Awash Bank


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Экономика


The First Private Bank in Ethiopia
Website- https://awashbank.com/
E-mail- contactcenter@awashbank.com
Direct line- 8980

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Экономика
Статистика
Фильтр публикаций


የሐጅ ጉዞ ክፍያዎን በሶስት አማራጭ!
===
የሐጅ ጉዞ ምዝገባዎን እንዳጠናቀቁ በሚቀርብዎ የአዋሽ ባንክ ቅርንጫፍ፣ በአዋሽብር ፕሮ መተግበርያን እንዲሁም በአዋሽ ባንክ አጭር ቁጥር *901# በመደወል ክፍያዎን በቀላሉ ይፈፅሙ!
አዋሽ ባንክ!
Kaffaltii Imala Hajjii filannoowwan Sadiin!
======
Galmee Imala Hajjii keessan erga raawwattanii booda Kaffaltii Imala Hajjii damee Baankii Awaash isinitti dhihaatu, Appilikeeshinii moobaayilaa AwashBirr Pro ykn lakkofsa gabaabaa *901# irratti bilbiluun kaffaltii keessan salphaatti raawwadhaa!
Baankii Awaash!
#AwashBank #JumaMubarak #AwashIkhlas #AddisAbaba #Ethiopia #Full_fledged_Interest_Free_Banking_Services


የውሃ ፍጆታ ክፍያ የበለጠ ቀሏል፣ በአዋሽ ብር ፕሮ!
=======
የውሃ ፍጆታ ክፍያ የእጅ ስልክዎን በመጠቀም በቀላሉ በአዋሽብር ፕሮ ይፈፅሙ!
አዋሽ ባንክ ከበርካታ የከተማ አስተዳደሮች የውሃና ፍሳሽ አገልግሎት ሰጪ ተቋማት ጋር በመተባበር የውሃ ፍጆታ ክፍያን በአዋሽብር ፕሮ መክፈል አስችሏል፡፡
በዚሁም መሰረት በደብረ ብርሀን፣ ቲሊሊ፣ሞላሌ፣ መካነ-ሰላም፣ እንጂባራ፣ ሁሩታ፣ ሀረር፣ ፈንዲቃ፣ ድሬዳዋ፣ ሰመራ፣ በቆጂ፣ አሶሳ፣ አቦምሳ፣ አማኑኤል ከተማ፣ አምቦ፣ ወሊሶ፣ ሻሸመኔ፣ሞጆ፣ ባህርዳር ከተሞች አገልግሎቱ የተጀመረ መሆኑን በታላቅ አክብሮት እንገልጻለን፡፡

Kaffaltii fayyadama bishaanii bilbila harkaa keessan fayyadamuun salphaatti karaa AwashBirr-Pro raawwadhaa!
Baankiin Awaash dhaabbilee tajaajila bishaanii fi dhangala’aa bulchiinsa magaalaa hedduu waliin ta’uun kaffaltii fayyadama bishaanii kaffaluun akka danda’amu taasisee jira.
Haaluma kanaan magaalaa Dabra Birhaan, Tiliilii, Molaalee, Makaane-Salaam, Injibaaraa, Huruta, Harar, Fandiiqaa, Dirree Dawaa, Samaraa, Boqojjii, Asoosaa, Abboomsaa, Magaalaa Amaanu'eel, Amboo, Walisoo, Shaashamannee, Mojoo, Baahir-Daar keessatti tajaajilli eegalamuu isaa yeroo ibsinu gammachuu guddaadhaani.


ከዕለታዊ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ!
======
ከውጭ አገር ከወዳጅ ዘመድ በሀዋላ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ በባንካችን ሲቀበሉ እንዲሁም በካሽ ሲመነዝሩ ከመደበኛ ምንዛሬ በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ፡፡
Maallaqa biyya ambaa firaa fi aantee keessan irraa karaa bakka bu’oota dabarsa maallaqaa isiniif ergamu Baankii keenya irraa yeroo fudhattan, sharafa idilee irratti dabalataan kennaa %2 isiniif dhiheessina.
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #ExchangeRage #Remittance


