ARARA TV WORLD WIDE


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Религия


Barsiisa Raajii Masarat Taayyee,
Yeroo Waaqeffannaa, Dhuga baatii, gama Tv Araaraa tamsaasamu asiin ni argattu!
https://adsly.me/@arara_tv_world_wide
Buy ads: https://telega.io/c/arara_tv_world_wide
Contact: @Yaadafigaaffii_bot

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Религия
Статистика
Фильтр публикаций


🖤 Hariiroo jaalalaa keessatti walitti dhufeenya gaarii fi amansiisaa irra gahuuf tarkaanfilee afur kanneen raawwachuun barbaachisaadha,...➡️ See More

➡️  See More
        See More


❗️ Miira eenyumaayyuu baruuf jalqaba maal hubachuu akka qabdu,... See More


😱 Dhiirota Qofaaf - See More

🗣️ Amaloota dubartiin tokko jaalala keen kufuu fi qabamuu ishee ittin adda baafattu fuula irraa dubbisuun haala ittiin hubachuu dandeessu ammuma link kanaan seenuun miira ishii bariif
      👇
   See More
   See More


▶️ Nama guddaa ta'uu yoo barbaadde
Waa lama nama kamiifuu hin liqeessin,...⏩ Itti fufii dubbisi!

⏩  See More
       See More


➡️ Mata dureen guddaan kuni sababa barbaachiseef,... See More


❤️ "Message (ergaa) Jaalalaa jaalallee keetiif erguuf rakkataa jirta taanaan asitti bu'i!",... See More

            👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


❤️ Ergaalee jaalalaa 100,... See More




Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
🗣️ Humna Wangeelaa - Raajii Masarat Taayyee ✅

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


☑️ Jaalalaa fi Tasgabbii Kan hin hawwine hin jiru, meeqaa keessantu adeemsa kana adeemuuf riqicha kanneen ta'an qoratee irra gahe laata?...▶️ See More

See More
See More


➡️ Ergaalee Jaalalaa,... See More


❤️ "Message (ergaa) Jaalalaa jaalallee keetiif erguuf rakkataa jirta taanaan asitti bu'i!",... See More

            👇👇👇👇
     👉✨See More✨👈
     👉✨See More ✨👈
             👆👆👆👆


❤️ Ergaalee jaalalaa 100,... See More


🎲 Namoonni ogummaalee 5n kanneenitti fayyadaman jireenya isaanii keessatti gartuu hundumaa irratti milkaa'odha... ➡️ See More

↪️ See More
       See More


🌹"Jaalala dhugaa keessatti mata duree yoomiyyuu dagatamuu hin qabne shanan (5) kana,... As tuqii dubbisi!🖱️

➡️➡️ See More
See More


Dhugaan jiru kana➡️ See More ⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
🗣️ Waldaa keessatti namoonni

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


Qoramuun Gaariidha/ መፈተን ለመልካም ነው።/To be tested is for good.

👉 Yeroo baay'ee namni qormaata hin jaallatu. Sagaleedhuma raajii illee yeroo dhaggeeffatu, isa sagalee jajjabinaa kanneen akka in ceetaa; ol-kaataa fi kkf malee isa sagalee sirreeffamaa kanneen akka: sirradhuu; deebi'i; jedhu dhaga'uu hin fedhu.
👉 Lakki; rakkinni gaariidha gara gaariitti si baasaa.
📖 Iyo. 36:15 “Inni warra rakkatoo rakkina isaaniittii in fura, cunqursuudhaanis gurra isaanii in bana.”
✍️ "Cunqursuudhaanis gurra isaanii in bana.” jedha. Edaa mul'ata qofaan miti, cunqursaadhaaniis ija namaa in bana.
👉 Yeroo gaariitti jirtan caalaa yeroo rakkattan, yeroo quuftan caalaa yeroo beeloftan, yeroo fayyaatti jirtan caalaa yeroo dhukkubsattan gara waaqayyootti butattu.
👉 Qormaatilee yeroo baay'ee manneen barnootaa waaqayyooti.
👉 Jireenya namaa kan waaqayyottii fageessu ' comfort zone' dha.
🔊 Yaa isa rakkinaan muddamaa jirtuu kun ergaa keeti, ' Akka rakkattee, akka muddamtetti hin haftu; Yeroon muddama keetii kunis yeroo badiisaa utuu hin taane yeroo itti gurri kee banamee isa Waaqayyo waa'ee keetiuf jedhu dhaggeeffattuudha malee!'
📖 Far. 119:67 “Utuu ani hin rakkifamin dura karaa irraa goreen ture, amma garuu wanta ati jette nan eega.”
  👉 'Utuu ani hin rakkifamin dura, utuun hin dhukkubsatin dura, utuun hin dhiphatin dura karaa irraa goreen ture, amma garuu wanta ati jette nan eega.'Jechuudha.
👉 Taarii gaafati waa qabdu hundumtuu fira keeti, lafa onaa keessatti kan fira siif ta'u garuu, ilma waaqayyoo Yesus Kristos qofa.
👉 Kanaaf macaavni qulqulluun, " Namoonni baay'een nama guddaatti firoomuu in barbaadu, nama waa namaaf kennuufis hundumatu fira. "Nama hiyyeessa obboloonni isaa iyyuu in jibbu erga ta'ee, firoonni isaa immoo hammam caalchisanii isattii haa fagaatan ree! Hammam dubbatee isaan deebifachuu yoo barbaade iyyuu, isaan hin argaman; (Fak. 19⁶- ⁷) jedha.
👉 Kanaafuu rakkina hin jibbinaa, sababiin isaas caalaa gara waaqayyootti isin buta.
📖 Bau. 1:12 “Danuudhuma warri Gibxii gad isaan qaban keessaa, warri Israa'el immoo caalaa baay'atanii, lafa guutan; kana irraa kan ka'e warri Gibxii jabeessanii isaan in sodaatan.”

