𝙃𝙞𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖𝙖 ✍️✍️✍


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Другое


💊 Arraba kee eeggadhu!
💊 Fayyaa kee eeggadhu!
💊 Kabaja kee eeggadhu!
Buy ads: https://telega.io/c/hiikaayaadaa

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Другое
Статистика
Фильтр публикаций


Peace of mind makes body healthy, but jealousy is like a cancer.

@hiikaayaadaa


Sammuu keenya boqonnaa akka barbaaduu kan Beeku dandessu yoo dhiphate argite qofa dha..... @hayilug2016




📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hayilug2016
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


#Odeeffannoof_akka_Of-eeggannootti ⚠️

Itiyoophiyaa keessatti Labsiin #Qalqalloo_Peestaalaa fayyadamuun, oomishuuniifi biyya alaatii bitanii galchuun #Maallaqaafi hidhaa cimaadhaan nama adabsiisu, #Mana_Maree_Bakka_Bu'oota_Ummataa Itiyoophiyaaf dhiyaate jedhame.

#Labsichi namni qalqalloo peestaalaatti fayydame yookaan itti fayyadamuuf harkatti baatee argame birrii 5000 hanga birrii 10,000 adabama jedhas jedhame.

#Qalqalloo peestaalaa oomishuun, fayyadamuun, alaa bitanii biyya keessa galchuun birrii 50,000 hanga birrii 100,000 nama adabsiisa, akkasumas hidhaa hanga waggoota 5 hin caallee nama hiisisas jedha.

#The Ethiopian Economist View irraan arge!


Репост из: 𝙃𝙞𝙞𝙠𝙖𝙖 𝙔𝙖𝙖𝙙𝙖𝙖 ✍️✍️✍
𝐌𝐢𝐢𝐫𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞 𝐃𝐡𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐚.

𝐒𝐚𝐦𝐦𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨 𝐝𝐚𝐠𝐚𝐭𝐭𝐞 𝐌𝐚𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐚.


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════




"Itiyoophiyaatti namni peestaalatti fayyadame yookan mi'aa kamuu ittiin baatee argame ykn peestaala kamuu harkatti baatee argame qarshii 5,000-10,000 adabama" jedhameera

"Oduun jettu hagam dhugaadha?
#Eessatti labsame labsiin kun?😱


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hayilug2016
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


🌟Mistake🌟
Mistakes increases your experience

and experiences decreases your mistakes.

If you learn from your mistakes,

then others learn from your success


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


𝐊𝐀𝐀𝐘𝐘𝐎𝐎 𝐌𝐀𝐀𝐋𝐈𝐈 𝐃𝐇𝐀

★Kaayyoon Kee Geejjiba ... Yaabbadhuu ittiin Imali

★Kaayyoon Kee Geebaa... Itti Badhaafamii

★Kaayyoon Kee Eebba... Ilmaan keetti dabarsii

★Kaayyoon Kee Bidiruudha ...Galaana irraa sii ceesisa

~Kaayyoon kee kallattii Agarsiistuu dha ... Itti Gaggeeffami

Jireenya Kaayyoo dha
Kaayyoon Jireenya dha
'


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


#AS_MITI_BAKKI_KOO

Namichatu hiriyyaa isaa waliin otuu karaa adeemu akka tasaa hanqaaquu ( Killee ) Joobiraa argee fudhate gara mana isaa deeme. Eerga mana gahees haadha Hindaaqqo hanqaaquu hammatte jala kaa'e. Haati handaqqos hanqaaquma ishe isa kaan waliin waliitti hammatte gaafa guyyaan isaa gahu wucooli yaafte. Maarree wucooliin ishee guddacha dhufan garuu haati Hindaaqqo wucooli qabdu keessa tokko adda ta'e itti mul'ate. Kanaan booda itti siiqxe ati garuu maaliif bakka nuti deemnu hin deemtu? Maaliif wanta nuti nyaannu hin nyaattu? Maaliif Akka keenya koosii hin haatu? jette gaafatte. Ilmoon joobiraas akkas jedhee deebiseefi, Ani waan isiin gootan kana gochuu hin danda'u gochuunis natti hin tolu. Ani bakki koo as miti Akka keessan koosii hin haadhu. Qilleensa keessan balaali'a malee guyyaan ishees dhiyaacha jirti. Ani kan isiin faana jiraadhu natti tolee miti hamma kochoon ( baalleen ) koo naaf guddatuti malee as hin jiraadhu jedhe deebiseefi.
Har'a kanaan isiin jechuu barbaade ati haalli ati keessa jirtu bakka siif hin malle, bakka siif hin mijane, bakka sitti hin tolle ta'a. Garuu Ati Achi jiraachaa hin haftu, umurii kees achitti hin fixxu. Rabbichii jireenya ol ka'a, jireenya siif mijatu siif laata, qilleensa keessa balaliita. Inni sin daganne hamma koochoon kee guddatutti malee ati as hin jiraattu. #Amiiiiiin_Amiiiiiiin

#Waan_Dubbiiftaaniif!🙏Galatoomaa!



📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════




Nama kabajuun mallattoo sodaa osoo hin taane bilchina sammuu fi dandeettii fageessanii yaaduuti!


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


Jireenya keenya jireenya Mul'atan fi Karooran Gaggeeffame Yoo Ta'ee malee Risk jireenya keessa galaa


Finciltoonni Sooriyaa magaalaa Damaasqoo to'achuu himan

Finciltoonni Sooriyaa magaalaa Damaasqoo to’achuu himan
Finciltoonni Sooriyaa magaalaa guddoo biyyattii, Damaasqoo, to’achuu isaanii himan.

Magaalaa guddoo Sooriyaa kana keessatti sagaleen dhukaasaas dhagahamaa ture.

Finciltoonni mootummaa Bashaar al-Asaad morman torban muraasa keessatti magaalaa guddoo gahani.

Akka finciltoonni jedhanitti Pirezidantiin Sooriyaa Damaasqoo keessa hin jiran.

Akka gabaasonni jedhanitti, Asaad xiyyaaraan bakka hanga ammaa hin beekamne deemani.

Sooriyaan yeroo gabaabaa keessatti harka finciltoota jala seenuu ishee akka isaan ajaa'ibsiise xinxaltoonni himaa jiru.


@Hiikaayaadaa


~Ilmaa yeroof miti ilmaan seenaati malee!!

~Maqaaf dhalanee miti seenaaf malee''

~Kachoon dalgaa laga sii gataa''

""Namni abdii kutannaa qabu carraa hunda keessatti rakkina arga, namni abdii qabu ammoo rakkina hunda keessatti caarra arga." ✓✓

@hayilug2016



📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


Jirra Furniture

Hojii Meshaalee Mana Keessa Adda Adda irratti Hojjachuu Nii Dandeenya
@hayilug2016     
@Tarikuugirmaa
💎💎0919488196🔉🔊


#Update

"Ibsaa guutuu biyyaatti deebi'aa jira" - Giddugala To'annoo Humna Biyyaalessaa

Giddugalli To'annoo Humna Biyyaalessaa, "Humni ibsaa galgala kana sababa tasgabbii dhabuu sistamaatiin addaan citee ture deebi'aa jira" jechuun beeksiseera.

Akka wiirtichi jedhetti voolteejii sirnichaa tasgabbeessuu fi humna addaan cite suuta suutaan deebisuuf hojjetamaa jira jedheera.

Finfinnee keessatti ibsaan naannolee fi magaalota naannoo tokko tokkotti addaan deebi’uu eegaluu ibsaniiru.

Rakkoon jiru guutummaatti furmaata hin arganne.

Hanga rakkoon guutumatti furmaata argatutti obsaan eeggadha jedheera.


@Hiikaayaadaa


#update

Humni Elektirilaa akka biyyattiitti badee ture bakkoota garaa garaatti deebi’aa jira.


@hiikaayaadaa


Ilaachi keenya Xiyyoo Keenya Seeraan Eegachuu qaban.

Namnii ijii isaa xuqamee Maal akka ta'uu Nii Beekna .....



@Hiikaayaadaa


Waan Waaqayyoo Hin Goonee Maaltu jira ✓

~Ilaalcha keenya Global
~Yaadaa keenya Global
~Dandeetti Keenya Global
~Gahumsa keenya practically
~Has'a keenya National
~Deemsa keenya National
~Hariiroo Keenya Hawaasa Waliin ta'uuf yeroo hundumaa Haqaaf Jaalalan Namatti dhufuu dha.
@hayilug2016



📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════


#IPhone
Gatii guddaa sanaan iphone bituun hafeera warri bitee qabuus gurguruuf ta'a je'amara

Hundeessaan Tesla Elon Musk, dureessa addunyaa kan ta'e, dhuma bara 2024tti bilbila harkaa Tesla Pi jedhamu gabaaf dhiyaachaa jira je'an!
Mobaayilli kun amaloota sadii kan qabu yoo ta'u isaanis dhaabbata moobaayilaa kamiyyuu keessatti hin argamne.

1. Mobaayilli kun chaarjii hin barbaachisu, aduu irraa kan guuttatu yoo ta'u chaarjii irra godhuun sin barbaachisu; kiisha keessan keessa yoo taa'ellee ammas chaarjii numa fudhata
2. Mobaayila Teslaa kanaaf interneetiin hin barbaachisu. Kunis bilbila ofumaan saatalaayitii Intarneetii Starlink Tesla waliin walqabata waan ta'eef interneetiin mobaayila keessanii bakka jirtan hundatti ni hojjeta.
3. Lafa, Ji'aa fi Maarsii waliin wal qunnamsiisa.
4. Gatiin isaa $299 qofa!

Amma namni dalagaa lagatuun sammuu hiyyeessaa hack godhuuf kana hojjatameedha kun!

@Hayilug2016


📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════

Показано 20 последних публикаций.