Wollega University News


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: Образование


📌 Here is a channel that can provide you the hottest 🔥 news and updates all around the wollega university!
✌️So stay tuned and follow us!
👉 Don't forget to suggest your friends 🙏 !
Our Official news page @wu_news
For any question use @good_girlm

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
Образование
Статистика
Фильтр публикаций


Irra-deebiin Qormaata Ba'insaa Qoramuu kan barbaaddan hundaaf

Walakeessa bara 2017 kanatti sagantaa digirii duraatiin qormaata ba'insaa irra deebiin qoramuu kan barbaadda liinkii armaan gadii
https://exam.ethernet.edu.et cuqaasuun galmaa'uu akka dandeessa Ministeerri Barnootaa beeksiseera.

@wu_news
@wu_news


#Notice

@wu_news
@wu_news




#Guyyaan_Galmeefi_Eebbaa_Murtaa'e

Seeneetiin Yuunivarsiitii Wallaggaa walgahii isaa Idilee guyyaa har'aa (Muddee 28/2017) taa'een murtoo garaagaraa dabarseera. Isaanis:
1. Barattoota Sagantaa Fooyyeffannaan (Remedial Program) bara 2017tif Yuunivarsiitii Wallaggaatti ramadaman haaraan Guyyaan Galmee isaanii Amajjii 19-20/2017 Kaampaasota Yuunivarsiitii Wallaggaa sadan (Naqamte, Shaambuufi Gimbii)tti akka gaggeeffamu murtaa'eera. Ramaddiin Kaampaasota itti galmooftanii beeksisa kan biraan kan isinii ifoomu ta'a.

2. Guyyaan Eebbaa Waggaa Walakkeessaa (2017) kan barattoota Inistitiyuutii Saayinsii Fayyaa, barattoota Saayinsii Yaalii Beeyiladaafi barattoota teel-eebbaa (Post Graduate) Gurraandhala 8/2017 akka gaggeeffamu murtaa'eera.

________


#የምዝገባና_የምርቃት_ቀን_ተወሰነ።

የወለጋ ዩኒቨርሲቲ ሴኔት በዛሬዉ ዕለት (28/04/2017) ባካሄደዉ መደበኛ ስብሰባዉ የተለያዩ ዉሳኔዎችን አስተላልፏል።
1. በ2017 የትምህርት ዘመን በዩኒቨርሲቲያችን በመደበኛ ፕሮግራም በሬሜዲያል መርሃ-ግብር የተመደቡ ተማሪዎች በሦስቱም የዩኒቨርሲቲዉ ካምፓሶች (ነቀምቴ፣ ሻምቡና ጊምቢ) በተመሳሳይ ጥር 19-20/2017 ዓ/ም እንድካሄድ ወስኗል። የተማሪዎቹ የካምፓስ ምደባ በቀጣይ ማስታወቂያ የሚገለጽ ይሆናል።

2. የ2017 የትምህርት ዘመን የዓመት አጋማሽ የጤና ሳይንስ እንስቲትዩት ተማሪዎች፣ የእንስሳት ህክምና ሳይንስ ተማሪዎች እንዲሁም የድህረ ምረቃ ተማሪዎች  የምረቃ መርሃ-ግብር የካቲት 8/2017 ዓ/ም እንድካሄድ ወስኗል።

@wu_news
@wu_news

9.4k 0 64 22 106

#Anaa Dhufu!
#Welcome!
#እንኳን በደህና መጣችሁ!

Barattoota keenya Jaallatamoo Baga Nagaan Dhuftan! Anaa Dhufu!
Yuunivarsiitiin Wallaggaa galmeen barattoota buleeyyii waggaa 2f isaa olii (barattoota sagantaa idileefi walitti fufiinsaa) maraa kan bara barnootaa 2016 Fulbaana 21 fi 22/2016 akka gaggeeffamu isin beeksisuun keenya niyaadatama. 

