Фильтр публикаций


PAWS FARMING OFFICIALLY ENDED

☑️Amman booda taskin biraa hin dhufu maybe one task

✔️TGE dhaaf yookaan immo FINAL STEP irra akka ga'an channali isaani irrati dubatani jiru

✔️Dabalannis final checker still live ta'u isaa fi mandatory (dirqama) ta'u isaa beeksisaniru።

Mee maatii react godha maale 🔥🤝👍🏿❤️❤️‍🩹🩵


Paws


Almost 800 Million paws burn ta'eeraa, paws team'n Namoota 2600 jalaa Voucher burn gochuu isaanii ibsaniiru.

Binance dabalatee Exchange gurguddaa wajjin marii irraa jiraachuu isaanii ibsaniiru.........🫡🔥


🧢 $CAPS irratti SOON kan jechaa ture amma stats jedha.

Statics keessan ilaallachuu dandeessu.


Sunday Market 📈 🟩🟩🟩


Caps TGE Dhiyaate jiraa 🤠🤠
Akka isin hin dabaree gaatii guddaa qaba jedhama jira🥳🥳

Warri hin eegale ammuma egalaa ⬇️⬇️⬇️

https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=1668004774


Zoo Token Muraasi Namoota Hedduuf dabalamee jira!

Check it......


🚩Zoo irra deebiin option wallet connect gootaniifi ton transaction itti kaffalttan dhufee jira✔️

🤖Namooti kanan dura verify you're not a robot kan jedhu duran ton kaffaltanittu yoo tahe lammata kaffaluu isin hin gaafatu


Bitget Namoonni Qabdan Yeroo ammaa Tapswap 0 Gas fee dhaan withdraw gochuu dandeessu! ✔️

@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360


🔹Bums Daily Combo Reward
        ⏱ Date: February 08, 2025
        🎁 Reward: 2M Coin
        ✅ Verified Bot
       🎯  Activate Daily Combo
        ✅ City ➡️Lottery

@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360


Paws task harawa jira amma cliam godha🔥

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360
𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360


✅Xenea wallet daily quiz
   
✅ Date : February 08

@BurqaCrypto360
@BurqaCrypto360


Memhash irratti Task kan jedhu keessa galuudhaan Verify your account kan jedhu hojjedhaa

Garuu 0.01TON barbaachisa task kana check erga gootanii Xumurtanii booda refund ta'a jechuun gara wallet keessaniitti deebi'a jechuudha.


PAWS New tasks

☑️ Partners jala seenuun boticha keessa seentanii Gamicha tapha tokkoon Point 10 ol yoo argattan isiniif kenna.
☑️ Limit jala immoo Reward hin qabu garuu akkasumatti hojjedha.


Taps Meeqa argattan?😂


Not Official 🚫
Tapswap total supply isaa 1B odeeffannoon jedhu bahaa jira
Filannoon Withdraw daqiiqaa 10 booda ni eegala
Kana jechuun token allocation kan baramu daqiiqaa muraasa booda ta'uun ni mala

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360
𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360


🚀Tapswap Bitget irratti Deposit address dhufee Jira🎥
⚡️ Kana malees TapSwap 😇Bnb Blockchain irratti list ta'a kana jechuun 💎TON Blockchain irratti miti.

⭕️ Yeroo kanatti Ton Blockchain irra Bnb wayya kana yeroo jeennu wan gudda hin eegina 🥸

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360
𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360


Kana jechuun Tapswap gatii bareedaatiin list ta'uun mala mee maal jettu?
Tapswap namoota waan inni post godhu irratti reaction kolfaa ( 🤣 ) kaa'aan qaanessuuf waan ka'e fakkaata

𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360
𝕊𝕙𝕒𝕣𝕖 @BurqaCrypto360


Family ❤️.

$TAPS (#TAPSWAP) BNB chain irratti list akka ta'u fuula X (Twitter) isaanii irratti dubbatanii jiru


har'a Sa'atii 9 irratti Token Ni kennama!

Ammuma barbaadan nuuf haa kennan kan jettan 👍


February 14.....😳

Показано 20 последних публикаций.