የሐጅ ጉዞ ክፍያዎን ካሉበት ሆነው በቀላሉ ይፈፅሙ!
=====
የሐጅ ጉዞ ክፍያዎን የእጅ ስልክዎን በመጠቀም በአዋሽብር ፕሮ መክፈል እንደሚችሉ ያውቃሉ?
1. በቅድሚያ የኢ/ እ/ ጉ/ጠ/ም ባዘጋጃቸው የሐጅ ምዝገባ ጣብያ ምዝገባዎን ያጠናቅቁ
2. የአዋሽብር ፕሮ የሞባየል መተግበሪያን ይክፈቱ
3. የሐጅ ጉዞ ክፍያ የሚለውን የምረጡ
4. የክፍያ ኮድ (Payment Code) በማስገባት ቀጣይ ሂደቶችን ይጨርሱ

Kaffaltii Imala Hajjii keessan bakkee jirtan irraa salphaatti kaffalaa!
====
Kaffaltii Imala Hajjii bilbila harkaa keessan fayyadamuun karaa AwashBirr Pro salphaatti raawwachuu akka dandeessan beektuu?
1. Dursa Giddu Gala Galmee Imala Hajjii M/M/Dh/I/I qopheessetti galmee keessan xumuraa
2. Appilikeeshinii AwashBirr Pro Banaa
3. Kaffaltii Imala Hajjii isa jedhu filadhaa
4. Koodii kaffaltii (Payment Code) galchuunfi adeemsa itti aanan xumuraa

#AwashBank #Ikhlas #JumuaMubarak #AwashIkhlas #ከወለድነፃየባንክአገልግሎት #TajaajilaBaankiiDhalaIrraaBilisaa #FullfledgedInterestFreeBankingService


ስለ ታታሪዎቹ/ቀጠሌዋን አሃዛዊ ቁጥሮች ያዉቁ ይሆን?
==============
ከተለያዩ 12ቱም የሀገሪቱ ክልሎች የተወጣጡ ቁጥራቸው በአማካኝ ወደ 5,000 የሚጠጉ አመልካቾች የተሳተፉበት፣ በ30 የማሰልጠኛ ማዕከላትና በ10 የተለያዩ ቋንቋዎች ስልጠናዎችን ተደራሽ ማድረግ የተቻለበት የ2ኛው ዙር የ“ታታሪዎቹ/ቀጠሌዋን” የስራ ፈጠራ ውድድር የማጠቃለያ መርኃ-ግብር በደማቅ ሁኔታ መካሄዱ ይታወሳል፡፡
በዚሁ አጋጣሚ የ2ኛው ዙር የቀጠሌዋን የሥራ ፈጠራ ውድድር ተሸላሚዎችን ይፋ የማድረጊያ መርሐ-ግብር በመጪው እሁድ የካቲት 02 ቀን 2017 ዓ.ም ከምሽቱ 12 ሰዓት ጀምሮ በ OBN ቴሌቪዥን እንዲመለከቱ እንጋብዛለን።

Lammiilee lakkoofsaan 5,000tti dhihaatan saganticha irratti hirmaachuuf kan itti iyyatan,
Naannolee biyya keenyaa garaagaraa 12 keessaa walitti dhufan wiirtuu leenjii 30ttii fi Afaanota kudhaniin leenjii dhiheessuun kan itti danda’ame sirni cufiinsa dorgommii kalaqa hojii ‘Qaxaleewwan/Tatariwochu’ haala ho’aa ta’een adeemsifamuun isaa ni yaadatama.
Badhaafamtoota dorgommii kalaqa hojii Qaxaleewwanii marsaa 2ffaa Dilbata, Gurraandhala 02, 2017 galgala sa'aatii 12:00 irratti Televizhinii OBN irratti akka daawwattaniif gamanumaan isin affeerra.

#AwashBank #NurturingLikeTheRiver


ከዕለታዊ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ!
======
ከውጭ አገር ከወዳጅ ዘመድ በሀዋላ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ በባንካችን ሲቀበሉ እንዲሁም በካሽ ሲመነዝሩ ከመደበኛ ምንዛሬ በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ፡፡
Maallaqa biyya ambaa firaa fi aantee keessan irraa karaa bakka bu’oota dabarsa maallaqaa isiniif ergamu Baankii keenya irraa yeroo fudhattan, sharafa idilee irratti dabalataan kennaa %2 isiniif dhiheessina.
Odeeffannoo dabalataaf: https://awashbank.com/exchange-historical/?er_date=2025-02-05 daawwadhaa!
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #ExchangeRage #Remittance