Kabajamoo Dr. Hasan Yusuf, Piresidaantiin Yuunivarsiitii keenyaafi Manajimantiin isaanii barattoota jaallatamoo  Yuunivarsiitichaa maraan baga bara haaraa 2016 nagaan geessan, baga gara bara barnootaa 2016 nagaan deebitan, Anaa Dhufu Jedhaniiru.

Akkuma beekamu Yuunivarsiitiin Keenya Yuunivarsiitii Appilaayid Saayinsii (University of Applied Science_UAS) ta'uun qoodamuun isaa niyaadatama. Barnoonni guutumaa guutuutti gocharratti hundaa'e immmoo yeroo keenyaa seeraan fayyadamnee kaayyoofi akeeka manaa baaneef xiyyeeffannaa keenuun barachuu barbaada. Bara 2016 kanatti, gabateen barnootaa Seemisteera lama qofaa ta'uu hubattanii gamanumaan beekumsaa fi ogummaa barnootaa keessanirraa argachuu qabdan milkeessuuf sagantaa barnootaa ba'an guyyaa jalqabaa eegale daree seenuun (#Day_Class_One_DOCO) akka eegaltan cimsinee isin beeksiisna.  Barnoonni kan eegalu Fulbaana 23/2016 ta'a.

Barri barnootaa 2016, kan milkaa'inaa fi firii olaanaa itti galmeessiftan akka isiniif ta'u hawwina.

Manajimantii Yuunivarsiitii Wallaggaa

====================
የተከበራችሁና ውድ ተማሪዎቻችን እንኳን ለ2016 የትምህርት ዘመን በደህና መጣችሁ‼

ከዚህ በፊት በማስታወቂያ እንደገለጽንላችሁ የዩኒቨርሲቲያችን የነባር ተማሪዎች (ከ2ኛ ዓመትና ከዚያ በላይ ለሆኑ መደበኛና ተከታታይ መርሃ-ግብር ተማሪዎች) በሙሉ የ2016 የትምህርት ዘመን ምዝገባ መስከረም 21–22/ 2016 ዓ.ም መሆኑን ማሳወቃችን ይታወሳል። የዩኒቨርሲቲያችን ፕረዝዳንት የሆኑት የተከበሩ ዶ/ር ሃሰን ዩሱፍና ማኔጅመንታቸዉ እንኳን ለ2016 አዲስ ዓመት አደረሳችሁ፣ እንኳን ለ2016 የትምህርት ዘመን ወደ ሁሉም የወለጋ ዩኒቨርሲቲ ካምፓሶች በሠላም ተመለሳችሁ፣ በሠላም መጣችሁ ይላሉ።

እንደሚታወቀዉ ዩኒቨርሲቲያችን እንደ አፕላይድ ሳይንስ ዩኒቨርሲቲ ተለይቶ ዝግጅት ሲያደርግ ቆይቷል። በ2016 የትምህርት ዘመን ደግሞ ሁሉም የትምህርት መርሃ-ግብሮች በተግባር ትምህርት የተደገፈ ትምህርት ይሰጣሉ። የአፕላይድ ሳይንስ ዩኒቨርሲቲ ትምህርት በባህርዩ ተማሪዎች ሙሉ ትኩረታቸዉን ትምህርታቸዉ ላይ በማድረግ የዕዉቀት(የንድፈ-ሃሳብ)፣ የተግባር(ክህሎት) ትምህርት መከታተል ይጠይቃል። ስለሆነም ትምህርት የሚጀመረዉ መስከረም 23/2016 መሆኑን አዉቃችሁ በወጣዉ የትምህርት ሠሌዳ መሠረት ከ1ኛዉ ቀን የመጀመሪያ ክፍለ ጊዜ ትምህርታችሁን እንድትጀምሩ እናሳስባለን።

