensa hin dhaabbattu
Qeeqa hin jaallattu!

Issey!

Qeensa maaf jibbite?
... quba isheetu quba
Qeeqa maaf balfite?
... jechi nama huba.

Nami keenya;
Jeequu fii qeequu
Gargar baasee hinbeeku!

Qeeqa jedhee jecha sitti fe'a
Arrabsee laalessuu qeeqa se'a!

Isheen,
madaqoo hin madaksitu,
waa akka qeensaa
arrabsoon sin gaggabsitu,
waa akka qeeqaa
bunnishee bunuma
Qubnishee qubuma
Hundishee dhuguma.
* * *

Kanaa'ol Badhaadhaa
@Walaloon_Jaalala




Usdt fi airdrop biroos ni bitna.

📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
✅Inbox na godhaa
❌ location group tahuu hin qabu
❌historyn isaa muldhachuu qaba



🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥

🔭miseensi 1 gahaadha

Hub:- Hi nama jedhuuf hin deebisnu... Dhimma keessan qofa kallattiin nuuf barreessaa.

Dabalataanis chaanaala bituus ta'ee gurguruu yoo barbaaddan nu qunnamaa.

Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Egaadhaqi


Isa Kalee sii laate:
Ni jifatte
Ni ifatte

Isa qalee sii laate:
Ni biriifatte
Ni boraafatte

Isaa baga -
Jaalalliif tolli, gargari - addadda
Sii baga-
Kaleefis lapheefis madda qabda!

Kan natti badee,
Dhiirri hin amanamu, kalee'saafuu
Dubartiin hin amanamtu kaleessaafuu

Kan natti tolee,
Hundi hin amanamu
Hundis hin shakkamu!

Maaliifuu ati;
Tokko taatee dhalattee
Lama taatee argamte!

Ta'us,
[kan seenaa dagate,
kan dhugaa lagate,
kan sombasaa liqimse,
kan sobaan nu dhidhimse]
raajii sagal osoo qabnuu,
Hin dinqamnu hin raajamnu!

Kanaa'ol Badhaadhaa
@Walaloon_Jaalala


Eenyutu dura du'a

Dhugaa gaaffii kanaaf science'n deebii kenneera. Mee isinhoo maal jettu?

https://vm.tiktok.com/ZMk8vGDCq/


Waa'een ija guutuu,
Waa'een firii laachuu,
Waa'een sanyii ta'uu,
Waa'ee;
Lubbuu ida'uuti,
Jiruu fufsiisuuti,

Jechuun;
Imalli ilma namaa,
Kaannaansaa guyyuu,
Ija ta'ee - firii laachuu,
Sanyiif ol-kaa'amee,
Itti fufee jiraachuu-dha!
...
Gadaa




JANNATA ARGE

Gaafas argeen ture
qananii manichaa
Akkaan ilaaleera
gammachuu gamichaa

Hedduu nama hawwata
urgooftuun achirraa
Namas komachiisa
jireenya dachiirraa

Gaafas;

Gorora kee dhamdhamuuf
sitti na rarraasise
Hidhii keetti of fannisuu
akkaan na dharraasise

Gaafas;

Nadhii sirraa utuun dhuguu
yaadakoon samii uree
Dhungoo afaan kee keessatti
jannatayyuu argeen ture.

✍️ Waadaa Geetaachoo
@Walaloon_Jaalala


Abdiidhan badhaadhee
Jecha keen gowwomee
Abjuudhaan maraadhee
Gurri koos anaan coomee

Ati garuu dhuftee
Jira naan hin jenne
Qalbiin koo mufattee
Abdii sirraa hin kutne

Egaa , sichi maalan godhaa
Ni dhuftaa? Obseema si eeguu?
Moo teessoon kee fagoodhaa
Natti himi an murtoo kee hin beeku

Yoo ati ni dhufta ta'e
Sin eega ciniinnadhee
Yoo ati ni turta ta'e
Nan deema ariifadhee

Boonsaa Adaanee
@Walaloon_Jaalala


Yoon si argu .....!

Maafan faca'aa?
Maafan dhama'aa?

Akka horii cubbuu
Akka baasaa lubbuu

Maaf ijaan lafa dhabaa ?
Maaf dubbii dadhabaa?

Maafan abjuun dhaba faara
Miironni koo maaf marmaara

@Abdii_Nagahoo
@Walaloon_Jaalala


Akka nama miseensota isaaf waan gaarii yaaduu airdrop kana namuu yaaluu qaban jedha. Salphaa garuu bu'a qabeessa.

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=pGsp3fBv




Waan kun kaffalaa jira jamaa booddee akka hin gaabbine dafaatii hojjadhaa.

https://t.me/TronKeeperBot/app?startapp=356935815
🎁 Join TronKeeper for a secure Tron wallet experience and start earning rewards! 💰


📣Warraa group old qabdan yeroon gurgurtan ammadha gatiin dabaleera✔️
🚀2017-2019🏷
🚀2020🏷
🚀2021🏷
🚀2022🏷
🚨2023(january to april) 🔺️
✅Inbox na godhaa
❌ location group tahuu hin qabu
❌historyn isaa muldhachuu qaba



🛫Namoota group 10 fi isaa ol qabaniif gatii dabalataan irraa bita 🔥

🔭miseensi 1 gahaadha

Hub:- Hi nama jedhuuf hin deebisnu... Dhimma keessan qofa kallattiin nuuf barreessaa.

Dabalataanis chaanaala bituus ta'ee gurguruu yoo barbaaddan nu qunnamaa.

Karaa kaffaltii ▶️🏦🏦🏦🏦🏦🏦
📨 @Egaadhaqi

Показано 20 последних публикаций.