2ኛው ምዕራፍ የ “የቀጠሌዋን” የሥራ ፈጠራ ውድድር የማጠቃለያ ስነ-ሥርዓት ተካሄደ
============
የማህበራዊ ሀላፊነቱን በመወጣት የሚታወቀው አዋሽ ባንክ ስራ ፈጣሪዎችን ለማበረታታትና ተገቢውን የፋይናንስ ድጋፍ ለማድረግ ሲያካሂድ የነበረውን የ2ኛው ዙር የ“የቀጠሌዋን” የስራ ፈጠራ ውድድር የማጠቃለያ መርኃ-ግብር በዛሬው እለት በአዲስ አበባ ስካይ ላይት ሆቴል በድምቀት አካሂዷል፡፡
በፕሮጀክቱ ላይ በርካታ ወጣቶች በመሳተፍ የቢዝነስ ሙያ ስልጠና ተጠቃሚ ከመሆናቸውም በተጨማሪ ለተከታታይ ሳምንታት ሰፊ የቴሌቪዥን የስርጭት ሽፋን በነበረው የስራ ፈጠራ ሀሳብ ውድድር ላይም በናሙና (prototype) የተደገፈ ስራዎቻቸውን በማቅረብና ብርቱ ፉክክር በማድረግ በዳኞች ውሳኔ መሰረት ከ 1–5ኛ ደረጃ ለወጡ ተወዳዳሪዎች ከ200 ሺህ እስከ 1 ሚሊዮን ብር የገንዘብ ሽልማት የተበረከተላቸው ሲሆን በተጨማሪም ፕሮጀክታቸውን እውን የሚያደርጉበት እስከ ብር 5 ሚሊዮን ብድር ያለዋስትና እንደየ ፕሮጀክታቸው ሁኔታ ይመቻችላቸዋል፡፡
ከፍተኛ የመንግስት የስራ ሀላፊዎችን ጨምሮ በርካታ ጥሪ የተደረገላቸው እንግዶች በተገኙበት ሥነ-ስርዓት ላይ ንግግር ያደረጉት የአዋሽ ባንክ ዋና ሥራ አስፈጻሚ አቶ ፀሀይ ሽፈራው እንደገለፁት የባንኩ የኮርፖሬት ማህበራዊ ሃላፊነት አካል የሆነው የቀጠሌዋን ፕሮጀክት ለወደፊቱም ተጠናክሮ እንደሚቀጥል ጠቁመው ይህ የስራ ፈጠራ ውድድር ከሀሳብ ማመንጨት ጀምሮ እስከ ፕሮግራሙ ፍፃሜ ድረስ በተሳካ ሁኔታ እንዲጠናቀቅ ከፍተኛ አስተዋፅኦ ላበረከቱ ባለድርሻ አካላት ምስጋናቸውን አቅርበዋል፡፡
የ2ኛው ዙር የቀጠሌዋን የሥራ ፈጠራ ውድድር ተሸላሚዎችን ይፋ የማድረጊያ መርሐ-ግብር በመጪው እሁድ ታህሳስ 02 ቀን 2017 ዓ.ም ከምሽቱ 12 ሰዓት ጀምሮ በ OBN ቴሌቪዥን ይመልከቱ ከወዲሁ እንጋብዛለን።

Sirni Cufiinsa dorgommii kalaqa hojii Qaxaleewwan marsaa 2ffaa gaggeeffame
===============  
Gama itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahachuutiin kan beekamu Baankiin Awaash sagantaa cufiinsa dorgommii kalaqa hojii Qaxaleewwan marsaa 2ffaa, kalaqxoota jajjabeessuu fi deeggarsa maallaqaa barbaachisaa ta'e dhiheessuudhaaf gaggeessaa ture, guyyaa har’aa sirna cufiinsa isaa haala ho’aa ta’een Hoteela ‘Skylight’tti gaggeessee jira.
Dargaggoonni hedduun piroojeekticha irratti hirmaachuun leenjii ogummaa daldalaa irraa fayyadamoo ta’uun gamatti, dorgommii yaada kalaqaa isaanii qabatamaan/ ‘prototype’ dhaan deeggaruun gama televijiiniitiin dhiyeessuun dorgommii cimaa gochaa turaniiru. Akkaatuma kanaan dorgomtoota sadarkaa 1ffaa hanga 5ffaatti bahan badhaasa maallaqaa qarshii Kuma 200 hanga Miiliyoona 1 ta'u kan kennameef yoo ta’u, Kana malees piroojeektota isaanii kan ittiin dhugoomsan qabsiisa malee liqiin hanga birrii miiliyoona 5, pirojektii isaanii irratti hundaa’uun kan mijeeffamuuf ta’a.
Sirnicha irratti angaa'oota olaanaa mootummaa dabalatee keessummoonni affeerraan taasifameef hedduun kan irratti argaman yeroo ta’u, sirna kana irratti Hojii gaggeessaan olaanaa Baankii Awaash Obbo Tsahaay Shifarraa haasawa taasisaniin Piroojeektiin Qaxaleewwanii qaama itti gaafatamummaa hawaasummaa Baankii Awaash kan ta'e kun gara fuulduraattis cimee kan itti fufu ta’uu eeruun, dorgommiin yaada kalaqaa kun yaada burqisiisuudhaa  hanga xumura sagantichaatti milkaa’inaan akka xumuramuuf qooda fudhattoota gumaacha guddaa taasisaniif galata qaban ibsaniiru.
Badhaafamtoota dorgommii kalaqa hojii Qaxaleewwanii marsaa 2ffaa Dilbata, Gurraandhala 02, 2017 galgala sa'aatii 12:00 irratti Televijiiinii OBN irratti akka daawwattaniif gamanumaan isin affeerra.

