Baankii Daldala Itiyoophiyaa qophii "Naggaadiraas" Koorporeeshinii Biroodkaastiingii Itiyoophiyaa irrattii darbuu maallaqaan deeggaruun waliin hojjachuuf EBC waliin waliigaltee mallatteesse
**
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa fi Koorporeeshinii Biroodkaastiingii Itiyoophiyaa waliin hojjachuuf waliigaltee mallatteessan.
Baankichii qophii Koorporeeshinii Biroodkaastiingii Itiyoophiyaa irratti darbuu fi "Naggaadiraas" jedhamu yaada dargaggootaa gara hojiitti jijjiiruuf isaan gargaaru qopheessuuf ispoonsara akka taasisu beeksiseera.
Pireezidaantiin Baankii Daldala Itiyoophiyaa Abbee Saanoo, waliigalticharatti haasaa taasisaniin, waliigaltichi walitti dhufeenya kanaan dura dhaabbileen lamaan qaban caalaatti kan cimsuudha jedhan.
Hogganaa olaanaan Koorporeeshinii Biroodkaastiingii Itiyoophiyaa Geetinnat Taaddasaa, baankiin Daldala Itiyoophiyaa fi Koorporeeshiniin Biroodkaastiingii Itiyoophiyaa waliin ijaarsa biyyaa keessatti dhaabbilee dursitootaadha jedhan.
Jamiilaa Jamaal