DHANGAA YAADA 📡


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Образование


👉 𝗖𝗵𝗮𝗻𝗻𝗲𝗹 𝗸𝘂𝗻:🖊
👉 𝗕𝗲𝗲𝗸𝘂𝗺𝘀𝗮 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶 𝗴𝗮𝗹𝗮,
👉 𝗝𝗲𝗰𝗵𝗮 𝗵𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼𝘁𝗮,
👉 Yaadaf boqonnaa 📡
➲ NUU QUNNAAMUF▶
▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼
@Xile35

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Образование
Статистика
Фильтр публикаций


Репост из: DT Promotion
'https://t.me/addlist/37N4EgSzRtU3YjA0' rel='nofollow'>📱Bilbilli kee Orginaalaa yoo ta'e yeroo ati suura armaan gadii tuqxu information bilbila kee hunda ilaalta siif Fidaa
╭━━━━━━━╮
┃   ● ══  ▪      
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████
┃███████┃
┃███████┃
┃        🔘    ┃
╰━━━━━━━
Bilbilii Kee #Orginal Ykn #Copy Tahuu Isaa Adda Bafadhuu 👆👆

Waver👉 @FastVipProm


✅ Meeqan keessantuu App kanaa fayyaadama jira 🤙👇

Join me on Tikus! Use my referral code: 6467G to get started and earn bonus points! Download the app here: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.tikus.tikus


🔔 Guyyaa gaarii qabachuuf, wantoota armaan gadii gochuu dandeessa:🫰

🪡. Hojii hojjachuu: Hojii gaarii hojjechuu, akkasumas fedhii fi dandeettii kee irratti hunda'ee hojii filachuun.

🪡. Jaalala fi walitti dhufeenya: Maatii fi hiriyoota waliin yeroo dabarsuu, walitti dhufeenya jabaa uumuun.

🪡. Kufaatii fi milkaa'ina: Kufaatii irraa barachuu fi milkaa'inaaf yaalii gochuu.

🪡. Ijaarsa yaadaa: Yaada gaarii uumuu, kitaabota dubbisuu ykn qophiilee haaraa ilaaluun.

🪡. Hojmaata mormii: Yeroo tokko tokko boqonnaa fudhachuu fi akka tasaa of eeggachuu.

🪡. Yeroo ofii qabachuu: Wantoota jaalattu gochuu, akka sirba dhaggeeffachuu ykn daawwachuuf.

🪡. Dhugaa dubbachuu: Achiin yaada fi gochaa keetiin gammachuu fi milkaa'ina argachuu.

Kunneen si gargaara jechuun, guyyaa gaarii fi gammachuu qabachuuf.

🪡@dhangaayaada📡
🪡@dhangaayaada📡


Dhugaadha 🌐

✅ Beekumsa caalaa yaadni barbaachisaadha.Beekkumsi daangeffamaadha.Yaadni addunyaa marsa.

✅ Yaadni (imagination) gosa qorannoo isa olaanaadha.

✅ Dhugaa barbaaduun qabaachuu caalaa gatii guddaa qaba.

..........Hiriyyaa keessanif share ⤴️ yoo siniitti tole Like 👍 Gochuu hin dagatiina......🫰

🖍️ @Dhangaayaada 📡
🖍️ @Dhangaayaada 📡


Video qofaa ilaaluu fi hiriyoota keessan Affeeruun hojjedha Email fi maqaa password kan dhunfaa keessanii galchuun Eegala waan isiinif galu didee moo 👉 @Tile35 na gafaachuu dandeessuu 🙏

https://dollartub.com/9a346


🔵 Amala Gaarii
           ⇣
 🔵 Beekumsa
           ⇣
 🔵 Naamusa Gaarii
           ⇣
 🔵 Obsa
           ⇣
 🔵  Hubannaa
           ⇣
 🔵 Gaarummaa
           ⇣
 🔵 Dandeettii
           ⇣

💌 Beekumsi humna siif kenna.
💌 Beekumsi qabaa barbaada.
💌 Beekumsi akkaataa qabataa wallaalan burqaa oftuulummaan irraa maddu ta'a.