#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary #Tatariwochu #Qaxaleewwan #ታታሪዎቹ




Happening now
========
የቀጠሌዋን የ2ኛው ዙር የሥራ ፈጠራ ውድድር የማጠቃለያ መርሐ-ግብር በስካይ ላይት ሆቴል በመካሄድ ላይ ይገኛል::
አዋሽ ባንክ
Hawwii guddaadhaan kan eegamu sagantaan xumuraa dorgommii yaada kalaqaa ‘Qaxaleewwanii’ marsaa 2ffaa Hoteela 'Skylight' tti gaggeeffamuu irratti argama.
Baankii Awaash
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary #Tatariwochu #Qaxaleewwan #ታታሪዎቹ


የቀጠሌዋን ፍልሚያ ፍፃሜውን ዛሬ ያገኛል!
========
በጉጉት የሚጠበቀው የ2ኛው ዙር የቀጠሌዋን የሥራ ፈጠራ ውድድር የማጠቃለያ መርሐ-ግብር በዛሬው ዕለት መቋጫ ያገኛል።
በዳኞች ውሳኔ መሰረት ከ 1–5ኛ ደረጃ ለሚወጡ ተወዳዳሪዎች ከ200 ሺህ እስከ 1 ሚሊዮን ብር የገንዘብ ሽልማት የሚበረከትላቸው ሲሆን በተጨማሪም ፕሮጀክታቸውን እውን የሚያደርጉበት እስከ ብር 5 ሚሊዮን ብድር ያለዋስትና እንደ የፕሮጀክታቸው ሁኔታ ይመቻችላቸዋል፡፡
አዋሽ ባንክ
Hawwii guddaadhaan kan eegamu sagantaan xumuraa dorgommii yaada kalaqaa Qaxaleewwanii marsaa 2ffaa guyyaa har’aa, Amajjii 27 bara 2017 xumura isaa argata.
Murtee abbootii murtiitiin dorgomtoonni sadarkaa 1ffaa hanga 5ffaa bahaniif badhaasa maallaqa Kuma 200 hanga Miiliyoona 1 kan kennamu yommuu ta’u, dabalataanis pirojektii isaanii kan ittiin dhugoomsan haala pirojektii isaanii irratti hundaa’uun liqiin wabii malee hanga qarshii Miiliyoona 5 kan mijatuuf ta’a.
Baankii Awaash
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary #Tatariwochu #Qaxaleewwan #ታታሪዎቹ


ከዕለታዊ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ!
======
ከውጭ አገር ከወዳጅ ዘመድ በሀዋላ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ በባንካችን ሲቀበሉ እንዲሁም በካሽ ሲመነዝሩ ከመደበኛ ምንዛሬ በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ፡፡
Maallaqa biyya ambaa firaa fi aantee keessan irraa karaa bakka bu’oota dabarsa maallaqaa isiniif ergamu Baankii keenya irraa yeroo fudhattan, sharafa idilee irratti dabalataan kennaa %2 isiniif dhiheessina.
Odeeffannoo dabalataaf: https://awashbank.com/exchange-historical/?er_date=2025-02-04 daawwadhaa!
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #ExchangeRage #Remittance


ለሀጅ ጉዞ ክፍያ ተጨማሪ አማራጭ አቅርበንልዎታል!
=============
የሐጅ ጉዞ ክፍያ ለመፈጸም ከአዋሽብር ፕሮ የክፍያ አማራጭ በተጨማሪ በ USSD *901# ላይ በመደወል ያለምንም ተጨማሪ የኢንተርኔት አገልግሎት ክፍያዎን መፈፀም እንደሚችሉ ያውቃሉ ፡-