👉 ብዙ ጊዜ ሰዎች ፈተናን አይወዱም።  ትንቢትን እንሰሙ አስተካካይውን ሳይሆን አነቃቂውን መልእክት ብቻ መስማት ደስ ይላቸዋል። 
👉 አይ ፣ ይህ መሆን የለበትም፤ ምክንያቱም ፈተናዎች ጥሩ ናቸው፤ ይበልጥ ወደ ተሻለ ውጤት ያስጠጉናል።
📖 ኢዮብ 36፡15 "የተቸገረውን በችግሩ ያድነዋል፤ በመከራም ጆሮአቸውን ይገልጣል።
👉 "በመከራም ጆሮአቸውን ይገልጣል፤" ይላል።
👉 ስትሰቃይ ወደ እግዚአብሔር ትመለሳለህ። ከደህና ጊዜ ይልቅ ስትሰቃይ፣ ከጠጋብ ጊዜ ይልቅ ስትራብ፣ ከጤናማህ ጊዜ ይልቅ ስትታመም የበለጠ ወደ እግዚአብሔር ትቀርባለህ። 
👉 ፈተናዎች ብዙ ጊዜ የእግዚአብሔር ትምህርት ቤቶች ናቸው። 
👉 ሕይወትን ከእግዚአብሔር የሚለየው ምቾት (comfort zone) ነው።
🔊  በመከራ ውስጥ ላለችው ነብስ የምስራች መልእክት አለኝ፤ እንደ ተጨነቅሽ  አትቀሪም! ይህ የመፈተንሽ ጊዜ የጥፋትህ ጊዜ ሳይሆን ጆሮኦችሽ ተከፍቶ እግዚአብሔር ላንቺ ያለውን አላማ የምትሰሚበት ጊዜ ነው!
📖 መዝሙር 119:67 (አማ1962)  እኔ ሳልጨነቅ ሳትሁ፤ አሁን ግን ቃልህን ጠበቅሁ።
👉 ዳዊት፡- “ሳልጨነቅ ሳትሁ፤ አሁን ግን ቃልህን ጠበቅሁ፤” አለ።  ይህ ማለት፡- “ሳልቸገር፤ ሳልታመም፣ ሳልሰቃይ ሳትሁ፤ አሁን ግን ከተፈተነኝ በኋላ ቃልህን ጠበቅሁ፤" ማለት ነው።
👉 በሰላም/ ደህና ጊዜ ጓደኛና ወዳጅ ብዙ ነው። ነገር ግን በመከራ ጊዜ  በምድረ በዳ ከእግዚአብሔር በቀር ማንም ከሰው ጋር አይኖርም። ስለዚህም ነው በመጽሐፍ በምሳሌ 19:6 -7 "ብዙ ሰዎች ለጋሱን ያቈላምጣሉ፥ ስጦታ ለሚሰጥም ሁሉ ወዳጅ ነው።   ድሀን ሰው ወንድሞቹ ሁሉ ይጠሉታል፤ ይልቁንም ወዳጆቹ ከእርሱ ይርቃሉ። እነርሱንም በቃል ቢከተላቸው አንዳች አይረቡትም።" የሚለው።
👉 እንግዲያስ መከራን አትጠላው፤ አብዝቶ ወደ እግዚአብሔር  ይመራሃልና።
  📖 ዘፀአት 1:12 (አማ1962)  ነገር ግን እንዳስጨነቁአቸው መጠን እንዲሁ በዙ፥ እጅግም ጸኑ፤ ከእስራኤልም ልጆች የተነሣ ተጸይፈዋቸው ነበር።

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


Isa guyyuma guyyaatti ba'aa keenya nuuf baatu/He who daily bears our burdens.

