Burqaa Faarfannaa


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Искусство


Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Искусство
Статистика
Фильтр публикаций


"Nuun Iyyuu gaarummaa isaa lakkaawwanneetu Karaa isaa Qajeelota taane
Hojii gaarii tokkollee hin Qabnu Karaa isaatin Ifatti Baane

Atis Koottu Gara Gooftaakee
Gaaddisa Isaatti Aara Galfadhu
Dhiigni isaa har'ayyu Ho'aadha
Hin Turiin lubbuuke oolfadhu"

Yesuus Si Jaallata - Dame, Binaim, Idosa, Cara, Robe, Simbo And Dani



Join👉
@farfannaahaaraa ☑️


Mootii fincilli hin buufne
Sichuun faarfadha Eekaa
Haqa hanqaaqni hin miccirree
Isa gootni egaa beekaa
karaadha Inni dhugaadha
Jireenyattis tarsiisa
Maqaansaammoo Yesuusi
Warra hin barren barsiisa

Join Channel 👉 @farfannaahaaraa☑️


HoE. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁴ Phexros garuu warra kudha tokkoo wajjin dhaabatee, sagalee isaa ol fudhatee, namootatti dubbachuutti ka'e, "Isin yaa warra Yihudootaa, warri Yerusaalem jiraatanis hundinuu, mee hubadhaa, dubbiin koos isiniif haa galu!
¹⁵ Jarreen kun kan machaa'an isinitti hin fakkaatin, amma ganama, yeroonis sa'aatii sadaffaa dha!

Join Channel👉@farfannaahaaraa ☑️


Bilisummaa Baaruu

ARAARRIKEE ....

join Channel
:@farfannaahaaraa ☑️




Namni hundi waan gaarii namaaf yaada jechuun kan ulfaatu ta'us, hunduu waan gaarii yaaduu danda'a. Garuu namni kan wal darbu isa yaadan sana gochaan mul'isuudhaani. Namaaf jettee nama gaarii yoo fakkaatte ni miidhamta, ofiif jettee yoo ta'e garuu boqonnaa sammuu argatta.!!!


Join Channel 👉 @farfannaahaaraa ☑️


Faarfattuu Altayech Galata dhukkuba yeroo dheeraa isheerra tureen galgala kana gara abbaa ishee isa umuriishee guutuu tajaajilaa turtee deemtetti.

Sorry! Altaayyechi ko biyya lafaa kanarratti boqottee hin beektu. Mirgi abbaakee sitti ha tolu 😥

Nagaan boqodhu😭

Inni godhe Waaqayyo beekaadha💔
🥹🥹🥹🥹🥹😭😭😭😭😭😭😭😭

Join Channel 👉 @farfannaahaaraa ☑️

9.1k 1 13 33 174

BARCUMA ADDUNYAA
HANA TAKLE
Join Channel 👉 @farfannaahaaraa☑️




Gab Narraa Goote - Hirpha Bahiru New 2024 ❤️‍🔥🔥💥

Join: @farfannaahaaraa ☑️




Ilaalee, Ilaalee Kan Akkakeen Dhabe - Befikadu Bekele

Join Channel:
@farfannaahaaraa☑️

7k 1 16 2 29



❤        ⎙          ⌲            
𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕    𝒔𝒂𝒗𝒆     𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆

Join👉@farfannaahaaraa


“Ani immoo waaqa keessaa sagalee guddaa tokko nan dhaga'e; innis, "Amma fayyinni, aangoon, mootummaan kan Waaqayyo keenyaa, aboonis kan Masiihii isaatii ta'eera; hadheessituun obboloota keenyaa inni halkanii fi guyyaa Waaqayyo keenya duratti isaan hadheessaa ture immoo gad darbatameera.”
— Mul. 12:10

Join Channel 👉 @farfannaahaaraa ☑️


❤        ⎙          ⌲            
𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕    𝒔𝒂𝒗𝒆     𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆

Join👉@farfannaahaaraa


Deebiseen Ittiin Si Faarsa - Phaawuloos Tegenyi || New 2024

Join Channel:
@farfannaahaaraa ☑️




#Gab narraa goote
#well_come Hirpha❤️


❤        ⎙          ⌲            
𝒓𝒆𝒂𝒄𝒕    𝒔𝒂𝒗𝒆     𝒔𝒉𝒂𝒓𝒆

Join👉@farfannaahaaraa☑️

Показано 20 последних публикаций.