1. በቅድሚያ የኢ/ እ/ ጉ/ጠ/ም ባዘጋጃቸው የሐጅ ምዝገባ ጣብያ ምዝገባዎን ያጠናቅቁ
2. የሞባይል ስልክዎን በመጠቀም *901# ይደውሉ
3. የ ኮከብ (*) ምልክቱን ተጭነው ወደ ቀጣይ ገፅ በማለፍ 10ኛ ተራ ቁጥር ላይ የሚገኘውን የሐጅ ክፍያ የሚለውን የምረጡ
4. የክፍያ ኮድ (Payment Code) በማስገባት ቀጣይ ሂደቶችን ይጨርሱ

Kaffaltii Imala Hajjii bilbila harkaa keessan fayyadamuun karaa AwashBirr Pro salphaatti raawwadhaa:
1. Dursa Giddu Gala Galmee Imala Hajjii M/M/Dh/I/I qopheessetti galmee keessan xumuraa
2. Bilbila keessan fayyadamuun *901# bilbilaa
3. Mallattoo urjii (*) galchuun fuula itti aanutti erga darbitanii booddee Lakk. 10 irratti kan argamu Kaffaltii Imala Hajjii isa jedhu filadhaa
4. Koodii kaffaltii (Payment Code) galchuunfi adeemsa itti aanan xumuraa
#AwashBank #AwashIkhlas #ከወለድነፃየባንክአገልግሎት #TajaajilaBaankiiDhalaIrraaBilisaa #FullfledgedInterestFreeBankingService


ክፍት የሥራ መደብ ማስታወቂያ
ቁጥ፣002/25

አዋሽ ባንክ ከዚህ በታች በተገለፀው ክፍት የሥራ መደብ ላይ አመልካቾችን አወዳድሮ ለመቅጠር ይፈልጋል፡፡

የሥራ መደብ :ሾፌር
የትምህርት ደረጃ 10ኛ ክፍል ያጠናቀቀ ሆኖ በቅርብ የታደሰ 3ኛ ደረጃ የመንጃ ፈቃድ ወይም ሕዝብ 1 ያለው, በአውቶመካኒክ ስልጠና የወሰደ ይመረጣል፡፡
የሥራ ልምድ :3 ዓመት አግባብነት ያለው የሥራ ልምድ
የሥራ ቦታ:አዲስ አበባ
ደመወዝ :በባንኩ እስኬል መሠረት
ማሳሰቢያ፣አመልካቾች በእጅ የተፃፈ ማመልከቻችሁን እና ከላይ ከተገለፁት ማስረጃዎች በተጨማሪ ስርዝ ድልዝ የሌለበት የ8ኛ ክፍል የሚኒስትሪ ሠርትፍኬት ኮፒ ማቅረብ ይኖርባቸዋል፡፡

በዚሁ መሠረት ከላይ የተገለፀውን መስፈርት የምታሟሉ አመልካቾች ይህ ማስታወቂያ ከወጣበት ቀን ጀምሮ ለሰባት ተከታታይ ቀናት የማስረጃችሁን የማይመለስ ፎቶ ኮፒ በሚከተለው አድራሻ በመላክ መወዳደር የምትችሉ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡

አዋሽ ባንክ
ቺፍ - ሂውማን ካፒታል ማኔጅመንት ኦፊሰር ኦፊስ
የፖ.ሳ.ቁ 12638
አዲስ አበባ

ማስታወቂያ የወጣበት ቀን:- ጥር 25 ቀን 2017 ዓ.ም

13.3k 0 229 19 139

ከዕለታዊ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ!
======
ከውጭ አገር ከወዳጅ ዘመድ በሀዋላ አስተላላፊ ወኪሎች በኩል የተላከልዎትን ገንዘብ በባንካችን ሲቀበሉ እንዲሁም በካሽ ሲመነዝሩ ከመደበኛ ምንዛሬ በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ፡፡
Maallaqa biyya ambaa firaa fi aantee keessan irraa karaa bakka bu’oota dabarsa maallaqaa isiniif ergamu Baankii keenya irraa yeroo fudhattan, sharafa idilee irratti dabalataan kennaa %2 isiniif dhiheessina.
Odeeffannoo dabalataaf: https://awashbank.com/exchange-historical/?er_date=2025-02-03 daawwadhaa!
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #ExchangeRage #Remittance



Показано 15 последних публикаций.