📖 Far. 68:19 “Gooftichi inni guyyuma guyyaatti ba'aa keenya nuuf baatu, Waaqayyo inni nu oolchu, maqaan isaa haa eebbifamu!”
👉 Bartokko qofa baatee dhiisa utuu hin taane, yeroo hundumaa ba'aa keenya ofitti fudhatu.
👉 Namni ba'aa kee waliin si jaallatu hin jiru. Ba'aa namaa waliin kan nama jaallaatu ilma waaqayyoo Yesuusiin qofa. 
👉 Kanaaf Mat. 11:28 irratti  “Yesus itti fufee, "Isin warri itti dhamaatanii dadhabdan, ba'aanis kan isinitti ulfaatu hundinuu gara koo kottaa; ani boqonnaa isiniifan kenna.” jedha.
  🔊 Waamicha kana nama dadhabaautuu hin taane, ilma Waaqayyoo isa hundumaa danda'utu ba'aa kee sirraa fuudhee si boqachiisuudhaaf si waame.
✍️ Akkuma beekamu jireenya dhala namaatti ba'aa kanta'u hedduudha. Fakkeenyaaf: Abaarsi, dhukkubni, waanjoon seexanaa, cubbuunii fi kanneen kana fakkaatan hundi isaanii iyyuuba'aadha.
👉 Hundumaafuu deebii inni ta'e ilmi waaqayyoo ba'aa keenya hundumaa ofitti fudhate.
📖 Isa. 53:12 “inni cubbuu namoota baay'ee baatee, waa'ee cubbuu isaaniitiifis isaaniif in kadhate; lubbuu isaa du'atti dabarsee kennee, warra balleessaa qabanii wajjinis waan lakkaa'ameef, ani qooda isaa warra gurguddootaa wajjin nan godhaaf, warra jajjaboo wajjinis boojuu in hirmaata" jedhe.”
👉 Kanaafidha Yohaannis Cuuphaan utuu Yesus gara isaa dhufuu argee, "Ilaa hoolicha Waaqayyoo, isa cubbuu biyya lafaa irraa fuudhu.” jedhe.

English Translation

📖 Psalms 68:19 (NIV) Praise be to the Lord, to God our Savior, who daily bears our burdens. Selah 
👉 Not for sometimes only, but forever, he who bears our burden is Jesus, the Son of God. No one loves you with your burden except Him. 
👉 That is why He said in Matthew 11:28, “Come unto me, all ye that labour and are heavy laden, and I will give you rest.” 
🔊 This is not an invitation from an ordinary man or a casual friend, but from the Son of God, the omnipotent. It is He who called you to give you rest. 
👉 Obviously, the burdens to human beings are many. Some of them may be: a burden of sickness, curses, demonic operations, sins, etc. 
👉 But Jesus bore it all. 
📖 Isaiah 53:12 “Therefore will I divide him a portion with the great, and he shall divide the spoil with the strong; because he hath poured out his soul unto death: and he was numbered with the transgressors; and he bare the sin of many, and made intercession for the transgressors.”
👉 That is why when John saw Jesus coming to him, he said, "Behold the Lamb of God, which taketh away the sin of the world.” (John 1:29).

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


🗣️ Yaadi garaa kee maalitti hidhamee jira?/ ሃሳብህ/ሽ በምንድነው የታሰረው?/Where is your thought bound to?