💡 Amalli gaariin kabaja siif kenna.
🥇 Amalli gaariin waan si hin madaalle si tuffachiisa.
🥈 Amalli gaariin gorsee si deebifata.
🥉 Amalli gaariin milkaa'ina biraan si gaha.
✉️ Amalli gaariin akka ati of sirreessitu sitti hima.

➡️ Amalli gaariin Obsa Qabaachuu si barsiisa.

🪡 @Dhangaayaada 📡
🪡 @Dhangaayaada 📡






🔘Jireenya 😢😢

1, Haadha Manaa qabdaa?
2, Manaaf konkolaataa qabdaa?
4, Kana dubbisuun yeroo kee gubaa jirtaa?
5, Lakkoofsi 3 akka hin jirre hin hubannee🫵
7,Deebitee check gootee/ilaalte.😁
8, Ammas gowwoomteetta lakk, 6 hin jiru🙈
9, Ofitti kofalte.🤦‍♀️😋
10, Lakkoofsi 1 akka hin jirre hin yaadanne🙄
11, Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte😂
12, Ammas gowwoomteetta ati nagaa miti jechuudha.

🔗 Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.🤭😂

🔻🔺🔻🔺🔻🔺🔻🔺🔻🔺🔻🔺🔻🔺
🪡 @Dhangaayaada 📡
🪡 @Dhangaayaada 📡


🪡 Namoota gatii kee si yaadachiisanii fi akka guddattu si gargaaraniin of marsi malee warra si gadi buusaniinii miti.

🪡 Jireenya kee ol si kaasuu qaban malee duubatti si deebisuu hin qaban
🤔Sif situ jira.......📚

🪡 @dhangaayaada 📡


🅰_ Airdrop kana nan hojjedha.....❤️

🅱_ Hin hojjedhu..........🚫

Qubeen filannoo keessanii "🅰" yoo ta'e Eegaaluu dandeessuu........🦾👇
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/flagton_bot/app?startapp=invite234517


Qormaanni Guddaan.....

➡️ Jireenya keessatti qormaanni  guddaan eenyu akka taate barbaaddee of argachuudha, Inni lammaffaan immoo waan argattetti gammaduudha.

➡️ Namni baay'een waan argatetti hin gammadu; yoo gammades yeroo muraasaaf qofadha.

📚📚📚📚📚📚📚
@dhangaayaada
@dhangaayaada


Hubaadhu:

✍️ Ka'umsii mijaata in tane, Ga'umsii isa baay'ee mijaata akka ta'e beekii.

✍️ Haallii mijaata in jiru, haala keessa jirtuu mijeeffaadhuu..............🙏

@dhangaayaada
@dhangaayaada
@dhangaayaada


Maatii Channel keenya 👉 Logo keenya Haala kanaan haroomsine jirraa "React" ❤️ 👍 😘 nu barbaachisa.......

Galatooma..🤝
@dhangaayaada
@dhangaayaada


Guyyaa saddet boodaa maaltuu ta'uuf akka jiruu Tuqaa ilaala Garuu Icciitiin male Namaf namattii hin dubbatiin caalisaa namaf Share godha🤦
😭
https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=6821730814


#Namichaa_fi_simbirroo

🤔 Namichatu simbira bareedduu tokko harkaan qabee ajjeesuuf osoo jedhuu, du'uu isheetiin dura ergaa xumuraa akka dabarfattuuf kadhatte.

✍️ Ergaa sadiin siif dabarsa bara jireenya kee hundaatti isaan si fayyadu jetteen.

,1ffaa, “Waan si harka jiru hin gadhiisin”;

2ffaa, “Waan darbetti hin gaabbin” jetteetu sadaffaa utuu hin dubbatin callistee turte.