በ2016 የትምህርት ዘመን ሁለት ሴሚስቴር ብቻ መሆኑን አዉቃችሁ ከእያንዳንዱ የትምህርት ዓይነትና የትምህርት ክፍለ-ጊዜ መማር፣ ማወቅ፣ መያዝ ና ማዳበር ያለባችሁን ክህል/ክህሎት በመያዝ ብቁ ና በራሱ የሚተማመን ተመራቂዎች እንድትሆኑ ከወዲሁ ከዓላማችሁ ሳትዘናጉ፣ ትኩረታችሁን ትምህርታችሁ ላይ ብቻ በማድረግ ሙሉ ጊዜያችሁን በመጠቀም እንድትማሩ እያበረታታናችሁ ቀጣዩ የትምህርት ዘመን የተሳካ እንዲሆንላችሁ እንመኛለን።

የወለጋ ዩኒቨርሲቲ ማኔጅመንት

Via : WUCC
@wu_news @wu_news

45.7k 0 75 212 608



𝗕𝗮𝗴𝗮 𝗯𝗮𝗰𝗮𝗾𝗶𝗶 𝗴𝗮𝗻𝗻𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗮𝘁𝗮𝗻𝗶𝗶 𝗯𝗼𝗼𝗾𝗮𝗮 𝗯𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗻!

🌟🌟🌟🌟🌟✨✨
𝗛𝗮𝗽𝗽𝘆 𝗻𝗲𝘄 𝘆𝗲𝗮𝗿!
መልካም አዲስ ዓመት
@wu_news @wu_news

36k 0 15 18 97

#YuunivarsiitiiWallaggaa

Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota idilee waggaa lammaffaa fi isaa ol ta’aniif waamicha godhee jira.

Yuunivarsiitichi galmeen barattoota digrii jalqabaa fi digirii lammaffaa kan waggaa lammaffaa fi isaa olii Fulbaana 21 fi 22/2016 ta’uu beeksiseera.

Galmeen kun mooraa yuunivarsiitichaa sadanitti (Naqamtee, Gimbii fi Shaambuutti)  akka raawwatamu ibseera.



ወለጋ ዩኒቨርሲቲ ለሁለተኛ ዓመትና ከዚያ በላይ የመደበኛ እና የተከታታይ (CDEP) መርሐግብር ተማሪዎቹ ጥሪ አድርጓል፡፡

የሁለተኛ ዓመትና ከዚያ በላይ የቅድመ ምረቃ እና የድህረ ምረቃ ተማሪዎች ምዝገባ መስከረም 21 እና 22/2016 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳውቋል፡፡

ምዝገባው በዩኒቨርሲቲው ሦስቱም ካምፓሶች (ነቀምቴ፣ ጊምቢ እና ሻምቡ) እንደሚከናወን ተገልጿል፡፡

@wu_news @wu_news

35.4k 0 85 18 146

ethiopian Airlines.pdf
1.0Мб
📌vacancy at Ethiopian Airlines

@wu_news
@wu_news


#Notice

@wu_news
@wu_news


Wollega University Main campus 😍😍

@wu_news  @wu_news

23.6k 0 11 16 165

Call for Application for Admission to MSc Program at Wallaga University

College of Engineering and Technology (CET) #INDMET Project

@wu_news
@wu_news


Today's pics

🛑Grade 12 students

@wu_news
@wu_news


📌Notice

From School of Veterinary Medicine (DVM)

@wu_news
@wu_news


📌Calling to continue your education

Dear Health Science students, it is known that because of 12th national exam, you all left the campus while attending your 2nd semester learning sessions.
Now, we would like to inform you to report back to your departments schools by 01/12/2015 E. C to resume your education.


📌Waamicha barnoota addaan cite eegaluu ta'a.

Barattoota fayyaa Yuunivarsiitii Wallaggaa hundumaaf, akkuma beekamu qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa waliin wal qabatuun barnoota keessan kan bara kanaa kan samisteera 2ffaa addaan kuttanii galuun keessan kan beekamudha. Kanaafuu barnoota addaan cite kana itti fufuuf Hagayya 01, 2015 muummee/mana barumsaa keessanitti rippoortii akka gootan isin beeksifna.

@wu_news
@wu_news




Today's pics

🎯2nd round

🛑Grade 12 students

@wu_news
@wu_news

Показано 17 последних публикаций.