📣 Naahoom 1:7 (MACQUL)  Waaqayyo gaarii dha, yeroo rakkinaattis iddoo baqaa ti, warra isa amanatanis beeka;
📖 1 Seenaa 28:9 (MACQUL)  Yaa Solomoon, yaa ilma ko, Waaqayyo inni ani abbaan kee waaqessu garaa nama hundumaa qoree waan ilaaluuf, wanta yaadni namaa itti hidhamee jiru hundumaas waan hubatuuf, gooftummaa isaa beekiitii garaa guutuudhaan, fedha guutuudhaanis isaaf hojjedhu! Yoo isa barbaaddatte, isa in argatta; yoo ati isa barbaaddachuu dhiifte garuu, innis bara baraan si in gata.
🔠 Namni bakkee namaa Ilaala; Waaqayyoo garuu wanta yaadni namaa itti hidhamee jiru ilaala.
🔠 Namni bu'aa yaada garaa isaa jiraata. Yaadni garaa kee yoo boora'e, jireenya kee booressa.
🔠 Wanti namni bakkeetti baasee dubbatuu fi hojjetu, wanta yaada garaasaa keessa jiruudha.
🔠 Kanaaf macaafni qulqulluun Fakkeenya 27:19 irratti, "Bishaan nama isa keessa ilaale akkuma mul'isu, akkasuma yaadni namaas namichuma in mul'isa." jedha.
🔠 Qolaasaayis3: 2 kaasees yeroo dubbiftan akkas jedha,
📖 Qolosaayis 3:2 (MACQUL) Yaada garaa keessanii wanta waaqa irra jirutti hidhaa malee, wanta lafa irra jirutti hin hidhinaa!
🔠 Biyya lafaa kana keessa yeroo jiraannu, cimsinee hojjechuu qabna; fiigicha nurraa eegamu fiiguu qabna; haata'u malee garuu, yaadni keenya isarratti utuu hin taane, isa waaqarraatti hidhamuu qaba.
🔠 Yaadni namaa kun akka galaanaati;  yoo hin hidhamu ta'e, nama fudhatee adeema.
🔠 Yaadni kee akka bishaan gabatee keessaa akka inni asiif achii sin urgufnetti hidhamuu qaba.

የአማርኛ ትርጉም

📣 ናሆም 1:7 (NASV)  እግዚአብሔር መልካም ነው፤ በጭንቅ ጊዜም መሸሸጊያ ነው። ለሚታመኑበት ይጠነቀቅላቸዋል፤
📖 1 ዜና መዋዕል 28:9 (NASV)  “አንተም ልጄ ሰሎሞን ሆይ፤ እግዚአብሔር ልብን ሁሉ ስለሚመረምርና ሐሳብን ሁሉ ስለሚያውቅ፣ የአባትህን አምላክ ዕወቅ፤ በፍጹም ልብና በበጎ ፈቃድ አገልግለው። ከፈለግኸው ታገኘዋለህ፤ ከተውኸው ግን እርሱም ለዘላለም ይተውሃል።
▶️ ሰው የሰውን ውጭን ይመለከታል፣  እግዚአብሔር ግን ልብን ይመለከታል።
▶️ ሰው የሚኖረው የልቡን ሀሳብ ውጤት ነው።  የልብህ ሀሳብ ከተበላሸ ህይወትህን ያበላሻል።
▶️ ሰው የሚናገረው እና የሚያደርገው ሁሉ እንዲሁ ዝምብሎ ሳይሆን፣ በልቡ ከሞላውን ነገር ነው።
▶️ ስለዚህ ነው መጽሐፍ ቅዱስ በምሳሌ 27፡19 ላይ፣ “ውሃ ፊትን እንደሚያሳይ፣ የሰውም ልብ ማንነቱን ገልጦ ያሳያል።
▶️ ደግሞም በቆላስይስ 3፡2 ላይ ስናገር እንደዚህ ይላል።
📖 ቆላስይስ 3፡2 (ማቁል) በምድር ላይ ባሉ ነገሮች ላይ ሳይሆን በላይ ያሉትን አስቡ።
▶️ በዚህ ዓለም ላይ ስንኖር ጠንክረን በመስራት ከእኛ የሚጠበቀውን ሩጫ መሮጥ አለብን።  ነገር ግን ሀሳባችን በእርሱ ላይ ሳይሆን በሰማያዊው ላይ ማተኮር አለበት።
▶️ ይህ የሰው ሃሳብ እንደ ባህር ነው፤ ካልታሰረ ይወስድሃል።
▶️ ሃሳብህ በጠረጴዛ ላይ እንዳለ ውሃ እዚህም እዚያም እንዳያናውጥህ መታሰር አለበት። 🙏

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
🗣️ Araara 🙏

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


🗣️ Harka Waaqayyootu si xuqa | Raajii Masarat Taayyee | Konfirensii Paartineroota ✅

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
🗣️ Harka Waaqayyootu si xuqa | Raajii Masarat Taayyee | Konfirensii Paartineroota ✅

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


🔵 PART 3 | Dargaggeessi Bara Dargagummaa Isaa Keessa Attamittiin Jiraachuu Qaba? | Prophet Meseret Taye ✅

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
🔵 PART 3 | Dargaggeessi Bara Dargagummaa Isaa Keessa Attamittiin Jiraachuu Qaba? | Prophet Meseret Taye ✅

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide


🔵 PART 2 | Dargaggeessi Bara Dargagummaa Isaa Keessa Attamittiin Jiraachuu Qaba? | Prophet Meseret Taye ✅

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

Показано 20 последних публикаций.