🤦 Namichis maaloo ergaa kee isa sadaffaas natti himikaa jedheen.
🤦 Ergaan koo inni _3ffaan waan bayee ulfaataa fi jireenya kee keessatti baayee si barbaachisudha.
🤦 Isa kanan sitti himu garuu yoo gad na lakkifte qofaadha jetteen.
🤦 Namichis gad ishee lakkise.
🦅Isheenis barristee erga mukarra qubattee booddee ergaa koo isa 3ffaa sitti himuu kootiin dura jalqaba irratti maalin siin jedhee jetteen.

👉 ,Innis, “Waan si harka jiru hin gadhiisin” naan jette jedheen. “Waan ajajamte rawwatteeree?” jetteen. “Lakki” jedheen. Osoo kana hojii irra oolchite ta'ee garaa koo keessa warqeetu jira ture, gadi na lakkisuu keetiin qabeenya si qofa osoo hin taane ijoollee kee illee jiraachisuu dandau dhabde jetteen.
.

🫢 “Ergaan inni 2ffaan maal jedha ture?”jetteen. Innis, “Waan darbetti hin gaabbin” kan jedhudha jedheen. Isheenis deebistee, "Ergaan 3ffaanis isuma 2ffaa kanadha. Isuma irra deebiii raawwadhu" jetteen jedhama.
🤔Ajaja 1ffaa fi 2ffaa osoo hojiitti hin hiikin ammas ajajaa 3ffaa dhaga'uuf Si'ate. Osoo ajajuma 1ffaa sana hubatee raawwate ta'ee warqiinis Kan isaa ture.
Ajaja dhagahuu diduun nama gaabbisiisa,garuu Kan darbeef gaabbuun Kan Boruu balleessuu waan ta'eef waan ajajamte raawwachuuf yoomiyyuu Of qopheessi.


💨💨💨💨💨💨💨💨💨💨💨
@dhangaayaada


✍️ ONNACHIIFTUU

🤦 Ilaalcha kee jijjiiruu yoo dandeesse, amala kee jijjiiruu dandeessa.

🤦 Amala kee jijjiiruu yoo dandeesse immoo gocha kee jijjiiruu dandeessa.

🤦 Kanneen kana gochuu yoo dandeesse waan yaaddee kamiyyuu milkeessuu ni dandeessa.

🤫 Beekumsa qabda jechuun, Ogummaa qabda jechuu miti.

🤫Ogummaa qabda jechuun garuu beekumsas qabda jechuudha.

🤔 Guddummaan nama tokko yeroo aarutti jechoota inni dubbatufii, miira inni agarsiisuun dhugaasaa beekuu dandeessa.

🫢 Namoonni cimoon yeroo aaranitti illee tasgabbaa'oodha.

🤔 Yeroo hundumaa odeeffannoo karaa qaamota miiraa keenya irraa fudhannu irratti hirkachuun rakkisaadha. Sababiinsaa
qaamonni miiraa keenya dogoggoruu danda'u.
Kuusaan dandeetti sammuu garuu hin dogoggoru. Kanaaf humna amansiisaa ittiin karoora keenya milkeessinu argachuudhaaf kuusaa dandeettii sammuuti fayyadamuu qabna.

✍️ Ofii keessan bu'aaf hin gurguriina.

@dhangaayaada
@Emotional_4U


💵💵💵💵💵💵💵💵💵
https://t.me/cellcoIn_bot/app?startapp=6821730814


Join UXUY Wallet, get 100 UP for free🆓
💰Stand a chance to win future airdrops

UXUY Wallet is a Web3 multi-chain decentralized wallet backed by Binance investments.


🎊Hordoftoonnii Amanta Kiristiyaana Baga Ayyaana yaaddannoo dhalachuu Gooftaa keenyaa Yesus kiristoos nagaan geessa! Ayyaana Gaarii👏🏑

🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄
🎄🎄🎄@Dhangaayaada
@Dhangaayaad🎄🎄🎄🎄
🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄🎄

Показано 20 последних публикаций.